IBSA IJJANNOO QEERROO BILISUMMAA IRRAA KENNAME.

Gurraandhala 27, 2018 | Ibsa Ijjannoo Qeerroo Bilisummaa irraa kenname

Murni bicuun wayyaanee TPLF uummata Oromoo irratti waraana ifaa labsitee gochaa duguuggaa sanyii raawwachaa jirti. Gartuun saamtotaa fi shororkeessitoota TPLF ilmaan Oromoo 700,000 qe'ee fi qabeenya isaanii irraa buqqistee, dhibbaatamootan lubbuu galaafachaa yeroo turtetti dhimmi nageenyi uummata Oromoo kan ishee hin yaachisin uummanni biyyattii sirna abbaa irree kanarratti mormii gaggeessaa jiru bulchiinsa waraanan ukkaamsitee umrii bittaa gabrummaa ishee dheereffachuuf labsii waraanaa command post labsaa jirti. Wayyaanen nageenyi lammii ishee yaadessee osoo hin taane tooftaa saamichaa fi umrii ittiin dheereffattuuf biyyattii waraanan bulchuuf jetteeti.

Humnoota Federaalaatu Uummata Nagaa Irratti Haleellaa Oofa: Itti Gaaftamaa Waajjira Kantiibaa Dambi Dolloo

Gurraandhala 26, 2018 | VOA Afaan Oromoo


Godina Qallam Wallaggaa mgaalaa Dambi Dolloo keessatti konfraansii hafuuraa xumura torban kanaa geggeessamuuf jiruuf dadammaqiinsi godhamaa ture humnoota federaalaatiin dhaabsisamuu jiraattonnii fi angawaan naannoo nuuf ibsaniiru.

The US “Stands by” its Statement Condemning Ethiopia’s State of Emergency

February 26, 2018

Addis Abeba, February 25, 2018  The US embassy in Addis Abeba said the US “stands by its statement” strongly disagreeing with Ethiopia’s re-reinstatement of a six month state of emergency.
A local newspaper, the Amharic biweekly Reporter and its English weekly version reported that a meeting between Michael Raynor, US’s ambassador to Ethiopia, and Ethiopian officials at the ministry of foreign affairs has taken place after the ministry summoned the ambassador demanding an explanation on the statement the US embassy condemning the state of emergency.

Ibidda hin dhaamne dhaamsuuf yaaluun ittiin gubachuudha

Gurraandhala 26, 2018 | Qixxeessaa Lammii Irraa

Warraaqsa TPLF xaanxifaa jiru dhaamsuuf carraaquun waramaxa itti cilaahan keessa of buusuudha. Tattaaffiin saroota TPLFn yeroo ammaa godhamaa jiramu TPLFn dhabama irraa kan hanbisu osoo hin taane soroota TPLFs dabalatee awwaala dhumaatti kan isaan geessu ta’uu beekuun barbaachisaadha. Kinniisa damma isaa irratti tuqanii hiddama irraa bilisa ta’uun hin danda’amu. Ummata Oromoo kan dheebuu bilisummaaf bara dheeraaf hurure gabrummaa jalatti waarsuuf carraaquun ibidda giile irratti boba’aa raphuudhaan keessatti of darbuudha.

“WBOn Maal Kajeelee” Jedhu Goototi Qeerroo Bilisummaa Godina Wallagaa Magaalaa Naqamtee. Gurraandhala 25, 2018

           

Simannaa Gooticha Artist Eliyaas Kifluuf Qeerroon taasifame.

             

Kenya, Ethiopia Revolutions To Topple Regimes Will Happen In 2018 – US Intelligence

February 18, 2018 | Political

The US has predicted instability in Kenya that will be brought about by a revolution following last year’s controversial elections.
The US intelligence named Kenya alongside Ethiopia among countries that are likely to face political instability in 2018.
This is because the people in these countries may seek redress with regard to various grievances raised during the post election period.
In a report dubbed “Worldwide Threat Assessment of the Intelligence Community”, the US warned of a revolution of catastrophic proportions in Kenya.

የጭቆና ፍጻሜ ንቅናቄን በጠመንጃ ኣፈሙዝ ማቆም፡ በመርፌ ቀዳዳ ግመል ለማሹለክ ከመሞከር ጋር ኣንድ ነው! -- የቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ

ታህሳስ 17 ቀን 2018 ዓም | የቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ


ወያኔ ለ27 ዓመታት የኦሮሞን ህዝብ እየገደለ፣ እያሰቃየ፣ ከመሬቱ እያፈናቀለ፣ ስደተኛ እያደረገ፣ እያሰረና ከትምህርት ገበታ እያባረረ እስከ ዛሬ ቆይቷል። ይሁን እንጂ ህዝቡ በወያኔ የጠመንጃ ኣፈሙዝ ኣገዛዝ ስር ሲያካሄድ በነበረው ጠንካራ የጸረ-ጭቆና ኣመጽ ኢምፓዬሪቷን የማትወጣበት ውጥንቅጥ ውስጥ ከቷታል። በጠመንጃ ኣፈሙዝ የሚያምነው የወያኔ ወይንም ሕወሃት ስርዓት ዕለተ ሞቱና መቀበሪያው መቃረቡን በመገንዘብ በኦሮሞ ህዝብ ላይ በገሃድ ጦርነት ኣውጆ እነዚህን ዓመታት ኣያሌ ዜጎችን ለከፋ ጉዳት ዳርጓል። ዛሬ በጨቋኙ የወያኔ መንግስት ህይወታቸው ያለፈ የኦሮሞ ዜጎችን ለመቁጠር የሚያዳግት ሲሆን በመቶ ሺዎች የሚቆጠሩት ደግሞ ኦሮሞ በመሆናቸው ብቻ ተወንጀለው በወያኔ እስር ቤቶች ለከፋ ሰቆቃ በመዳረግ ላይ ናቸው።

Waligalan Alaa Galan

Gurraandhalaa 18, 2018 | Mahabuub Abbaa Waaji irraa

Yaroon Oromoon “waligalan alaa galan” jatee makmaaktee Oromooni biyyaa fi qa’ee isaaniraa fagaatani deemani tahu baachu mala. Haalli amma Oromoonni diaspora kessa jiran yoo laalamee makmaaksi kun kan yaroo amma itti jiruf makmaaksamee tahu hin olu mana jachisiisa.
Waggootaa fi rakkinoota dhibbaa ol kessa dabree Oromoon biftu bilisummaa halaalaa arkaa jira. Yaroo murtessitu taatee kanatti walif obsu fi waligalun akka biftun halaalaa mullattu tun walakkaa Oromia gayudhaan roga Oromia maraa ibsutu taasisa.

SHIRA WAYYAANEE FI 2020

Gurraandhala 07, 2018 | SEENAA Y.G(2005)

Qabsoo Ummatootaa, addatti, Ummati Oromoo gama hundaan gaggeessaa jiru, wayyaanee mogolee jalaa laaffisee jira. Baatiilee 5n dabran murni Angoo Biyyattii of harkaa qabuu, akka waloottis ta’uu akka dhuunfaatti wal ga’iilee fi gamaagama gaggeessan yennaa lakkoofnuu, hangam akka raafamaa jiran nu mirkaneessa. Kana jechuun, Qabsoon Ummatootaa addatti Oromoon gaggeessaa jiru haqa qabeessa ta’ullee mirkaneessa. Wayyaaneen Ija ishee Ashaboon dhiqattee, keessa keenya ilaaluu fi of haaromsuuf jennee, wal ga’iilee gadi fageenyaan gaggeessaa jirra haa jedhan malee, wayyaaneen haala hamaa keessa jiraachuu argaa jirra. Wayyaaneen Ummataaf cinqamtee torban sadiif wal ga’ii teessii osoo ta’ee, ummatoonni maaliif mormii hanga kana jabaatu irratti gaggeessu ? wayyaaneen wal ga’iilee fi gamaagama hanga kana baayyisuun dhuguma jabiina isaanii argisiisa moo , mogoleen jalaa laafachuu mirkaneessa ? jaallatamuus jibbamuus, Qabsooni Ummatoonni guyyuu gaggeessaa jiran, wayyaanee qullaa dhaabaa jira. Wayyaaneen garuu Mormii fi gaaffii Ummatootaa kana dantaa siyaasaa ofii isheef ittiin guuttachuuf ykn itti dhimma baatee, akka bofaa biyyee arraabdee lubbuu horachuuf akka tattaafachaa jirtuu beekuun murteessaadhaa. Akkamitti ? waliin ilaalla.

Qabsoo Oromoo Dhaamsuuf Sochiin Wayyaaneef OPDO Ammaa Maal Fakkaataa?

Agartuu Qeerroo Tibbanaa “Ko’oomsuu”

Qabsoo abbaa biyyummaa Oromoo dadhabsiisuuf shiroota gurguddaan xaxaxamaa turaniiru. Shoroota kana hayyoonni Oromoo fi barreessotoonni garaagaraa uummataaf gama garaagaraan ifa baasanii saaqanii uummataaf saaxilaa turaniiru ittis jiru. Ammas shira hamaa qabsoo Bilisummaa Oromoo xaxuuf sakaaluuf irratti hojjetamaa jiru kukkutuun dura uummata ifiif barbaloomsuun nii barbaachisa.
Halagaan qabsoo Oromoo irratti duuluun kan isa barbaachiseef, qabsoo Oromoo dhaamsuun alatti Oromoo fi saboota cunqurfamoo saamuun akka ulfaatu beekeeti. Qabsoo Oromoorrattis yeroo gara yerootti dhagaa jechaaf wantoota garaagaraan dadhabsiisuuf yaalii taasisaa turaniiru ittis jiru.

The human right violation and crimes against humanity on the Metekel Oromos since 1991-2018

Gurraandhala 07, 2018

The 1991 constitution of EPRDF constitution’s approach is distinct in that it classifies the fundamental rights and freedoms into human rights and democratic rights. Even if the EPRDF starting from the adoption of the 1991 constitution stipulated different provision regarding the human and democratic rights. because of the infant federal form of government structure that they opt to follow the last 26 year can be categorized as the dark age/years/ for the Metekel Oromo, historically it is the year where they lose their identity and enforced to change their identity,the year they excluded from the regional constitution as one of the community leaving in the region for a long period of time. The year where they have no directly or indirect representative in the regional or federal form of the EPRDF government structure, the year they are prohibited to exercise and make to grow their culture and the right to learn by their Owen language,  the year where they are put in to prison by regional as well as federal government because of the request the constitutionally guaranteed human and democratic rights, the year they lose their property including their land, the year they be recognized as  the fugitive/immigrant/people/society/ from another nation. Generally, the last 26 year ruling system of the EPRDF government is characterized for the Metekel Oromos as the year they are unequally treated from other nation of the areas through social, economic as well as political participation.