OMN LONDON: ODUU GURRAANDHALA 7, 2015

Maatii fi deeggartooti OMN baga gammaddan. OMN fedhii odeeffannoo hawaasa keenyaa guutuudhaaf kaayyoo hidhatee ka’e galmaan gahuuf dameewwan isaa baballifachuu ittifufeera. Haaluma kanaan har’a irraa eegaluudhaan guyyoota Sambataa fi Dilbataa magaalaa London irraa oduu afaan Oromoo tamsaasuu egaluusaa yammuu beeksifnu gammachuu guddaadhaan.

No comments:

Post a Comment