AJJEECHAAN UUMMATA OROMOO YOOM DHAABBATA?

Onkoloolessa 25, 2018 | Berhanu Hundee irraa
Akkuma hunduu beeku, jijjiirama har’a biyya Itoophiyaa jedhamtu tana keessatti argameef hundeen sochii uummata Oromoo fi addatti immoo Qeerroo Oromoo ti. Kana jechuun abbaan qabsichaas ta’e kan injifannoo silaa uummatuma Oromoo ti jechuu dha. Injifannoo booda hunduu nagaa fi gammachuudhaan jiraachuuf jedhameeti qabsoo hadhooftuun kan godhamu. Kan nama gaddisiisu garuu, injifannoo sochiin uummata Oromoo argamsiisetti har’a hunduu ittiin bashannanaa yeroo jiranitti, uummata Oromoorraa garuu ajjechaan hin dhaabbanne. Kuni maaliif ta’e?
Sochiin uummata Oromoo kan Qeerroon durfame, sirna Abbaa Irree Wayyaanee caccabsee, laaffisee, isaanis Maqaleetti galchee kunoo har’a jijjiirama argamsiisee jira. Humnootni hunduu kan uummata Oromootiif qabsaa’anis ta’ee kan farra-QBO ta’an hunduu biyyatti galanii akka barbaadanitti asii fi achi deemaa jiru. Waan barbaadan godhaa jiru; akka barbaadanitti dubbachaa jiru. Uummata kana galateeffachuun isaanirra osoo jiruu; Oromoo diina godhatanii shira irratti hojjechaas jiru. Kuni ta’aa osoo jiruu gama biraatiin ajjeechaan ilmaan Oromoorra gahu ittifufee jira.

Mr. René Lefort’s latest article is mostly full of unfounded allegations, dangerous, biased, and sourced by TPLF Criminals, ESAT and Facebook Gossips

October 15, 2018 | By Abbaa Oromaa, Ph.D

Just like the French people, the German people, the Oromo people’s allegiance is allegiance to the Flag of the Oromo people – a symbol of freedom and the Oromo National Struggle for justice, Freedom, and ending economic and cultural domination by the Abyssinians not to an individual or an ideology.
Mr René Lafort , “Ethiopia: Climbing Mount Uncertainty”.
This article is full of unfounded allegations, dangerous, and bias.  The source of some of the assertions are Facebook and Twitter gossips and some Oromo Phobia Media like ESAT. The valid points raised in the article are mired by the outright false allegations that makes one wonder what the goal of the article is.

Short-lived mutiny indicates deteriorating Ethiopian military chain of command, but ruling coalition will likely remain in power

October 14, 2018 | Chris Suckling and Jordan Anderson - IHS Jane's Intelligence Weekly

Key Points

  • The short-lived mutiny by the Ethiopian soldiers was likely motivated by grievances stemming from military reforms that have eroded the historical dominance of senior ethnic-Tigrayan commanders.

Abyssinian War on Oromo Nationalism USING THE SAME OLD METHOD

October 14, 2018 | By Abbaa Ormaa, PhD

Abyssinian Target: Oromo Nationalism
Method: Manufacture crises, then accuse and criminalize, then incarcerate, kill, and exile.
“The tree of liberty must be refreshed from time to time with the blood of patriots and tyrants. It is its natural manure.”  Thomas Jefferson

Mirga Ormaa Hin Tuqnu, Keenyas Hin Tuqsiisnu

Onkoloolesa 14, 2018 | Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Dhiheenya kana Kaaba Oromiyaa naannawa Kamiseetti haalli mul’ate nageenyaa fi hariiroo ummatootaa kan booressu tahee mul’ata. Murni ykn. Jaarmayaan Sochii Saba Amaaraa (አማራ ብሔራዊ ንቅናቄ/አብን) jedhamu Dilbata dabre (gaafa Onkoloolessa 07, 2018) magaalaa Kamisee keessatti deggertoota isaa hiriira baasuudhaan dhaadannoolee ummatoota Oromoo fi Amaaraa gidduutti lola qabsiisuu danda’an dhageessisaa oole. Dhaadannoolee dhageessifamaa oolan keessaa tokko “Oromoon naannoo kana gadi dhiisee haa bahu !” kan jedhu tahuun beekamee jira. Adeemsi akkanaa adeemsa badaa gara duula shanyi-duguuggii (genocide)tti geessuu danda’u waan taheef kan akka salphaatti ilaalamee bira dabramu osoo hin taane yeroodhaan qaamotni dhimmi ilaalu tarkaanfii sirreessaa irratti fudhachuu kan feesisu jennee amanna.