Barattooti Oromoo 113 University Mooraa kiiloo 4 Keessaa hidhaman 7 Ammoo Gara Malee Reebamuun Gabaafame

3 Amajjii 2013  | Qeerroo

Finfinnee: Diddaan barattoota Oromoo mooraa University Finfinnee Kiiloo 4 kaleessa eegale har'as akkuma jirutti jabaatee kan itti fufeedha. Walitti bu'iinsi gamlachuu irratti ta'een har'a Amajjii 3 hidhattoota wayyaaneetiin barattooni namni 113 qabamanii mana hidhaa galanii jiru. Barattootni kunis bakka lamatti hiramanii hidhamani,73 bakka tokkotti, 40 bakka tokkotti. 

Ethnic clash among AAU 4 Kilo Oromo and Tigre students causes damages

3 January 2012 | De Birhan


A violent ethnic based conflict among Addis Abeba University (AAU) College of Natural Sciences/4 Kilo Campus students that started yesterday afternoon (02-01-2013) 4PM  resulted in the damage of properties and injuries of students.

Moraan University Finfinnee Diddaa Barattootaan Guutamte

*You Can also listen to related ESAT TV's Breaking news after Qeerroo's report  
3 Amajjii
2013 | Qeerroo

Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Finfinnee bara baraan biyya abbaa keenyaa irratti arrabsamuu fi salphachuun nu gahe jechuun FDG kaasan. Haala kana dura dhaabbachuuf jecha mootummaan Wayyaanee waraana isaa gara mooraatti geessuun diddaa kana jala dhaabachaa jira.

Amajjii 1, 2013 Guyyaan WBO fi bara haaraa Oromiyaa keessatti haala ho’aan qophiilee garaa garaan kabajame!

2 Amajjii 2013 | Qeerroo

Amajjii 1, Guyyaan WBO Oromiyaa keessatti haala hoaan kabajame. Qabsoo bilisummaa oromoo gaggeeffamaa jiru irratti miseensotni maadhee fi sabboontontni walitti dhufan marii balaa gaggeessanii jiru. Ayyaanni bara haaraa fi Guyyaa WBO Amajjii 1, 2013 barattoota yyunivarsiitii fi koollejjii garaa garaan kabajamuu irraan dabalatee qotee bultootni walitti dhufuun guyyaan kun guyyaa WBO tahuu wal hubachiisuu irraan darbanii dhimma QBO irratti marii gaggeessanii jiran. Barattootni oromoo Yuunivarsiitii Finfinnee Kiiloo 6, 5, fi 4 akkasumas kanneen koollejjii gaazexeessummaa fi commerce keessatti argaman, dabalataan miseensotni qeerroo yuunivarsiitii Finfinnee Damee Bishooftuu baratan gamtaan mana kireessuun dungoo diimaa magariisa diimaa ibsuunii fi alaabaa ABO fannisuun haala hoaan ayyaaneffatanii jiran. Mooraa yuunivarsiitii keessattis sabboontotni oromoo uffata aadaa kuula alaabaa ABO fi gadaa qabu uffachuun akkasumas doormii keessatti dungoo diimaa magariisa diimaa ibsuun qophii garaa garaan ayyeessanii jiran. Barattootni koollejjii Unity fi Kotobees haala hoaan qophii garaa garaan ayyaaneffatanii jiran. Guyyaa ayyaanaa kana irratti yaadannoon gootawwan wareegamaniif taasifamuun qophiin kan jalqabe yoommuu tahu barattootni oromoo FDG gaggeeffamaa ture galmaan geessisuuf gaheen isaanii maal akka tahe lafa kaawatanii jiran.

Akeeka WMO(ODF) fi Akeeka Impaayera Itiyophiya

2 Amajjii 2013 | Gadaa.com

Dhugaabaas Dhgoomsaa Irraa*

(Xiinxala ‘Qabxii Marii Waltajjii Marii Oromo‘ ykn ‘Manifesto‘ WMO(ODF))

1. Seensa

Waraqaa hiccitii Waltajjii Marii Oromoo(WMO/ODF) ‘‘Qabxiilee marii  Qabsoo Bilisummaa Haarayoomsuudhaan Oromoo Aangessuu“ jedhu yeroon dubbisu, qabxiilee waraqaa kana irra taa‘an xiinxaluu eegale. Warqaan akkasi  hogganoota ABO dursaa turre ofiin jedhaniin akka ‘qabxii mariitti‘ ka’uun na aja’ibe. Yaadi kun yaada haaryaa ta’uu baatus yeroo ammaatti akka haarayaatti dhiyeessuuf tattaafachuun sababaan isaa maali? Akeeki isaani akeeka impayera Itiyophiya tiksuu irraa maaltu adda baasa? Yaadota jedhan adda baasuuf jecha qalama koo kaase.

Australian Oromo Community Association's President Aisha Ali: 2012 Achievements and Message

             

Oromo Must Get Ready for all Rounded Struggle in all Corners on the Way to Freedoom

1 January 2013

Since a very long time ago we have lost our nation to Abyssinians, we are continuously struggling with our enemies for more than a century. In all these struggles the Oromo people used much input and harvested a little in comparison because of many possible reasons. In fact great respect to our fallen hero for what level we are today as the great Oromo people who survived all kinds of evil on Earth because of long colony. Paying tribute to our fallen hero and we must keep going towards our final destiny, Oromos right to self-determination up to independence. Much work is left and have to be done as much as possible in this historical moment. There for to reach to our goal we have to be able to list out our enemies of our freedom, know them very well, design different strategy and must be ready to struggle them one by one and at the same time in all corners effectively. So, who is/are our enemy/enemies ? Is such a vital question in Oromo's struggle for freedom.

Gadaa.com’s PERSONS OF THE YEAR 2012: Journalists and Hosts of the New Oromo Radio Stations

31 December 2012 | Gadaa.com

For exemplifying the power of self-reliance, and for informing and educating the public about the Oromo struggle, history, politics, culture and language. 

Gadaa.com
The Gadaa.com’s PERSONS OF THE YEAR 2012 are journalists and hosts working at the Oromo radiostations launched in 2012: Radio Afuura Biyyaa, Radio Marii, Radio Simbirtuu and Seife-Nebelbal Radio.
Over the last year, they collectively produced and aired more than 150 informative and inspirational online radio episodes to listeners in all corners of the world. They collectively interviewed scores of Oromo nationalist politicians, artists, scholars, elders, and youth activists as well as non-Oromo opinion makers – bridging the information gaps among several sectors of the Oromo nation. In addition, they provided timely news and analyses to their audience – mostly on a weekly basis. Over the last 12 months since their launches, their programs have attracted at least a quarter of a million online clicks (i.e. the number of times their programs were viewed by the audience).

OPride Person(s) of the Year 2012: Oromo Political Prisoners


The Following is an OPride Person of the Year 2012 and Doesn't necessarly mean Madda Walaabuu Press is agree with all the lists but we would like to Thank OPride for the recognition of those who deserved to be in the List.
_______________________________________________________________________________
31 December 2012 |OPride
Since Ethiopia’s ruling party (EPRDF) came to power in 1991, countless Oromo activists, students, professionals, academics, farmers, and businessmen have disappeared, been imprisoned, tortured, or unjustly executed. While the State’s tight control of information has not allowed for reliable statistics, the number of Oromo political prisoners currently languishing in prisons across Ethiopia is estimated to be more than 20,000. In today’s Ethiopia, every dissenting Oromo is branded as an OLF sympathizer, and by extension, a terrorist, to an extent that being an Oromo itself has becomea crime in Ethiopia. Analysts warn Ethiopia is turning into a "prison house" for Oromos, citing stockpiles of prisoners around the country.

Baga Geeysan Seensa Bara Haaraya Bara 2013 Ilaalchisee Ibsa Dhaaba ULFO Irraa Kenname

Amajjii 1, 2013

UNITED LIBERATION FORCES OF OROMIYAA
TOKKUMMAA HUMNOOTAA BILISUMMAA OROMIYAA

Date: 01/01/2013                                                                     Ref. No.. 030/8/2013

Baga Geeysan 
Seensa Bara Haaraya Bara 2013 Ilaalchisee Ibsa Dhaaba ULFO Irraa Kenname  


Kabajamtoota Saba Oromoo, Kabajamtoota lammiilee Oromiyaa, kabajamtoota gooticha human waraana ULFO akkasuma miseensota dhaaba ULFO/THBO idil addunyaarra jiran maraaf baga Rabbiin bara haaraya 2013 kanaan ittiin nu gehe jechuun dhaabni ULFO/THBO gammachuu qabu ibsaa jira. Barri kun kan ULFOn gara dhaabaa itticehuun sochii qabsoo hidhannoo itti jalqabee fii bara tokkoffaa isaa 20/02/2013 kana waan kabajatuuf bara addaa isa taasisa.