"Rakkoon saba keenyaa fala kan argaatu Gaaffiin bu'uuraa saba Oromoo deebii yoo argaateedha malee kabeebsaa jijjiirraa jedhuun mitii." --- Ittiin galaa fi Qajeelfaama Labsii Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Fulbaana 18, 2019 | Ittiin galaa fi Qajeelfaama Labsii Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Uummaanni oromoo gaaffii mirgaa hiree murteeffaannaa qabsoo isaan gaafataa turee keessaatti hanga amma irraa deddeebiin qabsoon isaa hataamaa gufaataa fi daddaaqamaa har'aa gahee. wareegama qaalii abbaa biyyuummaaf oromoon gamtaan kaffaalaa turee cinaatti gataanii dantaa diinoota inniikaa oromoo kan seenaa keessaatti waggaa 900 oliif oromoon ittiin wal waraanaa turee tiksuuf aarsaa oromoon abbaa biyyuummaaf kaffaale gatii dhabsiisuun jabaatee itti fufee jiraa. kanaafuu yeroon keessa jirruu kun yeroo diinoonni Oromoo rogaa maraan shaanfoo qaraataa jiraan waan taheef nuus diina keenya akka gaariitti ofirraa dinniinuuf akkasumaas adaabuuf ol jechuun dirqaama tahee mul'aatee jiraa.

"Harki Hanna Bare Dooluutu Sossoha" --- Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Fulbaana 16, 2019 | Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Kamisa Fulbaana 12, 2019 galgala Waajjira Poolisii magaalaa Buraayyuu irratti boombiin darbatamee miidhaa namoota irraa gahe jechuudhaan gochaa kanas (kallattiidhaan maqaa dhawuu baatanis) ABO dhaan wal qabsiisanii oduun dabballoota ODP/EPRDF iin tamsa’e ololuma maqa-balleessii baroota aangoo EPRDF guutuu itti hojjetamaa ture dha. EPRDF baroota aangoo isaa hunda lammiilee biyyattii kanneen sirna Abbaa irrummaa isaa mormanii mirga ofiif falmatan dharaan yakkuuf gocha fokkataa akkanaa oggayyuu irra deddeebiidhaan raaw’achaa jiraate. Manneen jireenyaa namootaa, manneen ciisichaa (doormii) barattootaa, manneen nyaataa – dhugaatii fi hoteelota, konkolaattota geejjibaa fi … kkf. keessa dhuka’aa fi meeshaalee lolaa adda addaa kaa’uun, yookaan Alaabaa ABO kaa’uudhaan namoota yakkamoo fakkeessuu barbaadan ittiin tohannoo jala oolchuuf ykn. miidhaa irraan gahuuf fiilmiin sobaa hojjetamaa ture kan himamee dhumu miti.

QOPHII ADDAA FULBAANA 15 /2019 Waggaa 1ffaa Gara Biyyaatti galuu ABO ilaalchisee Gaaffii fi Deebii HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa (ONN fi SBO)

 

Paartiileen Morakattootaa Miseensonnii fi Deggertonni Isaanii Oromiyaa Keessatti Akka Hidhamaa Jiran Himatan

Fuulbana 04, 2019 | VOA Afaan Oromoo


Partiileen morkattootaa maqaa Oromoon socho'aan, Kongireessi Federaalistii Oromoo fi Partiin ABO filannoo bara 2012 geggeessamutti karaa nagaa hirmaachuuf ka qophaawaa jiran tahuu dubbatanii, “garuu, mootummaan miseensotaa fi degartoota keenya hidhaa jira,” jedhu. Mootummaan Oromiyaa gama isaatiin filannoof akka haala miijessaa jiru eeree, “paartiileen morkattootaa yoo ka karaa nagaa socho’an tahe rakkoolee isaan mudatan ni furra,” jedha

Holqa 'Mana Waaqaa': Baaleetti holqi guddaan karra 47 qabu argame

Fulbaana 03, 2019 | BBC Afaan Oromoo Irraa

Holqa kana magaala Bidiree irraa kiiloomeetira 120 fagaatee bakka Haroo Waacaraa jedhamutti arganne jedhu ogeessi godambaa aanichaa obbo Haydar Ibraahim.

Itoophiyaa fi mirga Namoomaa: Dhaabni mirga namoomaaf falmu ‘HRLHA’ biyya keessatti hojii eegale

Fulbaana 02, 2019 | BBC Afaan Oromoo Irraa

Dhaabbannii mirga namoomaaf falmu Liigii Mirgoota Namoomaa Gaanfa Afriikaa /HRLHA/ jedhamu Itoophiyaa keessatti ifatti hojii eegale.

Liigiin kun bara 1996 Finfinnee keessatti maqaa ‘Liigii Mirgoota Namoomaa’ jedhun hundeeffame.

Haala turtii qabsoo Bilisummaa Oromoo erga hogganni ABO biyya galee as, hanqinaaf cimina qabsoof gufuulee mudatan

Hagayya 29, 2019 | Qalbeessaa Dhangi’aatiin

Hogganni adda Bilisummaa Oromoo Fulbaana 15, 2018 erga biyya galee as maaltu adeemaa jira, maaltu raawwate? Maaltu milkaa’ee? Maaltu hanqate? Kan jedhu wal hubachiisaa adeemuuf jecha barruu qophaa’e.
Addi Bilisummaa Oromoo hogganni isaa biyya alaatii qabsoo karaa nagaatti amanuutii biyya isaa Oromiyaatti galuun isaa nii yaadatama. ABO’n biyyatti kan galeef ija Oromummaan wal ilaaluutiin mootummaa kana waliin wal ta’iinsa siyyaasaa kan hanqate waliin guutuuf, qabsaa’ota waggaa 28 dura dhabaman wal ta’iinsaan barbaadanii arguu yaada jedhuu fi siyyaasa karaa nagaa gaggeessuuf filannoon wal dorgomna ejjennoo jedhu qabatee hogganni olaanaan biyya isaa Oromiyaa gale.

Oromo Trust and Prime Minister Abiy Ahmed’s Betrayal

August 29, 2019 | By Worku Burayu (Ph.D.)

Oromo Sabakoo: “You trusted Abiy Ahmed and had faithful to him:” you called him a son of Abbaa Gadaa, an Oromo hero, and an angel given from God etc. The love and impression you had for him, the life price you paid to rescue him can’t be described fully in this short article. “He was nothing short of your everything.” I have never heard, however, when Abiy Ahmed called himself an Oromo person, or a son of Abbaa Gadaa, or I have never observed his sympathy to the Oromo people. On the contrary, he promotes institution that demoralize the Oromo identity and the Abba Gadaa structure. So, this time you’re feeling betrayed. Abiy Ahmed, a person you trust, you care about, perhaps even love, has broken the bonds of trust and done something that cuts deep at your heart. He has totally betrayed Oromia and Oromos. The successes you have achieved so far through your bitter struggle are tearing apart, eroded one by one. Let’s see what our people feelings look like. Don’t take me wrong: This is not a scientific research; it is just informal information gathering.

Guutummaa Oromiyaati hidhafi dararaan akkuma itti fufeti jira!

Hagayya 29, 2019 | Face Booki Tsegaye Hailu irraa

Waajjira Poolisii Magaala Naqamtee Aana 1ffaa keessatti dararamaa kan jiran lammiin keenya 22 maqaan isanii kunooti. Rakkoo hamatu irra gahaa jira.

Hanga ammattis mana murtitti hin dhiyessine.
1- Yeshaane Mamo barataa kutaa 12
2- Sayiid Obsoo WBO duraanii
3- Burqaa Tasfaa WBO kan turee.
4- Nagaroo Jabeessaa huccuu kan hodhuu.
5- Yooseef Hambisaa konkolaachisaa bajajii 

The Ethiopian Government Arrests Menderin Tessema, the only Female Photojournalist of the Sidama Media Network

August 29, 2019 | By The Sidama Observer

The Ethiopian government genocide on the Sidama people took a new twist when the most barbaric security forces harassed and arrested the only female photojournalist in Sidama, Menderin Tessema, who was visiting the renowned Sidama young intellectuals, SIdama Media Network Managers and other Sidama youth incarcerated blatantly for peacefully demanding the establishment of the Sidama National Regional State within the Ethiopia multinational federation in full compliance with the constitution. She was visiting the following Sidama icons in Hawassa, Sidamaland, when she was arrested:

በስመ ፍኖተ ካርታም ሆነ በሌላ ዘዴ የኣንድን ብሄር ቋንቋና ታሪክ በሌሎች ላይ ለመጫን የሚጠነሰስ ሴራ መገታትና መወገዝም አለበት !

ነሃሴ  23, 2011 እ.ኢ.ኣ (Hagayya 29, 2019) | የኦሮሞ ነፃነት ግንባር መግለጫ

የኢትዮጵያ ፌዴራላዊ ዴሞክራሲያዊ ሪፐብልክ መንግስት የትምህርት ሚንስቴር ነሐሴ 15 ቀን 2011 በሰጠው መግለጫ የሁሉም ብሄር ብሄረ-ሰቦች ህጻናትና ተማሪዎች ከአንደኛ ክፍል ጀምረው የአማርኛ ቋንቋን ይማራሉ የሚል አስገዳጅ ህግ ማወጁ እያወዛገበ ይገኛል። እንደ አዲስ ተቀረጸ የተባለዉ የትምህርትና ስልጠና ፍኖተ ካርታ ከኣንድ ወገን በተሰባሰቡ ግለሰቦች ምክረ ሀሳብ የተነደፈ ከመሆኑም ባሻገር አገሪቱን ሃምሳ ዓመትና ከዚያ በላይ ወደ ሁዋላ በመመለስ ሌሎች ብሄር ብሄረ-ሰቦች ለዘመናት ባደረጉት መራራ ትግልና በከፈሉት መስዋዕትነት ቢያንስ የተጎናጸፉዋቸው የተወሰኑ መብቶችን እንኳ ለመግፈፍ ሆነ ተብሎ የተጠነሰሰ ሴራ ነው ብለን እናምናለን።

The Quest of the Sidama Nation for Self-Determination and the Plot of Die-Hard Unionist Ethiopians As State-Terrorism in Sidama Intensifies

July 25, 2019 | By Denboba Natie, Edinburgh, Scotland
The Sidama youth demand an independent investigation of the Sidama people massacre 2.0. The Federal Government of Ethiopia had a full year time to respond to the Sidama quest, but it deliberately delayed it to cause havoc.
Part I
1. Background
1.1. General
The Sidama nation lives in the horn of Africa, notably in the southern Ethiopia. Sidama is one of Cushitic language speaking nations such as the Oromo, Afar, Somali and numerous others- all indigenous to northeast Africa for several millennia. According to the Central Statistical Agency of Ethiopia, the Sidama nation had a total population of 4.2 million in 2017 making it the fifth largest nation in Ethiopia after Oromia, 35.4 million; Amhara, 21.1 million; Somali, 5.6 million; and Tigray, 5.2 million. An independent estimate puts the Sidama between 6.5 and 7 million. Besides, notwithstanding the ancient history of Abyssinia dating back to three millennia, the Sidama nation and other Cushitic language speaking nations of the Horn of Africa were indigenous nations to this region dating as far back as 15, 000 years. The Sidama nation was annexed into the Ethiopian Empire by the Abyssinian King Minelik II in 1891, who sought to expand his territory to fend off the threat of the European colonial expansion following the Berlin scramble for Africa Conference of 1884 to divide Africa among the then major powers.

What does Abiy Ahmed Really want?

July 25, 2019 | By Rundassa Asheetee Hunde

The first time Abiy Ahmed assumed empire Ethiopia’s prime ministerial position, he produced mixed results.
Out of the most significant actions he took, the creation of a short-lived open political platform and the release of some Oromo political prisoners still lingers in our minds, even though what was accepted by some Oromians as positive went down when Abiy failed to take a meaningful step forward in answering the Oromo question.

WAAMICHA QOPHII AYYAANA IRREECHAA MALKAA YKN BIRRAA BARA 2019 ILAALCHISEE KAN BIYYA JARMANII KEESSATTI KABAJAMUUF QOPAA’EE

Adoolessa 17, 2019 | Koree Qindeessituu Ayyaana Irreechaa  Oromoo (KQAIO) bara 2019 


WAAMICHA QOPHII AYYAANA IRREECHAA MALKAA YKN BIRRAA BARA 2019 ILAALCHISEE KAN BIYYA JARMANII KEESSATTI KABAJAMUUF QOPAA’EE – FRANKFURT AM MAIN, GUYYAA GAAFA SANBATA DURA (SANBATDURA) FULBAANA (SEPTEMBER) 21, 2019, GERMANY  
 
Jaallatammoo fi kabajammo Ilmaan Oromoo biyya Jarmanii keessa Jirtaattan hundaaf (maraaf)! 
 
Hunda duraan dursee Koreen Qindeessituu Ayyaanaa Irreechaa Oromoo (KQAIO) nagaan Waaqayoo/Rabbi isin haagahu jedha. Ashamaa ilmaan Oromoo kann biyya Jarmanii keessa jiraattan, obboleewwan keenya dhiiraa fi dubartiin, baga ayyaana Irreechaa bara 2019 walumaan jala geenye. Ayaanni irreechaa jila (festival) waga/bara haaraatti cee‘uumsaatti. KQAIO baga nagaan booqa (ifa) birraatiin isin gahe jechudaan hawwii gaarii ummata Oromoof qabu mirkaneesa.  

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Adooleessa 08, 2019

Qabsoo Bilisummaa Oromoo aarsaa qaalii uummaanni Oromoo irree tokkuummaattin irraatti kaffaalaa turee garaa dabaarsuuf murnoonni ijaaramanii faayidaa dhuunfaa fi aangoo tikfachuuf deemaan gara dabaarsuuf tattaaffii diinoonni keenya gochaa jiraan Qeerroon Bilisummaa Oromoo ilaaluun Taajjabbii fi obsaan biraa darbaa turree. Kana biraas darbuun diinina yeroo garaagaraatti itti kennaa turree. Humnoonni badii Oromoo abjootaan garuu irraa deeddebiin gochaa farraa uummaata Oromoo gargaar qooduu fi egeree Oromoo dukkaneessu hojjaachuu itti fufaanii jiru. 

RSWO – Hiriirri Balaaleffannaa WBO/ABO Guyyaa Har’aa Magaalaa Amboo’tti Qophaa’e, Fashaleeffame

Adoolessa 7, 2019 

Hiriirri Balaaleffannaa WBO/ABO Guyyaa Har’aa, Jala-deemtota MKIX’n Magaalaa Amboo’tti Qophaa’ee ture, Dura-dhaabbannoo Qeerroofi Qarree Ambootiin Fashaleeffame | Konyaa Bunnoo Baddallee keessatti, Guyyaa Har’aa, Manneen Jireenyaa Oromoota 36’ol ta’an RIX’n Gubaman

Eritrea and Ethiopia: A year of peace, a year of dashed hopes

July 08, 2019 | African Arguments

Since the historic accord last year, the border has closed again and little has changed. Patience among Eritreans is wearing thin.


A year ago today, Ethiopia’s Prime Minister Abiy Ahmed arrived in the Eritrea capital of Asmara. Eritreans lined the streets, ecstatic to greet the leader of the country with whom they had been locked in conflict for two decades.

Ethiopia needs to act fast to solve its internal displacement problem

July 08, 2019 | The Conversation

Ethiopia’s president Sahle-Work Zewde recently reaffirmed her government’s efforts to support refugees and internally displaced people in Ethiopian territory. She also called for the cooperation of continental and international actors.

Israel denies providing defence systems for Ethiopian dam

July 08, 2019

Sources within Israel’s military-industrial complex (MIC) have denied that Israeli-made air-defence systems have been installed to protect Ethiopia’s Grand Renaissance Dam, i24newsreported on Sunday. The denial follows reports about tension between Egypt and Israel over the issue.