Godina Shawaa lixaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti diddaan uummataa jabaachaa dhufuun uummatni walgahii mootummaa wayyaanee guutummaan lagatee jira.
Mootummaan wayyaanee yeroo ammaa kanatti maqaa filannoo jedhuun uummata irratti siyaasa mataa isaa deemsisaa kan jiru uummatni si hin dhageenyu jechuun wal gahii lagatee jira. Mootummaan wayyaanees aanaa kana keessatti miseensa about jira jechuun uummata hidhuu fi dararuu kan itti fufe yoommuu tahu ilmaan oromoo:
- Dhaabaa Dheeressaa fi
- Caalaa
No comments:
Post a Comment