Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Hagayya 31, 2017

             

Murtii fi Kutannoolee Kora Sabaa 4ffaa ABO Hagayya 20 – 30, 2017

Haggaya 31, 2017 | Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Korri Sabaa 4ffaan Adda Bilisummaa Oromoo bakka bu’ootni Miseensota ABO, bakka bu’ootni Caayaalee ABO, bakka bu’ootni waldaalee fi murnoota hawaasaa adda addaa fi keessummootni afeeraman bakka argamanitti Hagayya 20 – 30, 2017 haala ow’aa fi mirqaansaa taheen gaggeeffamee injifannoodhaan xumurame.

" Tasa "---- Walaloo Abdii Baalee Oromiyaa Irraa

Haggaya 30, 2017 | Abdii Baalee Oromiyaa Irraa

Kashlabbee bobbaasee, gootaa ficcisiisaa,
Hambaa ilmaan Oromoo gidiraan facaasaa,
Reeffa gootowwanii, ekeraa rarraasaa,
Ofumaa fixxanii, maaliif jettan " tasaa ",
Yoomiyyuu hin bahu, Onnee teenya keessaa!!!

LABSA KORA SABAA 4ffaa ADDA BILISUMMAA OROMOO

Hagayya 30, 2017 | Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Addi Bilisummaa Oromoo Kora Sabaa 4ffaa bakka hirmaattotni bakka bu’oota miseensota ABO, bakka bu’oota Caayaalee ABO, bakka bu’ootnii fi hoogganootni murnoota hawaasaa adda addaa, deggertootni Dhaabichaa, akkasumas, beektotnii fi ogeeyyiin gara garaa addunyaa mara irraa walitti dhufuudhaan argamanitti Hagayya 20 – 30, 2017tti geggeeffatee milkiidhaan xumurate.

“Ilmi Oromoo Baratee Eessa Iyyuu Hin Gawu”

Haggaya 30, 2017 | Feyera Sobokssa

We have never been at peace ever since our land was conquered by the Abyssinian external forces often known by our parents as “Gaadduus. Our parents had a valid reason to say “Ilmi Oromoo baratee eesa iyyuu hin gawu.” When loosely translated, it is like saying, “An Oromo boy goes to school but gets nowhere.” They cannot say “Intala Oromo” because education was considered a privilege not a right for the Oromo boys in general and even worse for Oromo girls in particular. The enrollment of girls was not more than 2-3% of the total student population when I was in the elementary school. They have made this conclusion because they observe what was going on in their community. In my own birth place alone, a person who should have been a great role model for being the first person to get a Masters Degree, Obbo Guta Sirnessa, was killed during the Dergue regime. Oromo leaders like Kumsa Lata, Argaw Dinqa, Zewuga Bojiya, my own teachers like Dambi Disasa and Tewelde Gebremedhin (an Eritrean) and many, many others were killed by the Dergue military regime. There were about six Ph.D. holders who were killed in Tokkee Kuttaayee including a brother of Dr. Merera Guddina while I was a student at Ambo Comprehensive Senior Vocational High School.

Falmaan Bilisummaa Oromoof taasifamu jabaatee itti fufa!

Hagayya 27, 2017 | Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Oromiyaa

Koreen Aduulaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Hagayya 27 bara 2017 teessoo ariifachiisaa guyyaa tokkoof gaggeessee jira.
Teessoo kana irrattis haala yeroo ammaa Oromiyaan keessatti argamtuu walhubachiisee jira. Kanuma waliins, duula itti fufiinsaan gaggeeffamuu qabu irratti kallattii kaayeera.
Akka kanaanis, mirga abbaa biyyummaa kabachiifachuuf wareegama olaanaa ummati Oromoo baasaa jirutti firii gochuun waan hunda dura kan irratti xiyyeeffatmau ta’uu irra deebi’ee irboomseera.
Keessayyuu, dhalooti qubee aadaa fi gootummaa ummata keenyaa dhaaluun akka bilisummaan ummata Oromoo kabajamu, mirgi abbaa biyyummaa keenya mirkanaa’u  taasisuuf qabsoon maraalessaa kan filmaata hin qabne ta’uu raggaasiseera.

“DHALOOTI GUMAA” HUNDEE GADI DHAABEERA !!!

Hagayya 27, 2017 | Seenaa Y.G (2005)

Har’aa Gootummaan Biyya keessatti argaa fi dhaga’aa jirru, akka sabaatti itti boonna. Gammachuun nu mirqaansaa jira. Dhiigni wareegamtootaa bilaashatti akka hin hafnee nu abdachiisa. Qabsaa’oonni Umurii isaanii guutuu saba kanaaf of kennan keessi isaanii boqonnaa argachuun haqa. Dadhabbiin isaanii sadarkaa kanarra ga’uutti ni gammadu. Dhalooti qabsoo kana dhaalaa jirus, rakkoo hedduu keessa dabranii har’arra ga’utti hamilee guddaa keessa jiru. Gumaa ka nu baasuu kumaa kitilaan horachuu keenyatti, abdiin guutameerra. Qabsoo akka nama tokkotti gaggeeffamaa jiru kanarra ga’uuf, wareegama waa hundaa itti baafneerra. Akka sabaatti, Har’arra dhaabbannee hegaree keenya wayita tilmaamnuu, hegareen keenya shakkii tokko malee harka keenya jiraachuu ifatti mirkaneeffanna. Waan barbaannee yeroo barbaanneetti raawwachuu akka dandeenyu dhugeeffanna. Kana tikifannee isa caalutti tarkaanfachuun ammoo murtee keenyadha.

Waamichaa ADO Ummataa Oromoo fi Humnoota Oromoo Maraaf

Haggaya 23, 2017 | Oromo Democratic Front (ODF)
Weeyraraa “Liyuu Poolisiin” Mootummaa Naannoo Somaalee Biyyaa Oromoo fi Ummataa Oromoo irraatti Geessisaa Jiru Daddaffiin Dhaabuf Waamichaa ADO Ummataa Oromoo fi Humnoota Oromoo Maraaf:
Bara sadeen dabaran kana keessa akka argaa jirrutti abjuun Somaaliyaa Guddittii (Greater Somalia) dhugoomsuu ykn daangaa naannoo Somalia baldhifachuu, gargaarsa mootummaa TPLFn hogganamuun dhugoomaa akka jiru ifaa dha. Akka beekamutti imammaanni lafaa Somalee baldhifachu mootummaa Ziyaad Barreen eegale. Abjuun Somaaliyaa Guddittii kun yaada ummata Afaan Somaalee dubbatu, kan Itoophiyaa, Kenyaa fi Jibuutii keessa jiraatan hunda mootummaa Somaaliyaa Guddittii keessatti walitti qabuu fi lafaa naannoo sana dhuunfachuu ture.

Qeerroon Bilisummaa ummata Hin sodaachisu!

Hagayya 23, 2017 | Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa Irraa

Hoggansi Qeerroo Bilisummaa Oromoo haala yeroo ammaa Oromiyaa keessatti belbelaa jiru irratti Hagayya 21 bara 2017 walgahii hatattamaa taasise.
Walgahii kana irratti rakkoon Oromoo mudate bilisummaa  Oromoo deebisuun kan hiikamu ta’uu sagalee tokkoon irra deebi’ee haaromseera. Dhumaatii gama addaddaan ummata Oromoo mudachaa jirutti xumura gochuuf Fincila Xumura Gabrumama jabeessuun furmaata qajeelaa ta’uus iticheera.

OMN: A Misguided Missile – Part II

August 16, 2017 | By Garee Mo'uu

To Read Part I Click HERE

As stated in part I, this part will focus on issues that terribly went wrong with OMN and its leaders. Though there are several issues and concerns that can be raised here, we only focus on the major ones that we think are worth mentioning and letting our people know. It is morally degrading to sit idle and watch when the media we built to serve our interest is rather working against us. We want our readers to understand that we can’t afford losing the only media institution we established as a people, especially in the diaspora. At the same time, we shouldn’t also allow this media to be used to compromise our unity.