GAAFFIF DEEBII HD ABO J/ DAAWUD IBSAA WALIIN KUTAA 1FFAA fi 2FFAA ONN – IN AFAN OROMO

Kutaa 1ffaa                                                                Kutaa 2ffaa
  

Maaltu deemaa ture? Maaltu deemaa jira? Maaltu deemuuf jira?

Sadaasa 26, 2017 | Qalbeessaa Dhangi'aa Irraa

Loltoota kanneen fakkaatan Gadii kana akka waan loltoota Wayyaanee waraanu leenjisaa jiruutti Lammaaf dubbatamaa ture. Icciitiin dubbichaa garuu kana hinturre. (kana barruu itti aanu keessatti ilaalla)

Ethiopian empire policies are fecal occult blood while their actions are considerably hemorrhagic.

November 26, 2017 | By Dr. B.K. Deressa

Before I am going to enter my main point let me define fecal occult blood and hemorrhage.
Fecal occult blood (FOB) refers to blood in the feces that is not visibly apparent. Occult blood in the stool may indicate colon cancer or polyps in the colon or rectum. The fecal immunochemical test (FIT) is the initial non-invasive investigation of choice for population-based colorectal cancer (CRC) screening. Also called fecal immunochemical test, FIT, iFOBT. The fecal occult blood test (FOBT) is a lab test used to check stool samples for hidden (occult) blood.

ኦሮሞ እና ኢትዮጵያ

November 26, 2017 |  በብርሃኑ ሁንዴ

ኢትዮጵያ የምትባለው ሀገር ውስጥ በሚያልፉትና በሚመጡት የሀበሾች መንግስታት ስር ኦሮሞ ባንድ በኩል አየተጨቆነ በሌላ በኩል ግን ለዚህች ሀገር ስታገልና መስዋዕት ስከፍል ቆይቷል። ለዚች ሀገር በተደረጉት ጦርነቶች ውስጥ እንደ ኦሮሞ ጉዳት የደረሰበትና በጣም ከባድ መስዋዕት የከፈለ የለም ቢባል ከእውነት መራቅ አይሆንም፤ ነገር ማጋነንም አይደለም። የኦሮሞ ሕዝብ ለራሱ ነፃነት ይህን ያህል ትልቅ መስዋዕት ብከፍል ኖሮ ምናልባት ዛሬ የሀገሩን ባለቤትነት ማረጋገጥ ይችል ነበር።
በሌላ መንገድ ሲታይ ግን፣ ኦሮሞ ኢትዮጵያን ማሞገስና ይህችን ሀገር ለማኖር ስንከራተት እንጂ፤ ኦሮሞን የምትወድና ለኦሮሞ የምትቆረቆር ኢትዮጵያ አይተነም ሰምተንም አናውቅም። ይህ ያለውን እውነታ ለመናገርና በመሬት ላይ የሚታየውን እውነታ ለመግለፅ እንጂ፣ ይህችን ሀገር ለመጥላትና በሷ ላይ ፕሮፓጋንዳ ማድረግ አይደለም።  ሰዎች ይህንን እውነታ በጥልቅት ሳያዩና ሳይገነዘቡ፣ ቶሎ ብለው ነገሩን ወደ ሌላ መንገድ መተርጎም የለባቸውም። ያለውን እውነታ መናገርና ማስታወስ አስፈላጊ ስለሆነ ነው ይህን ጉዳይ ያነሳሁት። ይህንን ጉዳይ እንደ ጠባብነት የሚያዩትና ነገሩን ከፖለቲካ ጋር ለማዛመድ የሚሞክሩት ይህን ለማድረግ መብታቸው ነው። ይሁን እንጂ እውነታን መደበቅ እይቻልም።

Galaanni Deemu, Galaana Ciisu Kaasa!

Sadaasa 19, 2017 | Qixxeessaa Lammii Irraa

FDG GARA FXG TAAKKE Oromoo wal dhuunfachiisuu bira dabree OPDO ilma TPLF darbee of dura buusuudhaan dhaaba sab boonaa isii fakkeessee jira. Haasofni afaan hoogganoota dhaaba kanaa keessaa bahu gurra Oromootti mi’aawaa dhufaa jira. Dhaaba of danda’ee dhaabbate kan dhiibbaa TPLF irraa bilisa ta’e fakkaachuun isaa Oromoota waan onnachiise fakkaata. Alaa keessaan OPDOn faarsaa malee hin abaarinaa jechuun kittillayoota isaa dabalatee fayyaleyyiin Oromoos heddutu irraa hirmaachaa jira. Duula gala malee baha hin faarsan. Dhaaba kana kan maqaa gaarii kana yeroof itti godhe mataa dhaabichaa kan ta’e obboo Lammaa Magarsaa akka ta’etti fudhatamee dirre bahatti haasawamee jirama.

Zarihuun Wodaajoo: “Maraatoonii Qabsoo” [New Oromo Music 2017]

Sagalee Goototaa

    

Qabsoon Oromoo Qabsoo Bu’aawwan Xixiqqoof Eegale Miti, Bu’aawwan Xixiqqoo Halagaaf Galtuurraa Argameenis Hingufatu.

Sadaasa 16, 2017 | Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Qabsoon bilisummaa uummataa qabsoo dhugaati. Bilisummaa uummataa tokkoof qabsoon uummatichaan godhamu hanga bilisummaatti jabaatee itti fufuun dirqama. Nuti Oromoonis qabsoo bilisummaa Oromoof qabsoo kaleessa jaallan kitila itti dhabne duuka jirra. Qabsoon nuti gochaa jirru qabsoo haqaati. Qabsoon haqaa bu’aaf dantaa xixiqqoo diinarraa uummataa godhamuun hinshiminu. Qabsoon haqaa hanga bilisummaatti. Irbuun qabsaa’otaas hanga bilisummaatti qabsoo jabeessee akka itti fufu dirqa.
Har’a qabsoo uummatni Oromoo du’aa ajjeefamaa dhibee addanaan gahe, ilmaan cunqurfamoo impayeera biyyattif daandii qabsoo saaqera. Har’a impaatera Ethiopia keessatti Oromoo dhiisii sabootni biroon akka dur garbummaaf tole jedhanii akka hinbulle qabsoon Oromoo karaa agarsiiseera. Qabsoo dhugaatu akkana.

“Sunsuma Jijjiiruun Marqa Hin Midhaaksu”

Sadaasa 16, 2017 | Waaqoo Nooleetiin

Dhugaan ilma nama bira jiraachuu qabu kan yoomuu jijjiramuu fi daddaquu hin qabne waan jibbu jaalachuu dhabuudha. “MAN NO SEE DIRT, NO HEAR DIRT AND NO CLEAN DIRT” Kun akkamitti danda’amaa?
Haarawoomsa, Haarawoomsa, Haarawoomsa…oggayyuu Haarawoomsa maal Haarawoomsuu? Bofni Umrii isaa muuxata malee hadhaa isaa hin muuxatu. Bofni yoomiiyyuu eenyummaan isaa Bofuma.
Seerri uumaa fi uumamaa osoo hin jaalatin dirqiin waqtiilee jiran keessatti uumama jalqabaa uumama itti aanuun jijjiraa hanga guyyaa xumuraatti imalchiisa. Uumamni jiran cuftuu turtii yeroo jiranii keessatti Safuu fi dudhaa walii tiksuun seeraa fi heera ittiin bulmaata isanii baafatanii ittiin wal taliigaa jiraatu.

YAA SOOGIDDAA! YOO OFII JETTEE …. YAA HALGAA ! YOO BORIIF JETTEE…

Sadaasa 16, 2017 | SEENAA Y.G(2005)

Waggaa 15 dura Goota Umurii isaa guutuu Qabsootti jiruutu, dabballoota leenjisuuf akkas jedhee dhaame. “Qabsoo nuuti gaggeessinu galma akka ga’uuf, Oromoo addunyaa irra jiru hundaa Qabsoo keessatti akka hirmaatuuf qopheessuun, hojii keenya jalqabaati. Kunis Baayyina Oromoo humnatti jijjiiruuf gargaara. Kana gochuun keenya waa lamaaf jedhan. Inni tokko—humni Oromoo dura dhaabbatu deebi’ee akka hin kaaneef gargaara. Inni lammadaa—yoo nuutillee wareegamnee, dhalooti itti aanu qabsoo inuma itti fufa jedhanii, Oromoo humneessuu kana fakkeenya biraatiin isinitti hima jedhan. Bishaan baarmeela guutuu danfisuu yoo barbaaddan, jalqaba baarmeela duwwaa abiddarra keessanii bishaan itti guutuu dandeessan. Rakkoo hin qabu. Rakkoon jiru isa kanaa miti. Bishaan baarmeela guutuu kana ega danfisnee booda akkamittin irraa buufana? ykn bishaanichatti dhimma baanaadhaa? Irraa baasuuf rakkoodhaa. Keessaa waraabanii dhimma itti ba’uuf rakkoodhaa. Deebisanii qabbaneessinaan deebisanii danfisuu barbaachisa. Kanaaf qabsoon Oromoo sadarkaa isa bishaan danfeerra geesifnee diina keenya filmaata dhabsiisuudhaa” jedhan. Yeroo sanatti dubbiin kun kanneen qoosaa itti fakkaatee hedduudha. Garuu qoosaa hin turre. Waanuma har’aa Biyya keessatti argaa jirruudhaa. Baayyina Oromoo humnatti jijjiiruun raawwateera. Bu’aa humnatti jijjiiramuu ijumaan argaa jirra. Humni kun guyyuu barachaa fi muuxachaa diinaaf yaaddoo qofaa osoo hin taanee, laafachuu sirnichaaf iyyu sababaa ta’eera.