GUYYAA YAADANNOO
GOOTOTA OROMOO
UNITED KINGDOM-
BOLTON/ MANCHESTER (2014)
Guyyaan yaadannoo
Gootota Oromoo bara 2014 Biyya UK gaafa Dilbata, Ebla 27, 2014,
magaalaa Bolton (Manchester) keessatti qophaawee jira. Orommoo fi
firoottan Oromoo biyya UK fi naannootti argamtan akka dhuftanii
guyyaa seena qabeessa kana waliin yaadannu kabjaan isin afeerra.
Sagantaan qophii
guyyaa itti fufee galgalli bashannanaa ni jiraata. Warra fagoo irraa
dhuftanii bakka bultii feetaniif ummata Oromoo naannoo Bolton fi
Manchester jiraatan akka isin keessumsiisuuf dandahan isin
hubachiifna.
Guyyaa:
Ebla (April) 27, 2014
Bakka:
Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Sa’aatii:
1:00 wb (pm) – 9:00 wb (pm)
Koree Qindeessituu
========================================================================
OROMO MARTYRS DAY
CELEBRATION
UNITED KINGDOM-
BOLTON/ MANCHESTER (2014)
The 2014 Oromo
Martyrs Day celebration (Guyyaa Goototaa) is organised in the Bolton
city of Manchester. The event will take place on Sunday, April, 27,
2014. Oromos and friends of Oromos in the UK and surrounding
places are kindly invited to take part in this historic day.
After the mark of the day there is an entertainment evening. For those who come from far places and need accommodation for the night, it may be provided by Oromo residents in Bolton and Manchester.
Date:
April 27, 2014
Place:
Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Time:
1:00pm – 9:00pm
The
Organising Committee
No comments:
Post a Comment