Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa keessatti kanneen argaman humni waraanaa kora bittinneessa Oromiyaa jedhamuun beekaman sabboontota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Waliin qunnamtii tolfattanii FDGtti seenuuf jirtuu maqaa jedhuun wayyaaneedhaan qorataman.
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/06/2015
Gurraandhala 06, 2015 | Qeerroo.org
Guraandhala 4/2015 Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa keessatti kanneen argaman humni waraanaa kora bittinneessa Oromiyaa jedhamuun beekaman sabboontota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Waliin qunnamtii tolfattanii FDGtti seenuuf jirtuu maqaa jedhuun wayyaaneedhaan qorataman.
Sochiin warraaqsa FDG mootummaa wayyaanee gama hundaan hudhee qabuutti jira. Sabboontootni poolisootnii fi humni bittinneessaa Oromiyaa jedhaman keessatti ilmaan Oromoo argaman Oromummaan yakkamuun qorannoof saaxilaman jedhe odeessii keessa kora bittinneessa Oromiyaa magaalaa Jimmaa qubsiifame jiru gidduudha bahaa jiru.
The unsuccessful journey of the Tigre government messengers led by abbaa Duulaa Gammada
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/05/2015
February 05, 2015 | By Rundassa Asheetee Hundee
On 12/23/14, a man named Zelalem Jemaneh of TPLF/OPDO was picked up from the Dulles Airport by man named Nagasa, an OPDO operative who also runs the Mulu Wangel Church in Washington DC. Soon another man named Qanani joined them. Zelalem Jemaneh is best known for evicting tens of thousands of Oromians from around Finfinnee and for the death of hundreds of Oromia university students and farmers of Oromia.
After welcoming Zelalem Jemaneh to Washington DC, the Mulu Wengel church established to promote the Ethiopian unity contacted Aklilu Brihanu, the head of California based Mulu Wangel church and discussed how to create the OPDO cell in America. This church also runs several branches in America under the name of Burqaa Jireenya.
Naannoo Beenshaangul Gumz irraa Oduu amma nu dhaqqabe!
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/04/2015
Gurraandhala 04, 2015 | Gabaasa Anoole Wako
Ummanni Oromoo naannoo Benshaangul Gumuzitti dirqamaan daangeffeme akka jiraatu godhame mirga eenyummaa irraa sarbamee gaafate dorsifamaa akka jiru beekkame.
Haaluma kanaan guyyaa Gurraandhala 02, 2015 Oromooni 6 godina Matakaal nanoo Beenshaangul Gumzitii Oromoo kakaaftan jechuun shakamanii manaa hidhaa galusaniifii hidhaan itii murtaa'uu oduun nuu ga'ee jira. Maqaan isanii:-

- Gamada shifara
- Lamessa
- Girma Amsalu Jibat
- Dhuferaa Wirtuu
- Abaa Xaloo
- Maqaa isaa haga ammaatti baruu hin dandeenye.
Shiftaa Natti Moggaaftee…? Walaloo Usmaan Baayyuu Irraa
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/04/2015
Gurraandhala 04, 2015 | Usmaan Baayyuu Irraa
Salaale biyya gootaa
Biyya Taaddasaa Birruu
Leenca diinaa hin sarminee
Kan akka Agarii Tulluu
Biyya Taaddasaa Birruu
Leenca diinaa hin sarminee
Kan akka Agarii Tulluu
Waan Nama Qaanfachiisu Tokko
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/04/2015
Gurraandhala 04, 2015 | Boruu Barraaqaa Irraa
Waan nama qaanfachiisu tokko:
Har’a ganamaan ka’een akka tasaa walleelee YouTube sakatta’aa ture. Afaan Oromoo, Amaariffaa fi Tigirinyaa keessan oole. Egaa wanni nama qaanfachiisu maal seetani? Walleelee Amaariffaa YouTube irratti namoota miliyoona 5 oliin daaw’ataman lakkaayee fixuun dadhabe. Warruma maqaan dilas hin dhagahamin faatu milliyoona 7 faan daa’wateme. As irratti maqaa isaanii dhawuun beeksisa hojjechuufii fakkaata waan taheefin dhiise. Tigirinyaan itti aanee jira. Daaw’attoota 3,000,000 ol kan qaban bash bashi.
Filannoo Sossobaa
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/04/2015
Gurraandhala 03, 2015 | Abdii Baalee Oromiyaa-ABO irraa
Filannoo Sossobaa
Haa gahuu nagaan koo, hunda Oromootaa,
Jaallaan qabsoof dhuman gootowwan goototaa,
Booranaa fi Baarentuu, ilmaan qabsaa'otaa,
Garaan hin dagannee, yoomuu ni yaadataa,
Rabbii har'aan nu gahetti galata galfataa,
Galanni haa gahuu, rabbii hundaa horataa,
Namoota hagamtuu,Aaammiiiinn jedha laata?

Leenco Lata’s Half a Century Old Deception
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/03/2015
February 03, 2015 | By Kassim Sheimo*
News broke out recently thatObbo/Mr. Leenco Lata, and his ODF [Oromo Democratic Front] members and associates are heading to Finfinne for another power-sharing dilemma with the TPLF government. It looks like the long and exhausting mediation effort by Obbo Abba Biyya Jobir and Prof. Ephraim Isaac resulted in some sort of road map transition with the regime in the Ethiopian Empire. Mr. Leenco’s political history has not been an easy one. It is a complicated one that has created misery for millions of Oromo people, and I am afraid he is still repeating the same without hesitation. In the history of the Oromo struggle, he is a very controversial figure.

ግልገል ነፍጠኞችን ምንድነው የሚያንጫጫቸው?
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/03/2015
February 03, 2015 | From Young Oromo intellectual Jawar Mohammed
ሰሞኑን አንድ አንድ የ OMN ጋዜጠኞች ከ አብዱላ ገመዳ ጋር ቁጭ ብለው የሚያሳይ ፎቶ በ ኢንተርኔት ከተሰራጨ በኋላ ትንሽ ቀዝቀዝ ብሎ የነበረው የግልገል ነፍጠኞፍ በሽታ ማለትም ኦሮሞፎቢያ እያገረሸባቸው ይመስላል። ጋዜጥኞቹ በምን ሁኔታ ከ ባለስልጣኑ ጋር እንደተጋናኙ በስፋት ገልጸዋል። ስብሰባውን እና የሚጠበቀውን የተቃውሞ ሰልፍ ለመዘገብ ወደ ስፍራው ተጓዙ። ሲደርሱ ፖሊሶች እነሱንና ሌላውንም ህዝብ አባረሩ። ካሜራ ይዘው መግባት አለመቻላቸውን ሲያውቁ እቃቸውን ትተው ተመሳሰለው ገቡ። በዚያ መልኩ መግባት የቻሉት እነሱ ብቻ ሳይሆኑ ሌሎች ጋዜጠኞችን ጨምሮ 39 ኦሮሞዎች ባብዛኛው ለተቃውሞ የሄዱ ነበሩ። ስብሰባው ላይ ጋዜጠኞቹ ጠንካራ ጥያቄዎችን አቀረቡ። በተቻላችው አቅምም በስልክ መቅዳት ቻሉ። ስብሰባው ሲያልቅ በግል ለናነጋግራችሁ እንፈልጋለን ተባሉ። ከነዚህ ባለስልጣኖች ጋር ቃለ መጠይቅ ለማድረግ ለቀናት ጥያቄ ሲያቀርቡ ነበር። እናም በግል እናናግራችሁ ሲባሉ ያ ሙከራቸው የተሳካ መሰላቸው እና ተከትለው ወደ ቀጣዩ ክፍል ገቡ። ነገር ግን እንደሰቡት አልሆን። ክፍሉ ለእራት የተዘጋጀ ነበር። ቃለመጥይቁን እንደማይፈቅዱ እና አብረው ቁጭ ብልው የሚለዋውጡትን ንግግር እንኳን መቅዳት እንደማይችሉ ተነገራቸው። ከ 20 ዳቂቃ የማግባባት ሙከራ በኋላ ጥለው ወጡ። ፎቶው የተነሳው ይህን የማግባባባት ጉትጎታ ሲያደርጉ ነው። በቃ ይህ ነው ታሪኩ።

Subscribe to:
Posts (Atom)