ኦሮሞነትን የፈራ ኢትዮጵያዊነት እንዴት የጋራ ማንነት ይገነባል?

October 30, 2015 | Oromedia

ይድረስ የአንድነት ደጋፊ ነን ባይ የጠባብ ኢትዮጵያዊነት ልክፍተኞች ስለአንድ ኢትዮጵያ ሰባኪዎች እኔ የብሄር ብሄረሰብ ጥላቻ የለብኝም። ከማንኛውም ብሄር ሀይማኖት ለሀገሩ ትልቅ መስዋዕት የከፈለ ለኔ ጀግና ነው።
ሆኖም ግን አንድ ግለሰብ የኦሮሞ መገለጫ የሆነን ነገር ሲጠቀም ስለምን ያወግዙትና የጥላቻ ስድቦች ይሰነዝሩበታል? ኦሮሞነትን የፈራ ኢትዮጵያዊነት እንዴት ነው የጋራ ማንነት የገነባች ሁሉም የእኔ እማማ ኢትዮጵያ ብሎ ዳር ድንበሯን አስከብሮ ህልውናዋ ተጠብቆ የምትዘልቀው ?

Declaration of the establishment of the Peoples’ Alliance for Freedom and Democracy (PAFD)

October 25, 2015

The Benishangul People’s Liberation Movement (BPLM), Gambela People’s Liberation Movement (GPLM), Ogaden National Liberation Front (ONLF), Oromo Liberation Front (OLF) and Sidama National Liberation Front (SNLF):
Considering the grave injustices and oppression perpetrated by the current regime in Ethiopia

Press Release:- THE FOUNDING OF PEOPLES’ ALLIANCE FOR FREEDOM AND DEMOCRACY (PAFD)

October 25, 2015 | PEOPLES’ ALLIANCE FOR FREEDOM AND DEMOCRACY (PAFD)

Delegates of Benishangul People's Liberation Movement (BPLM), Gambella People’s Liberation Movement (GPLM), Ogaden National Liberation Front (ONLF), Oromo Liberation Front (OLF) and Sidama National Liberation Front (SNLF) met in Oslo, Norway from 22 October to 23 October 2015 to lay the foundation of political alliance between the peoples in Ethiopia and have formed the Peoples Alliance for Freedom and Democracy (PAFD).

WAAMICHA WALGAHII MISEENSOTA WALDAA HAWAASA OROMOO AWUROOPAA (WHOA)/ OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN EUROPE (OCAE) e.V. (Inc.), FRANKFURT AM MAIN, GERMANY

Onkoloolessa 27, 2015 |  OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN EUROPE (OCAE) e.V. (Inc.), FRANKFURT AM MAIN, GERMANY

Kabajammoo Ilmaan Oromoo ardii Awuroopaa keessatti argamtan maraaf (hundaaf),  
Hunda duraan dursee nagaan oromummaa fi waaqayyoo/rabbii isin haagahu. Jiruu fi jireenya gaarii (dansaa) isin hawwiina. Horaa bulaa!   

Waldaan Hawaasa Oromoo Awuroopaa (WHOA)/ Oromo Community Association in Europe (OCAE) e.V. (Inc.) ilmaan Oromo hundaaf ji’a Muddee (December) keessa gaafa guyyaa 5 bara 2015 sanbata duraa (sanbatduraa) sa’aati 12:30 WB (PM) irraa eegalee (jalqabee/kaassee) hanga (hamma) sa’aati 18:00 WB (PM) ti walgahii qopheesee jira.  

Why is Ethiopia hungry again?

October 20, 2015 | By Activist and Political Analyst Jawar Mohammed

Just couple months ago, Western leaders and media outlets were fascinated with Ethiopia's ‘miraculous’ economic growth. From Bill Gates to Obama and everyone else in between, they were convinced and tried to persuade others that Ethiopia has put that sad history of hunger behind itself and emerged as the fastest growing economy in Africa, if not the world.

Fast forward to these past few weeks, reports have begun giving back Ethiopia its old name- a starving country begging for urgent food aid. A month ago, the number of people needing aid were reported to be 4.5 million; now its 8.2 million and expected to reach 15 million by the end of this year. Two months ago when OMN first reported about the death of children from hunger in Western Hararghe, the regime dismissed the reports and suppressed the plea for emergency food aid. It has now been forced to admit the crisis and it is, as usual, asking the world for food aid to feed its hungry population. No amount of PR campaign or cooking the numbers to showcase double digit economic growth can hide the fact that Ethiopia is once again hit with famine.

Caffee Oromiyaa Should Stop Handing Over Major Oromian Towns to TPLF

October 17, 2015 | A Statement of Qeerroo Bilisummaa Opposing the Addis Ababa Master Plan Approved by Caffee Oromiyaa, Finfinnee (Addis Ababa)

The so called “Parliament of the Oromia Regional State” aka Caffee Oromiyaa has currently rectified the so called Addis Ababa Integrated Developmental Master Planwhich is prepared by the TPLF led federal government to evict Oromo farmers from their ancestral land and control several Oromo towns and eventually dismantle the state of Oromia. The National Youth Movemnet for Freedom and Democracy (NYMFD) akaQeerroo Bilisummaa Oromoo strongly condemns this plan and hereby releases the following seven-point statement declaring to mobilize Oromo youth for an intensified resistance and protest to stop its implementation.

The Only Man Who is Behind To Register Oromoo Gadaa System In UNESCO As The a World Heritage.. “Abbaa libaan. Aka Dabassa Guyyoo”.

October 17, 2015 | By Ijoollee Booranaa

Dabbasaa GuyyuuLet me briefly Highlights his Life story.
Mr. Dabasa is an elder who was born in Taltalle and grown up in Yaballo Boraanaa and Liban area of Booranaa region in Oromia – Horn of Africa.
He is arround 80 years old and studied Gadaa Oromo from his childhood. He was forced by the Dergue government and moved to Kenya and lived there for the last 35 years.
During his stay in Kenya, Mr. Dabasa has taught Gadaa Oromo – the socio political and economic system of African tradition currently in the process of registration in UNESCO as the world heritage. Almost all scholars who studied Gadaa have worked with Dabasa consulted him as informant.
15 years ago, Mr. Dabasa established Gadaa Oromo Cultural Heritage institute along with other Oromos in Dagoretti –Kenya.

Activist and Political Analyst Jawar Mohammed On VOA Amharic interview of Assistant Professor Ayele Bekerie (Ph.D) from Mekele University on the necessity of making Afaan Oromo the federal working language

October 15, 2015 | Source;Face Book Page of Jawar Mohammed

I have listened to Dr Ayele Bekere's interview regarding the campaign to make Afaan Oromo the working language of the federal government. 

His point that why choosing Afaan Oromo among tens of other languages is something he brought up just for the sake of argument. He knows very well the political, economic and social factors that drive and necessitate choosing the most widely spoken ones for working language. Dr. Ayele himself testified in this very interview in regards to why Amharic was chosen. The same factors apply for picking Afaan Oromo in Ethiopia or French in Canada. What's really striking is his argument why Afaan Oromo should be written in Sabean alphabet. I am surprised to hear those purely presumptuous argument that is not really expected from a scholar of his stature.

Untold Stories of Oromo political prisoners: The case of Ararso Abachebsa Ismael

October 14, 2015 | By Nageessaa Oddoo

Ararso Abachebsa Ismael 
I met Ararso in June 2004 in Karchelle Prison in Addis Ababa (Finfinnee), Ethiopia. By the time I met him in zone 3 of Addis Ababa Prison also known as Kerchelle, Ararso was already more than 10 years in prison but not sentenced. We were together on Karchelle for a year and then we, along with all other prisoners transferred to Kaliti Prison, we were together in Kaliti prison until March 2007, When I was released, Mr. Ismael told me a bit about his history. 

He was an OLF (Oromo Liberation Front) leader in the Hararge region during 1991, when the OLF was a legitimate political party in Ethiopia. When OLF was pushed out of the transitional government by the TPLF, he was arrested along with many others. They were taken to Hurso Military Camp in Hararge and detained there from 1992-1994. After that, he was transferred to Zeway Prison and remained there until 2000. In these 9 years, he was detained but was never taken to court and was not charged with any crime. 

NUUTU BILISUMMAA IRRAA FAGOO JIRA MOO, BILISUMAATU NURRAA FAGOO JIRA??

Onkoloolessa 12, 2015 | SEENAA Y.G (2005)

Gaaffii Mata duree kiyya har’aa bifa biraan mee haa dhiheessu. Bilisummaatu Ummata Gabroome barbaada moo, Ummata Gabroomeetu Bilisummaa barbaada? YK, Bilisoomu keenya nuutu mirkaneeffata moo, Bilisoomu keenyayyuu Bilisummaatu Afaan baasee nu labsa? Namni Bilisummaa dheebootee maal fakkaata? Ummati Bilisummaa dhabee maliin adda baafama? gaffiile kanaa deebii argachuuf, Ummatoota Gabrummaa jalaa ba’anii, Bilisummaa goonfatan irraa muuxannoo qaban ilaaluu barbaachisaa ta’a. gama kamiinuu deemnu, Ummata Gabroomeetu Bilisummaa isaa barbaada malee, Bilisummaan lubbuu godhatee Ummata Gabroomeef wareegama kaffalee Bilisummaa hin gonfachiiftu. Kun haqadha. Kana waliin ammas kan ilaallu, Ummati tokko Gabrummaa keessaa ba’ee, Bilisummaa isaa goonfachuuf, fedhii fi hawwiin Bilisummaa eeggatamoo, wareegama barbaachisu kaffalee Bilisummaa isaa humnaan labsata? Gabrummaa jala jiraataniif, Bilisummaa hawwuun bu’aa tokkollee hin qabdu. Gabrummaa hadheeffachaa, Ummata gabroomee keessatti duroomuu fi jireenya qananii jiraachuun waan walii fallaadha. Hawwiin Bilisummaa, Gabrummaa jibbaa, Bilisummaa sharafamaa Biyya hanbaa namaa kennituun of daganii of sobaa nama jiraachifti. rafanii ka’anii nyaachuu fi dhuguun nama moosiftee, waan silaa hojjatamuu qabu nama dagachiiftee, gabaasuma Bilisummaaf taasifamuun nama jiraachifti. Ykn warra Bilisummaaf qabsaa’aan qofaa nama jechisiifti. Bilisummaan dhamaa fi mi’aa mataa isaa qaba. Bilisummaa inni dhugaa, jireenyi qananii fedhu jiraatteyyuu, hadhaa keessa ofii hin moosoftu.

Miidhaan barsiisota Oromoo irra gahaa jiru, egeree Oromoo fi Oromiyaa bal’eessuuf duula geggeeffamaa jiru keessaa qaama tokko!

Onkoloolessa 10, 2015 | Leelloo Sabaa Irraa

Guddina fi egeree biyya tokkoof kanneen murteessoo ta’an keessaa tokkko, humna nama baratee qabaachuu dha. Waan kana ta’eef, humna nama baratee ayinaa fi baay’inaan horatuuf ilaalchi jabaan itti kennamee irratti hojjetamuu qaba. Humna nama baratee ayinaa fi baay’inaan horachuuf kanneen ilaalchi guddaan itti kennamuu qabu keessaa tokko, barsiisota ayinaa fi baay’inaan horachuu fi haala jireenyaa dirqama kana bahuuf isaan gargaaru mijeessuufii dha. Mootummaan tokko, guddinaa fi egeree ummata tokkoof kan yaadu ykn kan hin yaadne ta’uu kan ittiin madalamuu danda’u keessaa inni guddichi, humna barsiisotaa ayinaa fi baay’inaan oomishuu, akkasumas, guddinaa fi egeree saba tokkoo keessatti qooda isaan qabaniin kan walgitu haala jireennaa aanjessuufii irratti hojii hojjetamaa jiruu dha.

ITTI BAHI “ABO” TOKKICHA HUNDEESSUU, MAALIIF YEROO FUDHATE ???

Onkoloolessa 10, 2015 | SEENAA Y.G (2005)

Gaaffiin mata duree kiyya har’aa, gaaffii Ilmaan Oromoo hundaati. Gaaffiin Hawwii irraa madditu kun ammoo, hojiidhaan yeroon itti mul’atu fagoo hin taatu. Wanni qalbifachuu qabnu garuu, waan hawwanii fi hojiidhaan mul’atuu qabu tokko, tokko akka hin taaneedha. Waan hin haalamnee tokko, dhaabbilee Siyaasaa OROMOO ilaalchaan tokko ta’an, addatti ABO bakka hedduutti adda baafamuuf yaalamee, ABO tokkichaan gadi dhaabuuf karaa eegallee jirra jedhamee ega labsamee kaasee, Ummati Oromoo itti baha Araaraa obsaan eeggachaa jira. Itti bahi kun yeroo fudhachuu irraa yaadoonni hedduun ka’aniiru. Adeemsi kun fiixaan hin ba’uu kanneen jedhan hedduudha. Mata duree kana qabatanii dantaa isaanii raawwachiisuuf yaadaa fi ilaalcha adda addaa kanneen kennaa turanis ni jiru. yaadoonni dhihaataa turan, adeemsi araaraa yeroo fudhachuu waliin dhugaa fakkaatanii namoota karaa irraa jal’isaniiru. Humnootaa fi Qabsaa’oota, ABO jabaa bakkatti deebisuuf warra of laatanii hojjatan irratti, yaadoota nama qaanfachiisan hedduun dubbatamaniiru. Yaadoota dhuguma Afaan Nama Oromoo ta’ee keessaa ba’aa? jedhamu hedduu dhageenye jirra. Dubbisaa baanes. Tokko tokkon kaasuuf yeroo fudhata. Seenaaf haa taa’u. Sun hundi qabbanaa’aa deemee, hojii haqaa warra cichoomiina gala godhataniin goolabamuuf jira. Inni maaloo araaramaati dubbii fixadhaa jechaa tures, inni tokkummaa dhabuutu nu miidhe jedhee dubbii achi haqaaquu barbaadus, of haa qopheessu. Yeroon qeeqaa fi haasaa itti tarrisan osoo hin taanee, hojiidhaan wal ilaaluuf yeroon isaa dhihaachaa jiraachuu, namatti quba qabuu odoo hin taanee, ofitti quba qabanii ani ga’een kiyya maalii jedhanii of kennan ga’uu isaa hunduu hubachuu qaba. amma jaallannus jibbinus, humna taanee lafaa ka’uuf, bakka murteessaa irra geenye jirra.hubannoo fi qalbiin Ummata keenyaa Biyya keessaa fi alaa sadarkaa gaarii irratti argama. Kana waa hundaan Utubuun dhaabbilee siyaasaa Oromoo irraa kan eegamuudha.

"Didi Didi" by Ittiiqaa Tafarii; Resistance song; the song against eviction, land grabbing and displacement .

           

Paarlaamaan OPDO Murtii Maastar Pilaanii Finfinnee Ifatti Mirkaneesse | Sagalee Qeerroo Bilisummaa – Onkoloolessa 6, 2015

             

             

Godina Arsii magaalaa Dheeraatti namoonni sadii ajjeefaman.

Onkoloolessa 07, 2015 | Oromia Media Network (OMN)

Godina Arsii aanaa Doddotaa magaalaa Dheeratti, ijaarsa seeraan alaa manneenii jechuun, wayta bulchitoonni aanichaa manneen jiraattotaa diigaa turanitti, jiraattotaa fi poolisoota jiddutti walitti bu’iinsa uumameen namoonni sadii lubbuun darbuu himame.
Godina Arsii aanaa Doddotaa magaalaa Dheeratti, guyyoota afur irraa jalqabee bulchitoonni aanichaa, manneen seeran ala ijaartan jechuun, wayta manneen diigaa turanitti, mormii jiraattonni dhageesisaniin namoonni sadii lubbuun darbuu himame.
Jiraataan magaalaa Dheeraa tokko OMN f akka himanitti, manneen jiraattota wayta diiggamaa turanitti, namoonni lama summii dhuguun kan ufi ajjeesan yoo ta’u, namni tokko ammoo manni kiyya diiggamuu hin qabu jechuun, osoo falmatuu poolisiidhaan wal ajjeesan.

ABO: Karoora Master Plaanii Magaalaa Finfinnee Irratti

Onkoloolessa 05, 2015 | Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo
Mootummaan Wayyaanee Karoora Master Plaanii Magaalaa Finfinnee Humnaan Hojii Irra Oolchuuf Murteeffachuun Isaa Qabsoo Mirga Abbaa Biyyummaa Ummata Oromoo Of Booda Hin Deebisu.
Mootummaan Abbaa Irree Wayyaanee/EPRDF/TPLF diinummaa ummata Oromoof qabu hojiin mul’isuu kan eegale aangootti ol bahee osoo hin bubbulini. Saboota biyya sana keessatti argaman keessaa hunda caalaatti diina angafa godhatee kan irratti duulaa turee fi har’as irratti duulaa jiru ummata Oromoo ti.
Biyya Oromoo Oromiyaa humna afaan qawween qabatee bulchiinsa gabrummaa fi abbaa irrummaa ummata Oromoo irratti erga diriirsee waggoota 24n darban keessatti dinagdee fi qabeenya ummatichaa saamee lammiilee hiyyoomsuu fi deegsuun gamatti, ummaticha gaaffii mirga abbaa biyyummaa irraa deebisuuf, qabsoo isaa dadhabsiisuuf danda’amuuf ammoo bal’eessuuf hedduu ajjeesee, kumoota kudhanootaan ammoo hidhaatti guureera. Kumootni dhibbootni sirna cunqursaa fi saaminsaa kana jalaa baqatanii biyya ambaatti koolu galtummaaf dirqamaniiru.

HUBACHIISA OROMIA MEDIA NETWORK IRRAA

Onkoloolessa 05, 2015

Muraan (clip) tokko kan gaafifi deebii OMN irratti dabree irraa muramee ummata Muslimaa dallansiise marsaaalee hawaasaa keessa faca'aa akka jiruarginee jirra.

Torban sadi dura OMN dhimma Irreechaa irratti gaafif deebii namoota sadihii kan sa'aa lamaa ol dheeratu kutaa lamatti qoodee guututti dabrse. Marii dheeraa san keessaa jechoonni muraasni amm falmisisaa (controversial) ta'an kun warra nuti hin beekneen muramee gara marsaalee hawaasaa faca'e. Jechoonnifi yaadni achirratti dabran sun ilaalchaafi akeeka OMN akka hin calaqqifne gad jabeessinee mirkaneessuu feena. Yaada achi keessatti dabreefi jechoota fayyadamaniif kan itti abboomu keessummama dubbatan san ta'us, gama OMN jechoonni ummata mufachiisan akka hin dabarreef gulaalliidhaan qabuu dhabuu keenyaaf dhiifama gaafanna.

"Walii Haa Birmatnu” - Waamicha Jaarmiyaa Qeeerroo Amboo Irraa

Onkoloolessa 04, 2015 | Oromia Press

Qeerroon Oromoo fi Uummatni Oromoo magaalaa Amboo mootummaa Wayyaanee Uummata Oromoo mana jireenyaa irratti diigaa, ajjeesaa balaa beelaaf saaxilaa jiru irratti gaaffii mirgaa kaasuuf jecha barruu warraqsaa ‘’Waliif Haa Birmmannu’’ jedhu bittinnessuun Uummata Oromoo hundaaf waamicha dabarsee jira.

Oromo-TV: Sochiii Muslimootaafi Mirga Amantii Dr. Awwaal Qaasim Waliin

             

Ummanni 150,000 Aanaa Zuwwaay Dugdaa Jiraatu Beelaan Shororkaaya Jira

Onkoloolessa 04, 2015
p1
Aanaan Zuwaay Dugdaa Godina Arsii  qarqaraa haroo dambalii dheerina naannawa harichaa walakkaa ol irra naannofte tan argamtu fi lagni kataar aanicha wallakkatti kutee kan darbu dha. Finfinnee irraa kiloomeetira naanno  150 irratti argamti. Magaalli guddoon  aanatti ogolchoo jedhamti. Aanan kun bahaan Aana xiyyoo(Asallaa), dhihaan Aanaa Adaami Tulluu jiddoo kombolchaa(hara Dambalii ), kaabaan Aaana Heexosaa(Itayya), Kaaba dhihaan Aana dugdaa fii Aanaa Boorra (Maqii ), kibbaan Aana Arsii nageellee fi muunessaa daangoftee kan argamuu yoo tau, ballinni lafa aanicha kiloomeetir iskuweeri 1269, qilleensi aanicha Gammoojjii giddu galeessa fi gogaa, teessumni lafaa diriiraa yoo tau aanattiin guutumatti SULULA QIINXAMAA GUDDICHA keessatti argamti. Baayinni ummataa aanichaa 150,000 kan tilmamudha. Odeefanno aanattii kan sirritti ibsuu barbaadeef sila aana tana MOTUMMAA qofa moo ummatummatu hin bakne kan jedhu irra shakkii waan godheef.

Irreechi Bishooftuu Hora Arsadii Bifa Howwaa Ta’een Kabajame. Mootummaan Wayyaanees Uummata Sakatta’uu fi Hidhuun Beekame.

Onkoloolessa 04, 2014 | Qerroo.org

Onkoloolessa 04, 2015, Irreechi Hora Arsadee Bishooftuu kan 2015 haala aja’ibsiisaa ta’een kabajamee jira. Uummanni Oromoo godinaalee mara keessaa heddumminaan irratti argamuun ayyaana waggaatti Oromoon wal argu kana bifa qindaawaa fi miidhagaan kabajatanii jiru.
Addatti roorroon kan itti hammaate sabi Oromoon walleelee warraaqsaan diddaa mootummaa Wayyaanee irraa qaban muldhifataa oolan.

Iyyatnoo ekeraa goototaa: Lubbuun ummata Oromoo fi dachiin Oromiyaa, walabummaa Oromiyaa qofaan tikfamti

Onkoloolessa 04, 2015 | Leelloo Biyyaa Irraa

12065768_936315009775672_3565773306664701364_nOromoota wayyaba, biyyaa Oromiyaa fi ummata Oromoof: gaddan, hinaafan fi rakkoo hamaan ummatni Oromoo keessa jiru irriba  dhorku biratti, hara’aan tana, bu’ura siyaasaa guddaa ta’anii kanneen argaman keessaa tokko waa’ee ‘Master Plan’ mootummaan Impaayera Ixoophiyaa hojii irra oolchuufi deemuu ti.
Mootummaan gabroomfataa impaayera Ixoophiyaa, Oromiyaa nagaa dhowwaa jiru kun, kan  ‘Master plan’ jedhuunii fi kan ummatni Oromoo ammoo ‘Master killer of Oromoo and  Oromia’ ittiin jedhu, karoora: jireenya, eenyummaa, biyya Oromiyaa, abdii fi fuulduree Oromoo dhabamsiisuu irratti qiyyafate yeroo ta’u, mootii Impaayera Ixoophiyaa kan har’aan tana afaan qawweetiin ummata Oromoo ukkaamsee  saamaa fi ajjeessaa jiru qofaan kan jalqabe osoo hin taane wal-irraa fuudhuun ykn wal-irraa dhaaluudhaan yakka moototi Ixoophiyaa Oromoo fi Oromiyaa irratti raawwataa turanii fi ammaan tana illee itti fufee  irratti raawwataa jiruu dha.

የኢሬሳ/ኢሬቻ በዓል ትውፊትና አከባበር

October 04, 2015 | ፀሐፊ፡ አፈንዲ ሙተቂ

የኢሬቻን በዓል በማስመልከት አንድ ጽሑፍ እናበረክታለን ባልነው መሰረት ይህንን ኢትኖግራፊ ቀመስ ወግ ጀባ ልንላችሁ ነው፡፡ ታዲያ እኛ ባደግንበት አካባቢ በሚነገረው ትውፊት በዓሉ “ኢሬሳ” እየተባለ ስለሚጠራ በዚህ ጽሑፍ ውስጥም “ኢሬሳ” የሚለውን ስም መጠቀሙን መርጠናል፡፡ ወደ ነገራችን ከመግባታችን በፊት በዚህ ጽሑፍ የሚወሱት ጉዳዮች Carcar and the Ittu Oromo በተሰኘው የኢትኖግራፊ ጥናት ውስጥ በሰፊው የሚዳሰሱ በመሆናቸው ጥያቄ ያላችሁ ሰዎች የጥናቱን የመጨረሻ ውጤት እንድትጠባበቁ እጠይቃለሁ፡፡ ምክንያቱም በጽሑፉ ውስጥ ከቀረበው ትረካ በላይ ሄጄ ወደ ዝርዝር ጉዳዮች እንዳልገባ ጥናቱን የማከናውንበት ደንብ ስለሚያግደኝ ነው፡፡ 
----
ጽሑፋችንን የተሳሳቱ ምልከታዎችን በማስተካከል እንጀምራለን፡፡


የዋቄፈንና እምነት ተከታይ የሆኑት ኦሮሞዎች በሙሉ የኢሬሳን በዓል ያከብሩታል፡፡ ይሁንና በዚህ ዘመን በዓሉ በከፍተኛ ድምቀት የሚከበረው የቱለማ ኦሮሞ ይዞታ በሆነው የቢሾፍቱ ወረዳ መሆኑ ይታወቃል፡፡ ታዲያ የበዓሉ ማክበሪያ በሆነው ስፍራ ቆሪጥን የመሳሰሉ በሀገር አቀፍ ደረጃ ከፍተኛ ስምና ዝና ያላቸው ጠንቋዮች የከተሙ በመሆናቸው ብዙ ሰዎች ኢሬቻን ጠንቋዮቹ የዛር መንፈሳቸውን በህዝቡ ላይ የሚያሰፍኑበት ዓመታዊ የንግሥ በዓል አድርገው ይመለከቱታል፡፡ አልተገናኝቶም!!

ባለፈረጀ ብዙውን የኢትዮጵያ መንግሥት የስለላ ተግባር መከላከል፤ እራስን ከስለላ የመከላከያ ብልሃቶች መመሪያ በአማርኛ ተዘጋጅቷል

October 04, 2015 | BY ENDALKACHEW CHALA

ከቴሌኮሙኒኬሽን እስከ ቴሌቪዥን እና ሬዲዮ ስርጭት ያሉ የሕዝብ መገናኛዎች በኢትዮጵያ መንግሥት ቁጥጥር ሥር ናቸው። ይህም መንግሥት በአጠቃላይ የመገናኛ የልማት አውታሮች ላይ ሙሉ የበላይነቱን መያዙ፤ ግላዊነት እና ሌሎች ግንኙነቶች በግልጽ ለስለላ ምቹ ኾነዋል ማለት ነው። በአንዳንድ አጋጣሚዎች የመንግሥትን የተጠናከረ እና ውስብስብ የስለላ መረብ አልፈው የሚደረጉ ግንኙነቶች ቢኖሩ እንኳ በየመንደሩ ያሉ ቁጥር ሥፍር የሌላቸው ጆሮ ጠቢዎች በኢትዮጵያን ላይ የሚዘሩት ፍርሃት ቀላል አይደለም። ለምሳሌ ያህል አጠቃላይ አገራዊ ስምምነት የተደረሰ በሚመስል መልኩ፤ በፖለቲካ ጉዳዮች ላይ የሚወያዩ ግለሰቦች ድምጻቸውን የሹክሹክታ ያህል አሳንሰው ሲያወሩ ማየት ያልተለመደ አይደለም። በተለይ በመዲናችን አዲስ አበባ የራስ ትከሻን እየተጠራጠሩ ማውራት ወይም በታክሲ እንዲሁም በሻይ ቤቶች ቁጭ ብለው የሚወያዩ ሰዎች አፋቸውን ከልለው ማውራታቸው የአደባባይ ምስጢር ነው። በዚህም አስፈሪ እና ዝግ በኾነ ምህዳር ምክንያት ዜጎች ዝምታን መርጠዋል። ዝምታውም ከቁጥጥራቸው በላይ የኾነውን ስለላ በተቃውሞ መግለጻቸውን ዋነኛ ማሳያ ነው። “ዝም ባለ አፍ ዝምብ አይገባም” መሠል አባባሎች አሁን የሚታየውን የፍርሃት ጥግ የሚገልጹ ናቸው። 

Defending Against Overreaching Surveillance in Ethiopia: Surveillance Self-Defense now Available in Amharic

October 04, 2015 | BY ENDALKACHEW CHALA

From telecommunications infrastructure to TV and radio airwaves, the Ethiopian government’s controls over communications infrastructure in the country means that even the most private and personal conversations may be exposed to unwarranted surveillance. In some cases, where communications have escaped the government’s strict monitoring system, human informers have been planted, creating an extreme sense of fear among Ethiopians. There’s an implicit understanding in the country that when discussing politics publicly, one should do so in a low voice so that only those whom they trust can hear. In Addis Ababa, the capital city, it’s not uncommon to see people glancing over their shoulders or covering their mouths when having political conversations in coffee shops or taxis. Because of this fear-provoking atmosphere, many Ethiopians stay silent as a means of protecting themselves against surveillance. A common saying in Amharic signifies the rootedness of silence as a commonly-used protection mechanism: “Blowflies won’t get into a closed mouth.”

Millions hungry as Ethiopia drought bites

October 04, 2015 | News24
The number of hungry Ethiopians needing food aid has risen sharply due to poor rains and the El Nino weather phenomenon with around 7.5 million people now in need, aid officials said on Friday.

That number has nearly doubled since August, when the United Nations said 4.5 million were in need - with the UN now warning that without action some "15 million people will require food assistance" next year, more than inside war-torn Syria.
"Without a robust response supported by the international community, there is a high probability of a significant food insecurity and nutrition disaster," the UN Office for the Coordination of Humanitarian Affairs, OCHA, said in a report.

7.5 Million people going hungry as Ethiopia crisis worsens

October 04, 2015 | Areb News

 The number of hungry Ethiopians needing food aid has risen sharply due to poor rains and the El Nino weather phenomenon with around 7.5 million people now in need, aid officials said Friday.

That number has nearly doubled since August, when the United Nations said 4.5 million were in need — with the UN now warning that without action some “15 million people will require food assistance” next year, more than inside war-torn Syria.


“Without a robust response supported by the international community, there is a high probability of a significant food insecurity and nutrition disaster,” the UN Office for the Coordination of Humanitarian Affairs, OCHA, said in a report.

Caffeen Oromiyaa Pirezidaantii dabalatee hogganoota mootummaa filate.

Onkoloolessa 02, 2015 | Oromedia

 Yaa’iin 2ffaan Caffee Oromiyaa Adaamaatti walgahe, Muktaar Kadir Abbaa Bulguu pirezidaantii mootummaa naannoo oromiyaa taasise sagalee guutuudhaan filate.
Obbo Muktaar Kadir yeroo haaromsaa irraa eegalee sadarkaa hojii adda addaa irratti ummata tajaajilaa akka turan bakka bu’aan mootummaa obbo Dhaabaa Dabalee  wayita seenaafi bara tajaajilaa obbo Muktaar dhiyeessanitti dubbataniiru.

Obbo Muktaar  sadarkaa hooggansaa adda addaa irra kan turan yammuu ta’u waggaa tokkoofi walakkaaf pireezidaantii Naannoo Oromiyaa ta’uun tajaajilaa turaniiru.
Dura taa’aa dhaabbata Demookratawa Ummata Oromoo ta’uun dhiyeeya kana filataman obbo Muktaar Kadir sadarkaa baruumsaatiiniitiin Yuuniivarstii Siiviil Sarvisiifi yuuniivarstii biyya Ameerikaa tokko irraa digirii lammaffaa akka qabanis eerameera.

OMN: Oduu Onkololeessa 1, 2015