Pages

British support for Ethiopia scheme withdrawn amid abuse allegations

February 28, 2015 | The Guardian
Department for International Development will no longer back $ 4.9bn project that critics claim has funded a brutal resettlement programme
An Anuak woman at work in Abobo, a village in Ethiopia’s
Gambella region. It has been claimed that UK money has
 funded abuses against Anuak people in the area.
 Photograph: Alamy
The UK has ended its financial support for a controversial development project alleged to have helped the Ethiopian government fund a brutal resettlement programme. Hundreds of people have been forced from their land as a result of the scheme, while there have also been reports of torture, rape and beatings.
Until last month, Britain’s Department for International Development (DfID) was the primary funder of the promotion of basic services (PBS) programme, a $4.9bn (£3.2bn) project run by the World Bank and designed to boost education, health and water services in Ethiopia.

Ibsa Walgahii Koree Hoji-raawwachiiftuu Adda Bilisummaa Oromoo (KHR-ABO)

Gurraandhala 28, 2015 | Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Koreen Hoji-raawwachiiftuu Adda Bilisummaa Oromoo Guraandhala 19 – 23, 2015tti  teessuma qabaate. Erga ABOn tokkoomee walgahiin akkasii tahuuf kun kan duraa tahuun walgahicha seensa-qabeessa taasisa.
Shaneen Gumii ABO, Qaamni Cehumsaa ABO fi Koreen Yeroo ABO guutuutti tokkoomanii gaaddisa tokkicha jalatti walmarihachuun murtiilee qabsoo keenya jarjarsaa dabarsuu danda’uu fi waliin hojiitti hiikuuf waliifgaluun mooraa qabsichaa keessatti danboobaa fi seexaa eda’eera.
Wanneen yammuu tokkoomne fuula duratti raawwachuuf murteeffannee turres hojiitti hiikuuf walgahiin kun haala aanjesseera. Tokkummaan humnoota qabsoo bilisummaa Oromoo daran akka dagaaguf qajeelfamni Gumiin Sabaa ABO lafa kaa’e itti fufee kan hojiitti hiikamuuf dalagamu tahuunis irratti waliifgalame.

MUST WATCH OMN: GAAFFII FI DEEBII OBBO HAYILUU DAARGEE Kutaa 1ffaa fi 2ffaa (Video)

  KUTAA 1FFAA                                                            KUTAA 2FFAA
 

TPLF to PDO's: " Don't dare forget your roots’’

February 25, 2015 | From Jawar Mohammed

For the last 24 years, OPDO has been telling the public that they were founded in 1991 in Oromia, at locality known as Harbu Maskelle, Darraa district of North Shawa province (Zone). In an interesting twist and development, last week, they came out with new storyline saying they were in fact founded not in Oromia but Tigray regional state at a place locally known as Adet, 40km away from nearest town of Axum. The leaders of the organizations were bused to Tigray and seen laying down memorial stone, thanking the local residents and promising to build college for them.

Gootonni Dargaggoonni Oromoo Jimmaa Warraaqasa Bilisummaa Finiinsuun Diddaa Kaasan, Poolisoonni Oromiyaas FDG Tumsan

Gurraandhala 24, 2015 | Qeerroo.org
               
Waldorgommii Ispoortii Akka Oromiyaatti Magaalaa Jimmaa irratti gaggeeffamaa jiruun wal qabatee Guyyaa hardhaa Magaalaan Jimmaa Wallee Warraaqsaa FDGf uummata qopheessuun dhuunfatamte. Poolisootni Oromiyaas sochii Qeerrootti makamuun Wallee Warraqa wallisaa turan.

Ethiopia: Nalia's Story - Adolescents Who Sell Sex in Ethiopia

February 23, 2015 | By Nina Benedicte Kouassi | Taken from www.womendeliver.org

When Nalia* left her village for Addis Ababa, she expected to find a job and send money home to her family. She was looking for work as a maid, but says: "As I did not know anyone in the city, I lived in the streets. And I had to do this [sex work] to earn some money while finding a job. At 16, she is still a sex worker and her story is far from unusual.
Sex work was last mapped in Addis Ababa in 2002 where it was estimated that there were 8,134 establishment-based sex workers and 250 street-based sex workers. Sex work in Ethiopia is vast, diverse and conducted openly. Sex workers operate in virtually all hotels, bars and restaurants and there are street workers on most main roads of towns after sunset. Although the law does not prohibit sex work itself, the associated activities of brothel keeping, trafficking and public soliciting are illegal. Selling sex under the age of eighteen is a criminal offence in Ethiopia.

[የአዲስ አድማስ ጋዜጣ ዘገባ]- በአዲስ አበባ ዙሪያ ገበሬዎች የሚፈናቀሉት ያለ በቂ ዝግጅት ነው ተባለ

February 23, 2015 | የአዲስ አድማስ ጋዜጣ ዘገባ | ናፍቆት ዮሴፍ እና አለማየሁ አንበሴ

ከግማሽ ሚሊዮን እስከ 2 ሚሊዮን ብር ካሣ የተከፈላቸው ገበሬዎች አሉ በተከፈላቸው ካሣ ንድግ ጀምረው የተሳካላቸው ጥቂቶች ናቸው
“ቦታው ለሪል እስቴትና ለልማት ይፈለጋል ተብለን የእርሻ መሬታችንና የመኖሪያ ቦታችን በመንግስት ከተወሰደብን አራት አመታት ሞላን” ይላሉ - በሰበታ አዋስ ወረዳ እያረሱ ይኖሩ እንደነበር የገለፁ አርሶአደሮች፡፡ ለእርሻ መሬት እንደየስፋቱ ከግማሽ ሚሊዮን ብር በላይ ካሳ የተከፈላቸው ገበሬዎች መኖራቸው አይካድም፡፡ ለመኖሪያ ቤትም 24 ሺ ብር ድረስ ካሳ እንደተከፈላቸውና ቤት መስሪያ ቦታ እንደሚሰጥም ቃል ተገብቶላቸው እንደነበር የተፈናቀሉ ገበሬዎች ያስታውሳሉ፡፡ “ከዛሬ ነገ ቦታ ተሰጥቶን ባለችን ብር ጭቃ ቤት እንሰራለን ብለን ብንጠብቅም ቄሱም ዝም መፅሀፉም ዝም ሆነ” ብለዋል - ገበሬዎቹ፡፡ 

World Bank: Address Ethiopia Findings: Response to Inquiry Dismissive of Abuses

February 23, 2015 | Human Rights Watch

(Washington, DC) – The World Bank should fully address serious human rights issues raised by the bank’s internal investigation into a project in Ethiopia, Human Rights Watch said in a letter to the bank’s vice president for Africa. The bank’s response to the investigation findings attempts to distance the bank from the many problems confirmed by the investigation and should be revised. The World Bank board of directors is to consider the investigation report and management’s response, which includes an Action Plan, on February 26, 2015.

Wallee Warraaqsaa Walliftan Sababa Jedhuun ,Wallagga, Magaalaa Naqamtee Kan Maadheffate Gartuu Hawwisoo Godina Wallaggaa Keessaa Walliftooti Oromoo Sadii Arihaman.

Gurraandhala 23, 2015 | Gabaasa Qeerroo Naqamtee

Waggaa tokkoon dura gartuun hawwisoo Naqamtee karaa waajjira aadaa fi turizimii kan ijaaramte yeroo taatu,Walliftooti Oromoo lama Bulii Birhanuu fi Mohii Bulii Misgaanuu kanneen jedhaman sagalee isaaniin filatamanii yeroo mindeefamanitti wallee adda addaa sirbuun beekaman,keessattuu Walleen Gadaa Leeqaa jedhamu walliftoota kanaan yeroo wallifametti siyaasaa waan of keessaa qabuu fi uumata mootummaa irratti kakaasa sababaa jedhuun walliftooti kun akka arihaman taasifamee ture.

Video Saaminsa Dachii Oromiyaa Addaatti Naannoo Finfinnee, Qeerroon Bilisummaa Waggaa Lama Dura Dabarse.

Qonnaan bulaa Oromoo buqisuun lafa isaa irratti warshaalee banuun bishaan naannoo summeessan, Oromoo lafa irraa buqisuu qofaan osoo hin taane bishaan dhugu illee summeessuun dhukubaan fixaa jiru, beeladas dabalatee akka dhuman taasisaa dhaa jiru.
              

OPDOn Tigraay keessatti Bixxilamuu Yaadachiisuun kun Qaama Dhaadannoo ‘LIKK ENASGEBACHUHALEN’ Dhihoo Kanaa ti

Gurraandhala 22, 2015 | Boruu Barraaqaa Irraa

OPDOn gaafa bixxilamtee qabee seenaan isiin himataa baate ‘Kaaba Shawaa aanaa Darraa keessatti jaaramne’ kan jedhu ture. Haa tahu malee qondaalonni hangafni dhaaba bixxillee kanaa kan sirnicha gananii alatti bahan akka OPDOn Darraatti osoo hin taane Tigraay, holqa Adeet jedhamu keessatti bixxilamte saaxilaa turan. TPLF fi OPDOn garuu dhugaa kana osoma garaan isaannii beekuu waggaa 24 guutuu osoma haalanii yoona gahan. Duuba har’a maaltu dhalannaan Darraan haalamtee Adeet faarfamuutti kaate?

Ethiopia's imprisoned bloggers have not been forgotten

February 21, 2015 | Blog by India Rakusen | BBC Trending

In April 2014 BBC Trending covered the arrest of six bloggers and three journalists in Ethiopia. The bloggers are part of a group known as Zone 9, and are well known for campaigning around censorship and human rights issues in Ethiopia. Ten months on from their arrest, the hashtag #FreeZone9Bloggers continues to be used in the country as the trials continue.

That's not typical - campaigning hashtags often tail off over time. This one is being kept alive by activists both inside and out of Ethiopia who are challenging the government's decision. The total number of tweets is still only in the tens of thousands, but that is enough to be noticed on the global map (Twitter does not produce an official trending topics list for Ethiopia).

Oromo definitely do not want the toxic Addis Ababa to expand anymore, rather must struggle to turn Addis Ababa into Finfinne

February 20, 2015 | Gadaa.com Editorial

There is a difference between “Addis Ababa” and “Finfinne.” The Oromo do not own Addis Ababa, and they must not own Addis Ababa, but they must struggle to turn Addis Ababa into Finfinne.
Oftentimes, people use “Addis Ababa” and “Finfinne” interchangeably. This is wrong on many accounts. “Addis Ababa is not Finfinne” – and “Finfinne is not Addis Ababa.”
Addis Ababa, by design, has been made to hate Oromo … from its inception, it’s Oromo-phobic. The struggle of the Oromo is to bury this Oromo-phobic Addis Ababa, and on its grave, build Finfinne – a city that is accommodating to all — a city that is based on the Oromo culture of tolerance and acceptance.

We Are Ready to Pay Any Sacrifice to Stop Abay Tsehaye and His Cohorts

Qeerroo Bilisummaa Calls for Revolt In Response to Abay Tsehaye’s Insult of the Oromo People

Ibsa Ejjennoo Haala Yeroo Irratti Paartiin Kongirensii Federaalawaa Oromoo(KFO) Baase!!

Gurraandhala 18, 2015 |

Ministeera dhimma Federaalaa keessatti Ministeera Olaanoo kan turanii fi yeroo ammaa kana Waajjira Muummicha Ministeeraa keessatti Gorsaa Olaanoo ta'uu dhaan kan tajaajilaa jiran,akkasumas Ministeera dhimma Magaalota biyyattii kan ta'an Obbo Abbaay Tsehayyee Dhimma Maaster Pilaanii Finfinnee Ilaalchisuu dhaan Haasawaa isaan taasisan tuqaalee armaan gadii irratti Olaantumaa Seeraa Kan Cabsee fi Kabaja uummata kan Mulqe waan ta'eef Cimsinee ni Mormina.

Gufuu qabsoo bilisummaa Oromootti baayyachaa jiruuf falli tokkichi, Oromoo fi Oromoon hojii manaa keenya sirnaan dalaguun, kan beellama itti qabannu miti. Keessumaa dhaabbileen siyaasaa:- [Kutaa 2ffaa]

Gurraandhala 18, 2015 | Camadaa Hundee* Irraa | Gadaa.com
Kutaa 1ffaa Duubisuuf Addana Tuqaa
Barruu kutaa tokkoffaa keessatti Oromoon humna taanu malee, haqa keenya goonfachuu akka hin dandeenyee fi kana gochuuf ofirratti hirkannoo dhugaa huummachuu akka qabnu tuquu yaalee jira. Ofirratti hirkannoo keenya jabeessuuf hojii manaa keenya akka Oromootti adda baafnee raawwachuu akka qabnu tutuqeera.

Balaa Ummata Oromootti aggaamame hanqisuun dirqama Oromummaa ti! - (“Master Plan” Finfinnee irratti Ibsa ABO)

Gurraandhala 18, 2015 | "Master Plan" Finfinnee Irratti Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Gabrummaa waggoota dhibbaa oliif Oromiyaa irratti diriirfame ummata Oromoo Kumootaan qe’ee fi lafa isaa irraa buqqaasuun lafa dhablee taasiseera. Magaalaa Empaayera Itophiyaa handhuura Oromiyaatti gadi dhaabuuf tarkaanfii sanyii duguuggii/genocide/ wal gituun fudhatamaa tureen gosootni Oromoo Abbichuu fi Galaan naannoo irraa dhabamsiisamaniiru. Tarkaanfiin diinummaa maqaa “Maaqnaat” jedhuun adeemsifamaa ture bara Wayyaanees maqaa “misoomaa fi guddinaan” itti fufamuu irraa yeroo ammaatti Oromoon qe’ee fi jireenya isaa irraa buqqaafamaa jiru kan durii irra caalaa dhufe malee hin xiqqaanne. Mootummaan Wayyaanee karooraa fi imaammata Abbootii isaa irraa dhaale itti fufsiisuun waggoota 23 dabraniif lafoota akka Boolee Bulbulaa, Laga Xaafoo, Aqaaqii, Sabbataa, Sulultaa, Buraayyuu fi kkf irraa qotee bulaa Oromoo ari’uun gurgurataa fi hirataa har’a gahuunis dhokataa miti.

MUST WATCH: FALMAA BILISUMMAA [K.1ffaa Dirree Qaanii/Hallayyaa Dukkanaa]

Viidiyoon kuni akkamitti Oromoon mirga keennaaf akka falmannu, kabajaa dhabne deeffannu, haqaafi qabeenna keennas tikfannu, akkamiin bulchiinsa qawwee jalaa akka baanu irratti xiyyeeffata. Hamilee, fedhiifi murannoo qabsoo ijaaruu, diddaan gabrummaafi fedhiin bilisummaa saba keessatti akka finiinuuf tattaafata. Kutaan 1ffaa maal keessa akka jirru nuyaadachiisuun eegala.
               

Gufuu qabsoo bilisummaa Oromootti baayyachaa jiruuf falli tokkichi, Oromoo fi Oromoon hojii manaa keenya sirnaan dalaguun, kan beellama itti qabannu miti. Keessumaa dhaabbileen siyaasaa:- [Kutaa 1ffaa]

Gurraandhala 18, 2015 | Camadaa Hundee* | Gadaa.com

Sochii siyaasaa naannoo gaanfa Afrikaa fi Empayera Itiyoophiyaa keessatti deemaa jiru yoo ilaalle Oromoon akka sabaatti ammas hojiin manaa jajabduun akka fuundura keenya jirtu hubachuun nama hin dhibu. Oromoon humna taanu malee, haqa qabnu kan salphaatti namaaf fudhatu hin jiru. Haqi qabnu yoo humnaan hin deeggaramne sossobbii dippilomaasii fi hidhii namaaf xuuxun ala fayidaan hin qabu hin jiru. Kanaaf haqa qabnu goonfachuuf of humneessuun dirqama ta’a.

The quest to resuscitate empire Ethiopia and it’s consequence

February 17, 2015 | By Rundassa Asheetee

The year 2015 may be the most complicated year for empire Ethiopia.  The Amharas are organized, the Oromians, the Sidamas and the Ogadenians are ever defiant, the TPLF leaders already sound like Mangistu of 1991 and Eritrea has won the championship of the political game of the horn of Africa. Mean time, tens of thousands of Oromians are in prison while large number of people are leaving the dying empire every day and thousands die on their way to the Arab and European countries.

Maastar Plaanii Finfinnee ajjeesuu dhaan qotee bulaa naannoo Finfinnee balaa itti aggaammatamerraa hambisuu dhaaf waan 7 godhuu dandeessan

Gurraandhala 17, 2015 | Solomon Ungashe Irraa

Maastar Plaanii Finfinnee ajjeesuu dhaan qotee bulaa naannoo Finfinnee balaa itti aggaammatamerraa hambisuu dhaaf waan 7 godhuu dandeessan
  1. Jibba plaanichaaf qabdan ifatti baasaatii dubbadhaa. Plaanichi Oromiyaa dhaaf maaliif gadhee akka ta’e firrottaniif hiriyoottan keessanitti himaa.
  2. Garee, fi mandaraan walgurmeessaatii Maastar Planii kana ajjeessuuf qabsaawaa. 

Ergaan Wayyaanticha Abbaay Tsahaayyee fi gartuu isaatiin nuuf dabre hurree afanfaajjii haxaawuuf gargaaruu qaba

Gurraandhala 17, 2015 | Boruu Barraaqaa Irraa
(Keessumattuu ilmaan Oromoo OPDO fi humna waraanaa biyyattii keessa jiraniif)
Warri Wayyaanee Oromootti dhaadachuu jalqabuun har’a feef miti. Gaafa 1992, yeroo ABO Mootummaa Cehumsaa keessaa dhiibanii baasan irraa qabanii akka Oromootti nutti dhaadachaa yoona gahan. Sana boodas yeroo adda addaatti abbaan isaanii guddichi Mallas Zeenaawii ‘warra nu mormu harka isaanii irraa cirra, qurxummii fixuuf bahaara irraa goggosuutu furmaata…’ jechuun ifatti dubbachaa turuu ni yaadanna. Garuu osoo akka dhaadatetti sabboontota Oromoo irraa harka hin cirin ofiifuu ciraa dhabee biyyee nyaate.

Abay Tsehaye: The ugly face of Tigrean Chauvinism

February 16, 2015 | Gulele Post

Few months ago, in an interview with journalist Befekadu Moroda of Oromia Media Network (OMN), I asserted that TPLF and the Tigrean ruling class have transformed into Neftegna. Abay Tsehaye’s recent words and behavior testament to that. Remember the Neftegna system that gave monopoly over the means of violence and the sources of wealth produced chauvinistic agents who exploited and disrespected oppressed groups in Ethiopia. The system also engineered social behaviors that justified the actions of those agents and popularized myths of the dominant groups socio-cultural superiority. Overtime, the ruling class and its base began rationalizing and institutionalizing prejudice and extreme form of violent responses towards those who dissented.

Ethiopia: stealing the Omo Valley, destroying its ancient Peoples

February 16, 2015 | Megan Perry* / Sustainable Food Trust
A land grab twice the size of France is under way in Ethiopia, as the government pursues the wholesale seizure if indigenous lands to turn them over to dams and plantations for sugar, palm oil, cotton and biofuels run by foreign corporations, destroying ancient cultures and turning Lake Turkana, the world's largest desert lake, into a new Aral Sea.

What is happening in the lower Omo Valley, and elsewhere, shows a complete disregard for human rights and a total failure to understand the value these tribes offer Ethiopia in terms of their cultural heritage and their contribution to food security.

BREAKING NEWS: Report on failure of OPDO’s mission in Kenya as they felt everywhere as usual

February 16, 2015 | Oromo Community Public Relation Officer of Nairobi, Kenya

The Oromo community would like to inform all its members in Kenya and the entire Oromo people, that the intended plan of Woyane to drive Oromo refugees into submission has been boycotted. The intention of forced attendance to a malicious meeting on Feb 14-2015 at the Ethiopian Embassy of Kenya, which contained a hidden agenda, has been invalidated. The plan was proposed by higher officials of Oromia Regional State. It became unsuccessful because of a strong resistance from the Oromo community at large. This outcome was due to everyone’s effort and dedication, as well as obeyed and convinced by the Oromo community’s declaration to refrain from attending this meeting.

ወያኔ ልክ መግባት ያለበት ትክክለኛዉ ጊዜ ኣሁን ነዉ!

February 15, 2015

ኣባይ ጸሃይዬ የተባለዉ የወያኔ ደፋር የኦሮሞ ህዝብ ላይ ያለዉን ንቀቱን ንዴትና ቁጣ በተቀላቀለበት የጋጠ-ወጥ ንግግሩ ኣጋልጧል። ከዚህ ንግግር ብዙ ነገር መረዳት ቢቻልም የማይካደዉ ነገር ግን የኦሮሞ ህዝብና ወያኔ ከምን ጊዜዉም የበለጠ የተፋጠጡበትና ለማያዳግም እልህ አስጨራሽ ግጭት የተጋለጡበት ወሳኝ ጊዜ ላይ መሆናቸዉ ነዉ።

ከፍንፍኔ ማስተር ፕላን ጋር በተያያዘ ወያኔ የገባበት ወጥመድ ተስፋ ኣስቆርጦት ኣንድ የመንግስት ኣካል ነኝ ሃገር እመራለሁ የሚል ባለስልጣን በስብሰባ መድረክ ላይ እንደ መንገድ ዳር ቦዛኔ ሲደነፋ መሰማቱ የዚህ ማረጋገጫ ልሆን ይችላል። "ልክ እናስገባቸዋለን" ብሎ የፍጥጫዉን መካረር ሲያበስር ዳግም የኦሮሞን ህዝብ በአንድነት እንዲነሳ የተዘጋጁ ይዋጣልናል ፉከራ ፎክሯል። የኦሮሞ ህዝብም ይህን ጥሪ ተቀብሎ ከወያኔ ጋር ላለበት የመጨረሻ ትግል መነሳት አለበት። "ዶሮ ጭራ ጭራ ታወጣለች ካራ ለሰዉ እንኳን አይደል ለራስዋ መከራ" እንዲሉ ወያኔ ባመጣዉ የኦሮሞን ሚስክን ኣርሶ ኣደር ኣፈናቅሎ ኣዲሲቱን ትግራይ በመሃል ኦሮሚያ ለመመስረት ባወጣዉ እቅድ ሰበብ የኦሮሞን ህዝብ በላዩ ላይ ኣስተባብሮ የራሱን ግብኣተ-መሬት ደግሷል።

Abay Tsehaye’s Bravado Exposes the TPLF Master Plan

February 15, 2015 | Gulele Post

Abay Tsehaye’s threat, its tone and spirit, is very revealing of TPLF’s contempt and disrespect for Oromos, even those who are serving them as puppets. What is the story behind such outburst? After completion of the the Master Plan without any involvement from the Oromia side, Abay Tsehaye gathered senior OPDO leaders and ordered them to implement the plan. They expressed concern that they were not involved in the process of drafting the plan and that it will be hard to convince the rank and file. They were told they will not take NO for answer. The OPDO leaders could not even agree on the matter and when they took the issue to the mid-level leadership, they were met with fierce resistance and hostility. While the Oromia state leaders were planning to bring the issue to the Caffee ( parliament) for deliberation, Abay/TPLF could not wait so they bypassed them, gathered administrators of cities surrounding Finfinne and told them to begin implementation. At this meeting, the city administrators raised several procedural and policy objections and said they cannot take this plan without further study and deliberation at Caffee ( Oromia parliament level.) The administrators said they cannot convince the public about a plan even they themselves neither understand nor accept. In their typical manner Abay Tsehaye and TPLF leaders rejected the request for further discussion at the leadership level and gave them strict orders to begin the implementation phase. This conflict reached the public leading to the mass protest and massacre of April/May 2014.

URGENT APPEAL TO INTERNATIONAL COMMUNITY AND HUMAN RIGHTS ADVOCATES

February 14, 2015 | Oromo Refugee Community Welfare Association, Kenya


The Oromo Refugee Community Welfare Association is a registered organization under the Societies Act at Registrar of Societies in Kenya. It’s a non-political and non-profit making, whose mission is to promote, protect and advocate the rights of Oromo Refugee and asylum seekers in Kenya.

Thus, the Oromo community legal officials have the responsibility to appeal to the concerned body that the entire of the Oromo community here in Kenya is exposed to imminent danger from Ethiopian security agents. They used different methods to crack down innocent refugee’s, especially whom they still expected that the mastermind of unrest going on in that state. This has been found and confirmed from the invitation letter proposed by Oromo Regional State high officials. 

MEDREK has fielded the largest number of opposition candidates out of which the Oromo Federalist Congress fielded about 60% of them

February 14, 2015

"MEDREK has fielded the largest number of opposition candidates out of which the Oromo Federalist Congress fielded about 60% of them. OFC has fielded 168 for the Parliamentary seats and about 475 for the Oromia Council (total of 643). This is the largest number of candidates ever, i.e. greater than the candidates of Oromo People's Congress and Oromo Federalist Democratic Movement combined in 2005 or 2010. Now we are warming up for the campaign to crisscross Oromia to make sure the EPRDF come out of the elections minimally with a tarnished image.

Sirna kufuuf daddaaqamaa jiru jireessuuf kanneen dhama’an dhumni isaanii salphina

Gurraandhala 13, 2015 | Ibsa ABO duula diinaan Oromoo irratti baname ilaalchisee

Mootummaan Wayyaanee ummatoota irraan gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan miidhaa ol aanaa dhaqqabsiisaa jiru kufaatiin isaa kan hin hafne tahuu caalaatti wayta mirkanaa’ee jiru kanatti abdii kutannaa irraa shira gara garaa hojjatuun bittaa isaa itti fufsiisuuf yaalii ijibbaataa gaggeessaa jira. Ummatoota bittaan nu gahe! Sirni Cunqursaan nurraa haa ka’u! jechuun bifa gara garaan qabsoo adeemsisan kolaasuu fi kan ummatoota irraa deggersa qabu fakkaatee mul’atuuf wixxifannaan adeemsifamaa jirus lammiiwwan Itophiyaa gara garaa addatti ammo lammiilee Oromoo sirnicha baqatuun biyya alaatti argaman irratti kan xiyyeeffate tahuu sochii diinni gochaa jiru irraa hubatama.

Kennata Habashaa hedduu hodeefamaafii jiru 2015

Gurraandhala 13, 2015 | Ibsaa Guutama Irraa

Wayyaaneen erga kennata parlamaan barcuma tokkoof malee hunda moo’atee waggaa shan guutuuf adeema. Mormitooti bilisaa fi tolaa hin turre jedhanii balaleffafatanii .Garuu homaa jijjiiruu hin dandeenye. Fakii kennata sobaa duubaan finqilcha aangoo gaggeeffame malee kennati hin turre. Akaataa isaan hobbaatii kennatichaa itt ilaalan irraa aanga’ooti akka gocha TPLF deggeran heduun ni dandahama. “Demokraasiin hin jiru taanaan gamtaan hin jiraatu” kan jedhamaa ture jecha konkaa tahuun ni saaxilame.

The Most talked about Habashaa Election 2015

February 13, 2015 | From honorable Ibsaa Guutama

It is going to be five whole years since Wayyaanee won all parliamentary seats but for one. The opposition condemned it as not free and fair for that moment. But it could change nothing. It was usurpation of power under the façade of election and no election was conducted. That TPLF strategy was endorsed for reasons by great powers can be guessed from the manner in which they reacted to the outcome.

Suffocating Dissent: Gagging the Media in Ethiopia

February 13, 2015 | By Graham Peebles*, Truthout | Op-Ed

Nobody trusts politicians, but some governments are more despicable than others. The brutal gang ruling Ethiopia is especially nasty. They claim to govern in a democratic, pluralistic manner; they say they observe human rights and the rule of law, that the judiciary is independent, the media open and free, and public assembly permitted as laid out in the constitution. But the ruling Ethiopian People's Revolutionary Democratic Front (EPRDF) systematically violates fundamental human rights, silences all dissenting voices and rules the country in a suppressive, violent fashion that is causing untold suffering to millions of people throughout the country.

Finfinne Radio: Must Listen Interview with Edao Boru [Part 1&2]

  PART 1                                                                          PART 2
     

Creation of Oromo National Dialog for Unity

February 10, 2015 | By Kassim Sheimo

The last 24 years of Oromo struggle against TPLF regime has been a failure by many aspect due to lack of unity, strong viable leadership, lack of clear vision, proliferation of influence of locality, religion, and regionalism inside Oromo political organizations. The end product of these processes is a devastating failure of Oromo political and social fabric inside and outside of the country. As majority of us recall from 1991 to present day, Oromo people have not yet lost hope on its once was a vibrant organization with tenth of thousands of regular fighters as well as millions of volunteers and all most 90% support from Oromo public. The difference created before the fall of Dergu regime and following the TPLF dominated transitional government has resulted into devastating consequences for our cause. There are so many conspiracy theories that are still hidden from Oromo public as to why, when, who, and in what circumstances the OLF is divided into different factions. Why the Organization once enjoyed massive human and material resources behind it suffered such humiliating failure is a mystery.

Warraaqsi Bilisummaa Wallagga, Qellem Keessatti Daran Jabaachuun Uummanni Ajaja Mootummaa Wayyaanee Lagate.

Gurraandhala 10, 2015 | Gabaasa Qeerroo Qeellam

Qellem, Jimmaa Horroo ganda qonnaan bulaa Akkoo Jirruu jedhamtu keessatti uummanni ajaja mootummaa waan lagataniif tika wayyaneen reebaman,gabaasa Qeerroo Jimmaa Horroo hara Guraandhala 9 addeessuun guyyoota murasa dura Guraandhala 4 mootummaan misooma lafaa, jedhuun daagaa qotuu jedhamu ajaja basee baadiyaalee keessa qonnan bulaa dirqisiisuun akka bahan ajaja baasaa ture, uummannis yeroo ammaa ajaja mootummaa Wayyaane bakka hundaatti waan lagataa jiruuf humnatti fayadamuu, humna milisha baatiwwan muraasa dura dhimmuma kanaaf leenjifatee ture uummata keessa gadhiisee uumata keessa deemuun WBOn isin keessa jira isintu nyaachisa jechuun jiraattota haa hiraarsan malee uumanni takkaa fudhachuufii hin dandeenye.

Dhugaa dhokate mullisuf hojii malee falli hin jiru

Gurraandhala 09, 2015 | Baqqalaa Jiraataa Irraa*

Gidduu kana gabaasa DOCUMENTARY: U.S POLICEY- ETHIOPIA A FAILED STATE! jedhu tokko ilalaa fi dhageefatan ture. Nammootni baayeenis akkuma kiyya arganirus dhagahanirus. Dokumantarin kun kan ibsu badii baroota 20 ol darbanif mootummaan gartuu adda bilisa baasaa ummata Tigretin ( ABUT) uummatoota biyyatti irratti raawwatame ibsa. Dokumantarich mootummaa wayyaneetin yakka raawwtamaa ture tartiban ka’uudhan saxil baasuu irratti waan guddaa kan dalage waan ta’ef kan dinqisisamu ta’uun isaa hin shakkisisu. Haata’u malee gabaasni kun loogidhan kan qopha’e ta’ee waan natti mullatef waan natti dhaga’ame ibsuuf na kakaase.

OMN LONDON: ODUU GURRAANDHALA 7, 2015

Maatii fi deeggartooti OMN baga gammaddan. OMN fedhii odeeffannoo hawaasa keenyaa guutuudhaaf kaayyoo hidhatee ka’e galmaan gahuuf dameewwan isaa baballifachuu ittifufeera. Haaluma kanaan har’a irraa eegaluudhaan guyyoota Sambataa fi Dilbataa magaalaa London irraa oduu afaan Oromoo tamsaasuu egaluusaa yammuu beeksifnu gammachuu guddaadhaan.

Utubne Si dhaabna..! Walaloo Usmaan Baayyuu Irraa

Gurraandhala 07, 2015 | Gulele Post

Hanga’ii mul’adhu
Akka biiftuu barii
Dhugaa saba keetii
Addunyaadhan gahii
Quuqaan lammiin qabu

Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa keessatti kanneen argaman humni waraanaa kora bittinneessa Oromiyaa jedhamuun beekaman sabboontota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Waliin qunnamtii tolfattanii FDGtti seenuuf jirtuu maqaa jedhuun wayyaaneedhaan qorataman.

Gurraandhala 06, 2015 | Qeerroo.org

Guraandhala 4/2015 Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa keessatti kanneen argaman humni waraanaa kora bittinneessa Oromiyaa jedhamuun beekaman sabboontota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Waliin qunnamtii tolfattanii FDGtti seenuuf jirtuu maqaa jedhuun wayyaaneedhaan qorataman. 
Sochiin warraaqsa FDG mootummaa wayyaanee gama hundaan hudhee qabuutti jira. Sabboontootni poolisootnii fi humni bittinneessaa Oromiyaa jedhaman keessatti ilmaan Oromoo argaman Oromummaan yakkamuun qorannoof saaxilaman jedhe odeessii keessa kora bittinneessa Oromiyaa magaalaa Jimmaa qubsiifame jiru gidduudha bahaa jiru.

The unsuccessful journey of the Tigre government messengers led by abbaa Duulaa Gammada

February 05, 2015 | By Rundassa Asheetee Hundee

zelalem_jemanehOn 12/23/14, a man named Zelalem Jemaneh of TPLF/OPDO was picked up from the Dulles Airport by man named Nagasa, an OPDO operative who also runs the Mulu Wangel Church in Washington DC. Soon another man named Qanani joined them. Zelalem Jemaneh is best known for evicting tens of thousands of Oromians from around Finfinnee and for the death of hundreds of Oromia university students and farmers of Oromia.
After welcoming Zelalem Jemaneh to Washington DC, the Mulu Wengel church established to promote the Ethiopian unity contacted Aklilu Brihanu, the head of California based Mulu Wangel church and discussed how to create the OPDO cell in America. This church also runs several branches in America under the name of Burqaa Jireenya.

Naannoo Beenshaangul Gumz irraa Oduu amma nu dhaqqabe!

Gurraandhala 04, 2015 | Gabaasa Anoole Wako

Ummanni Oromoo naannoo Benshaangul Gumuzitti dirqamaan daangeffeme akka jiraatu godhame mirga eenyummaa irraa sarbamee gaafate dorsifamaa akka jiru beekkame.

Haaluma kanaan guyyaa Gurraandhala 02, 2015 Oromooni 6 godina Matakaal nanoo Beenshaangul Gumzitii Oromoo kakaaftan jechuun shakamanii manaa hidhaa galusaniifii hidhaan itii murtaa'uu oduun nuu ga'ee jira. Maqaan isanii:-
  1. Gamada shifara
  2. Lamessa
  3. Girma Amsalu Jibat 
  4. Dhuferaa Wirtuu 
  5. Abaa Xaloo 
  6. Maqaa isaa haga ammaatti baruu hin dandeenye.
Kana malees guyyaa kaleessa Gurraandhala 03, 2015 Yuniversity Asoosaatti kan barachaa jiran baratooni Oromoo 4 achii buuteen isaani dhabamee jechuun gabaasaan keenya gabaase jira. Maqaa baratootaa hordofne isiniif gabaafna.

Shiftaa Natti Moggaaftee…? Walaloo Usmaan Baayyuu Irraa

Gurraandhala 04, 2015 | Usmaan Baayyuu Irraa


Salaale biyya gootaa
Biyya Taaddasaa Birruu
Leenca diinaa hin sarminee
Kan akka Agarii Tulluu

Waan Nama Qaanfachiisu Tokko

Gurraandhala 04, 2015 | Boruu Barraaqaa Irraa
Waan nama qaanfachiisu tokko:
Har’a ganamaan ka’een akka tasaa walleelee YouTube sakatta’aa ture. Afaan Oromoo, Amaariffaa fi Tigirinyaa keessan oole. Egaa wanni nama qaanfachiisu maal seetani? Walleelee Amaariffaa YouTube irratti namoota miliyoona 5 oliin daaw’ataman lakkaayee fixuun dadhabe. Warruma maqaan dilas hin dhagahamin faatu milliyoona 7 faan daa’wateme. As irratti maqaa isaanii dhawuun beeksisa hojjechuufii fakkaata waan taheefin dhiise. Tigirinyaan itti aanee jira. Daaw’attoota 3,000,000 ol kan qaban bash bashi.

Filannoo Sossobaa

Gurraandhala 03, 2015 | Abdii Baalee Oromiyaa-ABO irraa
Filannoo Sossobaa
Haa gahuu nagaan koo, hunda Oromootaa,
Jaallaan qabsoof dhuman gootowwan goototaa,
Booranaa fi Baarentuu, ilmaan qabsaa'otaa,
Garaan hin dagannee, yoomuu ni yaadataa,
Rabbii har'aan nu gahetti galata galfataa,
Galanni haa gahuu, rabbii hundaa horataa,
Namoota hagamtuu,Aaammiiiinn jedha laata?

Leenco Lata’s Half a Century Old Deception

February 03, 2015 | By Kassim Sheimo*

News broke out  recently thatObbo/Mr. Leenco Lata, and his ODF [Oromo Democratic Front] members and associates are heading to Finfinne for another power-sharing dilemma with the TPLF government. It looks like the long and exhausting mediation effort by Obbo Abba Biyya Jobir and Prof. Ephraim Isaac resulted in some sort of road map transition with the regime in the Ethiopian Empire. Mr. Leenco’s political history has not been an easy one. It is a complicated one that has created misery for millions of Oromo people, and I am afraid he is still repeating the same without hesitation. In the history of the Oromo struggle, he is a very controversial figure.

ግልገል ነፍጠኞችን ምንድነው የሚያንጫጫቸው?

February 03, 2015 | From Young Oromo intellectual Jawar Mohammed

ሰሞኑን አንድ አንድ የ OMN ጋዜጠኞች ከ አብዱላ ገመዳ ጋር ቁጭ ብለው የሚያሳይ ፎቶ በ ኢንተርኔት ከተሰራጨ በኋላ ትንሽ ቀዝቀዝ ብሎ የነበረው የግልገል ነፍጠኞፍ በሽታ ማለትም ኦሮሞፎቢያ እያገረሸባቸው ይመስላል። ጋዜጥኞቹ በምን ሁኔታ ከ ባለስልጣኑ ጋር እንደተጋናኙ በስፋት ገልጸዋል። ስብሰባውን እና የሚጠበቀውን የተቃውሞ ሰልፍ ለመዘገብ ወደ ስፍራው ተጓዙ። ሲደርሱ ፖሊሶች እነሱንና ሌላውንም ህዝብ አባረሩ። ካሜራ ይዘው መግባት አለመቻላቸውን ሲያውቁ እቃቸውን ትተው ተመሳሰለው ገቡ። በዚያ መልኩ መግባት የቻሉት እነሱ ብቻ ሳይሆኑ ሌሎች ጋዜጠኞችን ጨምሮ 39 ኦሮሞዎች ባብዛኛው ለተቃውሞ የሄዱ ነበሩ። ስብሰባው ላይ ጋዜጠኞቹ ጠንካራ ጥያቄዎችን አቀረቡ። በተቻላችው አቅምም በስልክ መቅዳት ቻሉ። ስብሰባው ሲያልቅ በግል ለናነጋግራችሁ እንፈልጋለን ተባሉ። ከነዚህ ባለስልጣኖች ጋር ቃለ መጠይቅ ለማድረግ ለቀናት ጥያቄ ሲያቀርቡ ነበር። እናም በግል እናናግራችሁ ሲባሉ ያ ሙከራቸው የተሳካ መሰላቸው እና ተከትለው ወደ ቀጣዩ ክፍል ገቡ። ነገር ግን እንደሰቡት አልሆን። ክፍሉ ለእራት የተዘጋጀ ነበር። ቃለመጥይቁን እንደማይፈቅዱ እና አብረው ቁጭ ብልው የሚለዋውጡትን ንግግር እንኳን መቅዳት እንደማይችሉ ተነገራቸው። ከ 20 ዳቂቃ የማግባባት ሙከራ በኋላ ጥለው ወጡ። ፎቶው የተነሳው ይህን የማግባባባት ጉትጎታ ሲያደርጉ ነው። በቃ ይህ ነው ታሪኩ።