Yaadannoo Irreechaa / Irreessaa

Hagayya 31, 2015 | Baqqalaa Jiraataa irraa*

Irreechi/ irreesi ummata Oromoo biratti erga ummatichi uumame irra eegalee kan beekamu dha. Irreechi/irreesi hiika lama qaba. tokko wan irreefatamu yoo ta’u inni lammafanimoo haala irreefanaati. Waantootni irreefataman marga coqorsa, ililii ykn baala abbayyi, ulmaayii fi kkf. ta’uu danada’u. Kuni aaka naannoo ani itti dhaladhee guddadheetti. Naannolee Oromiyaa hafan keessatti kan biroo ta’uu danda’u. Waantoota maqaa dhahaman kana lafa ykn bakka itti irreeffachuun danda’amu kaa’un irreefachuu jedhama. Waantootni irreefatamanii fi haalli irrefachu walitti irreecha/irreesa jedhame.

Joorj Abbuu & Tajuddin Ahmad: "Atleetoota Keenya" [Celebrating Oromo Athletes]


Habiib Kamaal (Kiyya): "Stand Up, Get Up, Qubee Jenereeshiin!" [Oromo Cushitic Music Repp’ing Shaashee-Town]


Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Bahaa Hagayya 27, 2015 Tarkaanfii Diina Irratti Fudhateen 11 Ol Hojiin Ala Godhe

Hagayya 31, 2015 | Sagalee Bilisummaa Oromoo

Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Bahaa Hagayya 27,2015 Tarkaanfii Diina Irratti Fudhateen 11 Ol Hojiin Ala Godhe.... Konkolaataa ORAL Tokkos ZU. Baadhatee Deemu Waliin Daaresse. Loltootni 9s Tarkaanfii Ummataan Hojii Ala Taasifaman.

Abdii fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Godina Baha Oromiyaa keessa sossohu tarkaanfii humna diinaa irratti fudhatu jabeessee kan itti fufe oggaa ta’u, Hagayya 27,2015ttis Dhiha Harargee keessaa karaa guddicha Hararii fi Finfinnee walquunnamsiisu naannoo Hirnaa bakka Kaarra Garbuu ykn Hulaa Cufaa jedhamee beekamutti loltoota wayyaanee konkolaataa ORALii meeshaa waraanaa ZU baadhatee deemu waliin turanitti haxii hidhuun tarkaanfii irratti fudhateen 3 ajjeesee 9 ol ammoo madoo taasisuun ORALicha meeshaa isaa waliin guutummaatti barbadeessuu Ajaji WBO Godina Bahaa beeksise.

Macha-Tulama’s Campaign to Help Olbana Lelisa & Tsaggaayee (Sayyoo) Daandanaa

August 31, 2015
The following is a statement from the Macha Tulama Association (MTA) USA – announcing the launch of its campaign to help political prisoner Olbaanaa Leellisaa & ailing recording artist Tsaggaayee (Sayyoo) Daandanaa.

As many of you know, the well known Oromo artist Tsaggaayee (Sayyoo) Daandanaa has bone cancer, and he is being treated at a hospital. Tsaggaayee is a father of two children. He is asking for your financial support from a hospital bed. To learn more about his condition, click here.

Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Hagayya 27, 2015


Poverty-stricken Ethiopia launches $3million SPACE programme... despite taking £300million in aid from the UK

August 29, 2015 | By John Stevens, Political Reporter for the Daily Mail and Victoria Woollaston for MailOnline
  • It is hoped the scheme, which includes two large telescopes perched on top of Mount Entoto, will increase the country's development
  • Ethiopian astronomers have been criticised for developing a programme when the country remains poor and malnourished
  • But the government believes it will boost farming and communications
Ethiopia, which is receiving £300 million in British aid this year and is one of the world’s poorest nations, is launching its own space programme.

Report: $1.3M Spent on Hotels in Ethiopia for Obama's Two-Day Stay

August 29, 2015 | By Courtney Coren

The federal government spent more than $1.3 million for hotels during President Barack Obama's two-day stay in Ethiopia in July. 

Four hotels were used while Obama and his team stayed in Ethiopia, The Weekly Standard is reporting. 

The Standard had previously reported that a contract with one hotel totaled $412,390. Two other hotels added another $425,000 to the total. A fourth contract asked for approval for the Sheraton in Addis Ababa, Ethiopia's capital, at a cost of $488,141 for 1,236 "sleeping room nights."

A businessman from Florida who was staying in Addis Ababa while Obama was also in town told the Weekly Standard, "The U.S. locals I was working with told me that the U.S. government had bought out the entire Sheraton while Obama was in Addis." 

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Saddeettaffaa

Taammanaa Bitimaa Irraa* | Kutaa Saddeettaffaa
Kutaalee dabran duubisuuf Addana Tuqaa:-[ Kutaa 1ffaa, Kutaa 2ffaa, Kutaa 3ffaa, Kutaa 4ffaa, Kutaa 5ffaa, Kutaa 6ffaa, & Kutaa 7ffaa ]
KUTAA SADDEETTAFFAA
DURADUBBII
Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa saddeettaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa fi nageenyi, bilisummaa fi walabummaan Oromiyaa teenyaaf haa dhufu!*
Kunoo, erga Salaale irraa gara dira (“metropolis“) Finfinnee-tti deebinee bubbullee jirra. Akkuman bilbiltoo-dhaan (telefoonaan) isinitti hime san Kotobee, karra Kolleejii Barsiisotaa fuulduratti wal-geenyeen jirra. Amma wajjumaan gara magaalaa Shanootti qajeella! Magaalaan Shanoo inni amma nuti dhaquuf deemnu kun magaalaa Shanoo isa naannoo Abbichuu Galaanitti argamu malee, isa naannoo Meettaa Roobiitt argamuu akka hin taane, ni beektu. Waan hundaafuu mee dubbii wayii bakkuma amma jirru irraa haa jalqabnuu: “Kotobee”  jechuun Afaan Oromootiin maal jechuu akka tahe yaadattuu-laa? “Kotobee“-n jecha “kotoba” jedhamu irraayyi madde. “Kotoba” jechuun “biyyee diimaa” jechuu dha. “Kotobee” jechuun immoo “lafa biyyee diimaa” isa jedhu kan ibsu.

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Torbaffaa

Taammanaa Bitimaa Irraa* | Kutaa Torbaffaa

Kutaalee dabran duubisuuf Addana Tuqaa:-[ Kutaa 1ffaa, Kutaa 2ffaa, Kutaa 3ffaa, Kutaa 4ffaa, Kutaa 5ffaa,  & Kutaa 6ffaa, ]
KUTAA TORBAFFAA
 DURADUBBII

Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa torbaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa fi nageenyi, bilisummaa fi walabummaan Oromiyaa teenyaaf haa dhufu!

የኦሮሞ ኢትዮጵያዊነት [የአሰፋ ጫቦን ለከፋ ምክንያት በማድረግ የተጦመረ-በኣፈንዲ ሙተቂ]

August 20, 2015 | በኣፈንዲ ሙተቂ

ብዙዎቻችሁ የኦሮሞ ኢትዮጵያዊነት ትዝ የሚላችሁ “ገንዘቤ ዲባባ ወርቅ አመጣች” ወይንም “ቀነኒሳ በቀለ በኦሎምፒክ ሪከርድ ሰበረ” ሲባል ብቻ ነው፡፡ በሌላ ጊ...ዜ ግን ኦሮሞ ከሌላ ፕላኔት የመጣ ወራሪ፣ ባዳ፣ አሽከር፣ ጂንጂ ጀቡቲ እንደሆነ ነው የሚሰማችሁ፡፡ ኦሮሞ “ኢትዮጵያዊነትን እፈልጋለሁ፤ ኢትዮጵያዊ መሆንን እሻለሁ” ብሎ ሲናገርም እምነት አትጥሉበትም፡፡ ለናንተ ኦሮሞ ኢትዮጵያዊነትን የበጠበጠና ሊበጠብጥ ያሰፈሰፈ እንጂ ከልቡ ኢትዮጵያዊ መሆን የሚችል ህዝብ አይደለም፡፡ የሚገርመው ታዲያ እንዲህ ብላችሁ የፈረጃችሁት ህዝብ “ኢትዮጵያዊ እንዳልሆን ከለከሉኝ፣ ስለዚህ መገንጠል ይሻለኛል” ብሎ በሚናገርበት ጊዜ “እሪሪሪሪ… ሀገር ይያዝልኝ” እያላችሁ መሬቱን የምትደበላልቁ መሆናችሁ ነው፡፡ መራቱ… በዘበዛ ሁላ!!

Ijoo Dubbii ABO: Qabsoon Bilisummaa Hojiin Malee Ololaan Bakka Hin Gahu

Hagayya 16, 2015 | Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Jaarmayoota siyaasaa, sabboontotaa fi kanneen mirga namoomaaf falman marti mootummaa empaayera Itophiyaa irratti of aangomsee jiru irraa hammeenya suukanneessaa gosa adda addaa raawwatamaa turee fi jiru irraa karaa itti mirgi ummatootaa kabajamee nagaa waaraa fi bilisummaan mirkaneeffamu, ummatootni dhumiinsa, hidhaa, baqaa fi beela irraa baraaraman faluu irratti xiyyeeffatuun qabsaawaa turan. Hanga qabsoon godhan milkaa’uttis qabsoo itti fufanii jiran.
Haalli siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaa empaayera Itophiyaa yeroo ammaa wayyoomina agarsiisuu irra kan duraanii caalaatti hammaataa arreedaa akka jirus ifatti mul’ata. Addatti ammoo filannoo kijibaa wayyaanee marroo 5ffaa Waxabajjii 2015 adeemsifameen, dhibbaa dhibbatti mo’atuu isaa qaaniin alatti eerga labsateen asitti ummaatootni empaayera kanaa fedhii fi filannoo isaaniin alatti akka murna bicuu jalatti Ameen jedhanii bulaniif dirqisiifamaa jiran.

Waamicha QABSOO

Hagayya 16, 2015 | Walaloo

Obbo Olbaanaa Leellisaa Mana hidhaa Qaallittii keessatti garmalee dhukkubsataa jiru.

Hagayya 16, 2015 | Oddu Oromia Media Network (OMN)

Oromummaa isaaniitiin yakkamuun mana hidhaa Qaallitiitti kan darbataman Obbo Olbaanaa Leellisaa, dawaa gahaa ta’e dhabanii dhukkuba garagaraatiin dararamaa akka jiran himamame.
Mootummaan Itoophiyaatiin hidhamee mana hidhaatti gidiraa olaanaa argaa jiraachuun kan himame Obbo Olbaanan, wal’aansa gahaa ta’e akka argataniif Oromoon bakka jirutti dhiibbaa akka godhuufi maatiisaanii rakkina garagaraatiif saaxilameef birmachuudhaan aantummaasaa mul’isuun akka irraa eegamu ibsameera.

ABO -> AWO -> Jijjiirama -> ADO -> KWO -> ??? fi THBO … Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru?

Hagayya 16, 2015 |Gadda.com | Abdii Boruutiin*

Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti hin seenin dura, warra maqoota jaarmayaaota Oromoo kana hin beekneef ykn hirraanfataniif ibsi isaanii akka armaan gadii ti:

   ABO = Adda Bilisummaa Oromoo
  AWO = Adda Walabummaa Oromiyaa
  Jijjiirama = warra maqaa ABOtiin bara 2008 mooraa kana keessatti jijjiirama fidna jedhanii garee biraa uuman
  ADO = Adda Diimookraatawa Oromoo
  KWO = Kallacha Walabummaa Oromiyaa (kan dhiyoo kana maqaa jijjiirrate)
  THBO = Tokkummaa Hmnoota Bilisummaa Oromiyaa (kan ULFO dhaan beekamu)
  ??? = Yaa Waaqayyo/Rabbi maal nu dhageessisuuf jirta?

 
Waayee jaarmayoota keenyaa, gadifageenyaan beekuu baadhullee, akkan hubadhutti kan THBO irraa hafan hundi isaaniituu warra qaama ABO turanii dha. Jaaramyootni miseensota THBO tokko tokkollee akkasuma warruma duraan qaama ABO turan natti fakkaatu.

LABSA TOKKOOMUU ABO FI GQM-ABO

Hagayya 13, 2015 | Sagalee Bilisummaa Oromoo

Marii yeroo dheeraa ture xumura itti gochuun, Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Gurmu...u Qabsaawootaa fi Miseensoota-ABO (GQMABO) guyyaa labsi tokkoomuu kun bahe irra kaasee, Caasaa ABO tokko jalatti hiriiruun bifa hundaan Qabsoo Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa ABO dhaan gaggeefamaa jiru humneessuuf walii galtee guutuun xumurannee jirra.
Mariin yeroo dheeraaf bifa hundaan gaggeefamaa ture kun, qabxiilee ijoo ta’an kan hammate fi akkasumas toftaalee fi tarsiimoo kaayyoo masakaa kan mirkaneesse ture. Mariin kun hirmaanaa sabichaa (Saba tokkicha, biyya tokkicha fi hiree tokkicha) kan jedhu, dantaa ol’aanaa taasifachuun gadi fageenyaan kan irratti marihatee fi Qabsoo Bilisummaa fi Walabummaa Oromiyaa fuulduratti furgasuuf qabxiilee armaan gadii kanneen irratti hunda’uun tokkummaan masakamuuf kan xumurame ture:

Theorizing Oromummaa (Presentation Video and Paper By Asafa Jalata (Prof.)

August 10, 2015 | Paper presented at the 29th Oromo Studies Association (OSA) Annual Conference
Theorizing Oromummaa
By  Asafa Jalata (Ph.D.)*


The main purpose of this paper is to theorize Oromummaa by conceptualizing it on different levels and offering theoretical insights and critical analysis of the Oromo national movement in relations to the struggles of other colonized and oppressed peoples.[1] Theorizing and conceptualizing Oromummaa specifically in relation to the ideological problem[2] of the Oromo nation movement and that of the others require recognizing the need to transform thinking and scholarship in Oromo politics and studies in order to critically and thoroughly assess the prospects for Oromo politico-cultural transformation and liberation. Theoretically, critically, and practically comprehending Oromummaa as Oromo nationalism, national culture, and identity is essential because the Oromo nation is the fulcrum for bringing about a fundamental transformation in the Ethiopian Empire and the Horn of Africa in order to establish sustainable peace, development, security, and an egalitarian multinational democracy.

Waan ajaa'ibaa magaalaa Finfinnee keessatti ta'aa jiru

Hagayya 10, 2015 ; Jiiraataa Magaalaa Finfinnee irraa

Magaalaa Finfinnee keessatti uumanni Zayitaa fi sukkaara dhabee gidirfamaa jira. Akkuma beekamu mootummaan Ithiyoophiyaa Zayitaa fi sukkaara erga harka daldaltootaa jalaa baasee harka isaa jala galchee waa bubuleera. Haata'u malee nuti uummannii magaalaa kana keessa jiraannu, sa'aa barbaannetti Zayita fi sukkaara bitachuu dhabnee rakkachaa jirra. Yoo jira jedhames ji'atti takkaa dhufa. Isumayyuu ganamaan dhaqnee yoo hiriirree dhaabachuu baanne osoo hin argatiin dhume nuun jedhu.

Hojiin Miidiyaalee Oromoo Harka Tokkoon Ijaaraa Harka Kaaniin Diiguu Akka Hin Taane! (Miidiyaalee Oromoo Hundaaf)

Hagayya 10, 2015 | Malkaa Caffee Irraa*

oromia-knwoledge-and-social-media-sourcesCarraa guddinni ‘technology’ yeroo ammaa argamsiise irraa Miidiyaaleen Oromoo muraasni kan dhimma Oromoo tajaajiluu irratti hundeeffaman horatamuun waan nama gammachiisaa ti. Isaan kun hundi akka tokkotti firii Qabsoon Bilisummaa Oromoo argamsiise tahuunis hin falamsiisu. Kan ummatni Oromoo isaan irraa eeguu fi kan isaan himatanis galma gahiinsa QBO milkeessuutti waan gumaachu hojjechuu dha. Dhimma kana irratti jabinaa fi hanqina jiru qalbii guutuudhaan hordofanii jabinni jiru akka daran guddachaa deemuu fi hanqinni mul’atu akka guutamaa fi wayyaawaa deemuuf yaada kennuudhaan haa tahu akka danda’ame hundatti qooda gama ofii bahachuun dirqama sab-boontota Oromoo maraa ti. Miidiyaalee keenya nuutu guddifata amantii jedhu irratti hundaawuudhaanin yaada kiyya kan dhimma kana ilaalu akka armaan gadiitti gabaabsee dhiheessa.

Garaagarummaa AFD fi PAFD

Hagayya 10, 2015 | Abdii Boruutiin

Gara dhimma mata-duree kanaatti otuu hin seenin dura, jechootni lamaan AFD fi PAFD Afaan Ingiliziitiin (AFD = Alliance for Freedom and Democracy; (PAFD = People’s Alliance for Freedom and Democracy) yommuu ta’an, barreeffama kiyya keessatti ittifayyadamuudhaaf akka natti tolu garuu Afaan Oromootiin akkanattin ibsa:
AFD= TBD (Tumsa Bilisummaa fi Diimookraasii)
PAFD = TUBD (Tumsa Uummataa kan Bilisummaa fi Diimookraasii)
Asirratti wantin hubachiisuu barbaadu, warri tumsa kana ijaaran, yoo jechoota lamaan kana Afaan Oromootiin karaa biraatiin kan hiikan ykn ibsan ta’e, dogoggora asitti godhameef dursee dhiifama gaafachuun fedha. Itti aansuudhaan, warra ykn jaarmayoota tumsa haaraa kana ijaaraniin baga gammaddan, baga milkooftan jechaa; tumsi haaraan kuni ammoo kan humna cimaa uumee, injifannoo fidu akka ta’u hawwii kiyya ibsuun barbaada.

Ibsa Ijjannoo Koree Dandamachiiftuu Dhaaba ABO Jijjiramaa Afrikaa Kibbaa

Hagayya 04, 2015 | Koree Dandamachiiftuu ABO-Jijjiramaa

ABOn Jijjiramaa B/G/Kamaal Galchuutiin hogganamu Augest/Hagayya 2/2015 ibsa ijjannoo baasee jira. Ibsi ijjannoo kunis kaayyoo kaleessa akaakayyootaa fi abbootii teenya irraa dhaaluudhaan jaallan qaqqaaliin irratti wareegaman, barattoonni qaroo ijaa saba Oromoo ta’an, dhiiraa fi dubartiin Oromoo akkasumas qaamni hawaasa Saba kanaa woliigalatti lubbuu jijjiirraa hin qabne aarsaa itti kafalan, itti hidhaman, qabeenya isaanii itti saamaman, biyyaa itti ari’aman fi Ilmaan Oromoo hayyuu fi gootowwan kumaatamaan lakkaayaman mana hidhaa waayyaannee adda addaa keessatti gidiraa biyya lafaa argaa jiran, gochi bineensummaa irratti raawwatamaa jiran, torture itti ta’aa jiran maqaa Dhaabaa fi Alaabaa teenyaa ta’uu ilmi Oromoo dhiiraa fi dubartiin xiqqaa fi guddaan waan beekudha.

ABO-Jijjiramaa B/J Kamaal Galchuun Hogganamuu Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) Jedhee of Moggaasun Ibsa Ijannoo baase

Hagayya 04, 2014 | Ibsa Ijannoo Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO)

Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee gabroomfattoota Habashaa jalatti bulee hinbeeku. Ummanni keenna erga gabroomffattoonni balbala isaa gahanii kaasee humnna qabu hundaan lola ufirraa ittisuu (War of resistance) dabalatee gootummaadhaan diinota isaa falmaa ture.

Qabsoo Ummata Oromoo haalli seenaa tokko tokko jidduu seenanii yoo bifa biraa qabsiisanillee (lola xaaliyaanii, sochii Mangistuu Nuway, Warraaqsa bara 1974 fi dhufaatii Wayyaanee kan bara 1991) qabsoon teenna waggoota dheeraa kanniin keessatti kufaa ka’aa yoona geettee jirti. Qabsoon Saba keennaa tun, akka ammayaatti kan eegalamte bara 1973 hundeefama Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) tiin akka ta’e namiifuu ifa galaadha. Qabsoon bara dheeraaf hoggansa dhaaba siyaasaa dhabdee kufaa, ka’aa achi geette yeroo jalqabaatif ilmaan Oromoo gootummaadhaan ka’anii dhimma Saba ufiitiif akkasumas dhimma biyya ufiitif (Oromiyaaf) falmmudhaaf sagantaa siyaasaa qopheeffatanii waanjoo gabrrummaa kuffisuudhaf sochiin taasisan, sochii seenaa qabeesssa jennee amanna.

Losers and Galtuus officially surrendered to an enemy: The shameful side Of Oromo diaspora

August 04, 2014 | Source: From Liiban Jaldeechaa's Face Book*

They are coming home- in large numbers. Ex-OLF members who spent years in TPLF detention cells, who during their painful time found their ways to Kenya, Somali, Djibouti, Sudan, Yemen ... and finally settled in Western countries on the basis of their fear for their lives. These guys are now marching home in large number, it is almost like exodus. It appears that their FEAR of TPLF had disappeared. Who would have thought one day these OLF guys call TPLF a democratic government, just like president Obama did last week? One might speculate these have happened for three reasons:
  1. TPLF is changed, become democratic and accommodate political differences.
  2. The diaspora elements, due to relentless effort by TPLF to lure them to come back home, have changed their minds and finally fallen to the trap of TPLF.
  3. Life in the Western world has changed them, and forced them to look back home.