:::::: BAGA
HIN ARGIIN :::::::
Walii yaaduu yaanne
Jaalala
irraanfanne
Akka
waan wal jibbuuf
Waadaa
walii seennee
Dhaloonni wal jibbe
Namni
wal tuffate
Kan
ofiisaa dhiitee
Kan
ormaa uffate
Namni
ijaan wal nuffe
Tuffiin
itti fufe
Dhiirri
gadoo gatee
Hidhata
harcaase
Diinni
ilmoo kee nyaate
Manaa
wal harkisee
Dukkanatti
wal yaase
In
fooyya’a jennaan
Cime
sirumayyuu
waan
nu keessa jirru
Galaanaaa
Dheeressaa Jootee, Fulbaana, 2014 G.C
********************
Guddaadhu!
ReplyDeleteguddaadhu!!
ReplyDeleteQalamni kee haa mirgisu dhiiro, Galannikee bilisummaa haa taatu...
ReplyDeletejabaadhu!!
ReplyDelete