Pages

OLF IN THE SWEDISH PARLIAMENT AND OROMO YOUTH IN GLOBAL INTERCULTURAL SHOW

April 30, 2016
"Banned and forced out of Transitional Government": Struggle for National Rights and Democracy, in the Era of a “New World Order" - the Case of OLF by Dr. Shigut Geleta full speech.
Dear Mr. Chairman,
Esteemed members of the Swedish Parliament,
Dear Honourable guest speakers,

Ladies and Gentlemen,

First of all, I would like to thank and convey my deepest gratitude to the organizing committee for inviting me to present a paper on this seminar on behalf of the Oromo Liberation Front, OLF. It is a great privilege and honour for me and my organization to be here today representing the Oromo people.

Ladies and Gentlemen, 

The topic on which I am going to speak is “Banned and forced out of Transitional Government: Struggle for National Rights and Democracy - the Case of OLF”. My presentation is organized in five main parts:-

  1. I will give some background on the Oromo people and Ethiopia.
  2. I will elucidate the birth and grand objectives of the OLF and its formidable role in the past, today, and the future politics of Ethiopia.
  3. I will try to indicate how the vision of “New world order” challenged by Global War on Terror (GWOT).
  4. I will skim over the current situation in Oromia/Ethiopia, and finally,
  5. I offer my organization’s view on the way forward. 

U.S Department of State Press Statement on Ethiopia's Charges of Terrorism Against Political Leaders

April 30, 2016 | U.S Department Of State
Press Statement
John Kirby 
Assistant Secretary and Department Spokesperson, Bureau of Public Affairs
Washington, DC
April 29, 2016
The United States is deeply concerned by the Government of Ethiopia’s recent decision to file terrorism charges against Oromo Federalist Congress (OFC) First Vice-Chairman Bekele Gerba and others in the Oromia region who were arrested in late 2015.
We again urge the Ethiopian government to discontinue its reliance on the Anti-Terrorism Proclamation law to prosecute journalists, political party members, and activists, as this practice silences independent voices that enhance, rather than hinder, Ethiopia’s democratic development.

HIDHATA ABAARII FII MOOTUMMOOTA HABASHAA

Ebla 29, 2016 | Abbaa Urjii Irraa*

C:\Users\HiFive\Pictures\Abbaa Urjii.jpg
"Duumeeysaa rooba fida - roobaa galaana fida," ja'u. Kuni gaafa jiruu fii jireenyi lammii dhunfata isaanii jala ture, gaafa uumamni (nature) sadoo fii gammachuun hawaasa badhaasu. Ee! Gaafasumaa, ali-ali/yaroo-garii duumeeysi qe’eerraa ni dhabama. Duumeeysi dhabamnaan roobni ni hanqata. Roobni hanqannaan boolla midhaanii banatu. Bonni walitti dhaabbatee midhaan boolla ifii keessa jiru yo fixan kan gandaa, san dhumnaan kan gosaatti abaar bahu. Kana dabarraan, "Maganeey magan!" tu dhufa. Meeyra jiidhaa qabatanii, “Maganeey magan!” jechaa hujuba dhaqanii qoma qulqulluun Maganoo kadhannaan, alasuma Leeymoon jirkaa roobaa waaqarraa gadi harcasee, namaa-sa'aa fii mukaa-citaa dheebuu baasa." Ja'an, dur…, dur…, odoo warri uumaa fii uumamaaf kabajaa hin qabne lammiirratti hin abboomin; odoo Hujubni Qullubbii Galma Gabreelitti hin geeddaramin.

Barsiisaa Girmaa Tujubaa Humna Hidhattoota Wayyaanee TPLF Ajjeefamuun Beekame.

Ebla 29, 2016 | Qeerroo.org

Godina W/Lixaa Najjootti dhalatan. Digirii isaanii jalqabaa Yunbarsiitii Gondor irraa “Marketing management” dhaan xumuran sana boodas Mana barumsaa Qophaa’inaa Naqamteetti barsiisaa ta’anii ramadamuun hojii barsiisummaa itti fufan, B/saa Girmaa Qaxalee aadaa hojii cimaa akkuma Oromoota bara durii sanaa kan qabu waan ta’eef Yeroo isaa Barsiisummaadhaan M/B Qophaa’inaa Naqamteetti dabarsu irraa kan hafu akkanumaan balleessuu waaan hin barbaannef, dabalataan Yunbarsiitii Riiftivaalii dame Naqamteetti ramadamuun Dukkana doofummaa uummata keenyatti baay’ate sana lammiiwwan isaa lubbuu isaa caalsisee mararfatu sanarraa kaasee waaroo qoroominaafi ifa barnootaa argamsiisuufiif kutannoodhaan utuu hin nuffiin barsiisuu itti fufan Nama baay’ee sabboonaa M/b saa lamaanittuu sabboonummaa isaaniin dorgomaa hin qabne turan gaafa guyyaa 26/03/2016 wayyaaneen galgala naannoo sa’a 1 fi 2 gidduu utuu isaan Barsiisaa turanii galanii Yuunvarsiitii Riifti vaalii fuulduratti konkolaataadhaan irra baasuun ajjeesan. Waan nama gaddisiisu takkaa dhahanii erga kuffiisanii booda si’a lama irra deebisuun ajjeesan.

Ijaaramuu Tumsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ilaalchisee Ibsa Ejjennoo Qeerroo Bilisummaa Biyya UK

Ebla 22, 2016 | Qeerroo.org

Qeerroon Biyya UK damee tokko jalatti ijaaramaa jiru

Qeerroon biyya UK adeemsa qabsoo Oromoo finiinaa jiru keessatti qooda fudhachuu fi akkasumas gumaacha isaan irraa eegamu taasisuuf ijaarsa eegalanii jiru.
Adeemsi ijaarsa qeerroo kuni kaanan dura kan yaadamee itti adeemamaa tures yoo ta’e illee hojiitti seenamee milkiin itti argame quubsaa hin turre. Gama biraan dargaggoonni magaala adda addaa keessa jiranis bifa adda addaan walitti dhufanii kan socho’aa turan yoo ta’e illee seera ittiin buliinsa barreefame qabaachuu dhabuu fi sochii ture sadarkaa biyyatti gochuu dhabuun  gumaacha qeerroon gochaa turan walbubusuu bira darbee tokkummaa ilaalcha qeerroon qabu irratti illee golgaa ta’ee haguugaa ture.

Ethiopia Charges Prominent Opposition Member Bekele Gerba, Others With Terrorism

April 22, 2016 | Addis Standard

Prosecutors have today charged 22 individuals, including prominent opposition member Bekele Gerba (pictured), first secretary general of the opposition Oromo Federalist Congress (OFC), with various articles of Ethiopia’s much criticized Anti Terrorism Proclamation (ATP). Addis Standard could not obtain details of the charges as of yet.
However, charges include, but not limited to, alleged membership of the banned Oromo Liberation Front (OLF), public incitement, encouraging violence, as well as causing the death of innocent civilians and property destructions in cities such as Ambo and Adama, 120km west and 100km east of Addis Abeba during the recent Oromo protests in Ethiopia.

Hara'aa Ebla 15 Qeerroon Yuniversitii Wallaggaa Guyyaa Gootota Oromoo Kabajachuun Ibsa Ejjennoo Baafatan.

Ebla 15, 2016 | Qeerroo.org

Har’a Ebla 15 Nuti Qeerroon Bilisummaa Wallagga Bahaa Guyyaa Gootota Oromoo Kabajannee Olleerra Jedhu Qeerroon.
  1. Yaadannoo wareegamtoota goototni oromoo shinniigaatti kafalan.
  2. Wareegama Qellem wallaggaa Gidaamiitti Summii diinni qopheesse nyaatanii lubbuun darban.
  3. Wareegama uummata Oromoo keessatti immoo qeerroo fi qarreen baratoota oromoo bara 2014 ji’a eebilaa fi 2016 ji’a sadaasaa haga eebila 15tti kafalaa turaniidha.
  4. Lammiilee Oromoo kuumaatammatti lakka’aman sababa oromummaa saanii qofaan yakkamanii, qilleensa Uumaan badhaasee isaanii kenne dhorkamanii halkanii guyyaa mooraa diinni qopheessite Maayikelaawwii, Qaallittii, Qilinxoo, Zuwaay, Shawwaa Roobit, fi manneelee dhoksaa namni kamuu hin beeknetti dararamaa jiran hidhamtoota oromoo hunda hammata.

Guyyaa Gootota Oromoo kan Bara 2016 Ilalachisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Ebla 13, 2016 | Ibsa ABO

Guyyaan Gootota (Wareegamtoota) Oromoo Ebla 15, 1980 irraa eegalee waggaa waggaan kabajamaa fi yaadatamaa yoona gahe. Gootota gaafa alagaan biyya Oromoo cabsuuf itti duule diina biyya ofii irraa ittisuuf jecha diddaa gabrummaa irratti wareegaman dabalatee qabsaawoti bilisummaa Oromoo bifa adda addaan hanga har’aatti wareegama baasan hunda guyyaa kana yaadatna. Kana waliin, guyyaan wareegamtoota Oromoo, guyyaa miseensoti Adda Bilisummaa Oromoo, deggertootaa fi uummati Oromoo bal’aan kaayyoo sab-boontoti Oromoo dabran wareegamaniif galmaan gahuuf waadaa seenan itti haaromsani dha.

Godina Oromiyaa magaalaa Bishooftuu irraa barattootni Oromoo 60 olitti lakka’aman humna waraanaan qabamuun hidhaatti darbaman.

Ebla 13, 2016 | Qeerroo.org

Godina Oromiyaa Bahaa magaalaa Bishooftuu irraa barattootni Oromoo 60 olitti lakka’aman humna waraanaan qabamuun hidhatti darbaman. Barattoota Oromoo manneen barnootaa Bishooftuu sadarkaa 1ffaa, 2ffaa fi Qopha’ina irraa baratan kunneen torbee darbee keessa sababaa gaaffii migaa karaa nagaa fi dimookiraasii gaaffachuun Sagalee isaanii waan dhageesisaniif qofa waraanaan dararamaa jiru. Ebla 7/2016 humna waraana wayyaanee Agaazii fi poolisii federaalaan Hidhatti ukkanfamuu guuramanii hidhaman. Barattootni Hidhaman kun Umriin Isaanii kanneen gannaa 14-18 gidduutti Argaman ta’uun hubatamee jira.

Ethiopia: Deafening Silence From Ethiopia

April 13, 2016 | Human Rights Watch (Washington, DC) | By Felix Horne

Since November, state security forces have killed hundreds of protesters and arrested thousands in Oromia, Ethiopia's largest region. It's the biggest political crisis to hit the country since the 2005 election but has barely registered internationally. And with the protests now in their fifth month, there is an almost complete information blackout.
A teacher arrested in December told me, "In Oromia the world doesn't know what happens for months, years or ever. No one ever comes to speak to us, and we don't know where to find those who will listen to our stories."

Ethiopia’s Smoldering Oromo

April 12, 2016 | Inter Press Service (IPS), News Agency | By James Jeffrey

The Oromo protests have reportedly resulted in deployment of the maroon-bereted
 agazi, an elite military force, to support police. Credit: James Jeffrey/IPS
The Ethiopian government’s most serious domestic political crisis in more than a decade began over a scruffy football field appropriated by local officials for development.
After students responded by taking to the streets of Ginchi, a small town 80km from the capital, Addis Ababa, their protest was quickly quelled. But a spark had been lit for what has turned into an outpouring of grievances by the Oromo—Ethiopia’s largest ethnic group, accounting for about a third of the country’s 95 million population.
As protests spread, they ostensibly focused on a plan to expand the Ethiopian capital’s city limits into Oromia—the largest of the federal republic’s nine regional states and two city states—which encircles Addis Ababa.

Ayyaana Gootota Bilisummaa Oromoo kan bara 2016 ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa.

Ebla 09, 2016 | Ibsa Qeerroo Bilisummaa

Ebli 15 seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti guyyaa yaadannoo olaanaa qabudha. Guyyaan kun guyyaa nuti Gootota Oromoo Bilisummaa saba kenyaaf osoo falmanii wareegaman itti yaadatnu qofa osoo hintaane, guyyaa nuti kaayyoo isaan irratti wareegaman sana fiixaan baasuuf hirbuu keenya itti haaromsinudha. Ummatni Oromoo bal’aan keessattuu qabsaa’otni fi deggertootni Bilisummaa Oromoo, Ebla 15 miira laamaan yaadanna.  Gama tokkoon wareegamuu Qaroowwanii fi Gootowwan keenya kanaatti gaddi guddaan yeroo nutti dhaga’amu, gama kaaniin ammoo dhiigni isaanii Gootowwaan hedduu magarsee, dhaloota haarawaa muraanoo guutuun mirga saba isaaniif qabsaawan waan horeef;  guyyicha yeroo yaadannu jabina, gootummaa fi abdii guddaatu nutti dhaga’ama.

Call for Unity of OLF factions

April 09, 2016 | By Dereje Bacha, Ph.D
Dear All
With sacrifices and commitments of our people, we have scored victories and encountered challenges. The brutality of the regime and our people aspiration to govern ourselves are globally known. Within a short period of time, we demonstrated to the world, in particular to the regional players, how our unity can contribute or influence the horn of Africa and threat for the regime enjoying military and diplomatic support for decades.

Oromiyaa Godinaalee Adda Addaa fi Manneen Barnootaa Keessatti FXG Jabaatee Itti Fufee Jira.

Ebla 08, 2016 | Qeerroo.org

Oromiyaa Ilubbaabooritti Eebla 6, 2016 eegalee barattoonni sad.2ffaa fi qophaa’inaa algee Mattuu, Beddellee’ barnoota hin barannu, hanga warri hidhaman hiikamnaitti qormaata biyyoolessaa hin qoramnu jechuun FXG kaasan addaan osoo hin kutin itti fufanii jiru.
Godina Shaggar Bahaa Bishooftuuttis barattoonni sad.2ffaa fi sad.1ffaa liiban Cuqqaalaa FXG uumanni kaaseen humni waraana Itiyoophiyaa tarkaanfii uummata irratti fudhatuuf yaalus uummanni ofirraa deebisee jira.
Naannoo Finfinnee dukamitti Eebla 5, 2016 barattoonni qophaa’ina dhiiqa ergisuuf heyyamasaanii kennanii hojjettoonni fayyaa yeroo gara mooraa mana barumsaa seenan dhiigi keenya osoo iddoo hundaatti dhangala’uu akkamiin dhiiga ergisaa jedhamna jechuun FXG kaasanii tarkaanfii lukkuulee Wayyaanee irrattis fudhatamee jira.

Oromia at the Crossroads: Qeerroo Led Revolution: Bloody, but Unbowed

April 01, 2016 | By Albasa Dagaga*

Qeerroo and TPLF are at loggerheads. On the one hand, the TPLF is doing everything imaginable to suppress Oromo national uprising including the use brute force. On the other hand, Qeerroo is challenging the status quo conquering fear and willing to pay any price to free Oromia once and for all. Throughout history, the price of freedom for all has been paid by a few who loved freedom enough to pay the cost for everyone, and in the case of Oromia, Qeerroo is paying the price of freedom for all at a heavy cost, facing ruthless and inhuman enemy armed to the teeth. The Oromo peaceful struggle to be free from TPLF tyranny has intensified the past 4 months. The level of violence –arrests, torture, and shooting and killing, murdering and dumping–by TPLF special-forces and the army against peaceful Oromo demonstrators and public disobedience is reaching a very dangerous point. Unless TPLF makes radical change, which is unlikely, we may be witnessing a replay of the Khmer Rouge period rule of Pol Pot, Nuon Chea, Ieng Sary, Son Sen, Khieu Samphan and the Communist Party of Kampuchea over Cambodia repeating itself in Oromia. The main difference this time, TPLF is not supported by Moscow or Beijing, but by cynical western “democracies” in the name of protecting their “national security interest”; an irresponsible and short-sighted policy that is grounded in egocentric short-term interest and surely destined to inflict heavy damage to their long-term interest and to the democratic values they ritualistically preach. After all, it has been said that, the degree to which souls cooperate with evil is directly proportional to the degree of suffering that will befall humanity, and not just humanity, but all of nature as well.