Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo haala Dhaaba ABO fi waliigala Qabsoo Bilisummaa Oromoo yeroo ammaa irratti kan xiyyeeffate walgahii hatattamaa Gurraandhala 27, 2016 gaggeeffatee milkiidhaan xumuratee jira.
Ibsa Walgahii Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/29/2016
Gurraandhala 29, 2016 | Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Irraa
Waamicha Hatattama Hawaasa Oromoo Biyya Alaa fi Oromiyaa Keessa Jiraataniif
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/29/2016
Gurraandhala 29, 2016 | Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa
YEROO AMMAA KANA WAYYAANEE TPLF UUMMATA OROMOO IRRATTI WARAANA BANEE JIRA, KANAAF:- Waanjoo Gabrummaa Waggaa 130 ol Uummanni Oromoo baate haalaan uulfaataa ta’aa dhufuu irraa yeroo ammaa kanatti cunqursaa hadhaawaa if-irraa darbuuf sabni Oromoo alaa keessaa wal gurmeessuun mootummaa abbaa irree Wayyaanee dura dhaabbachuun mirga abbaa biyyummaa fi eenyummaa falmachaa jira.
የምእራብ ኣርሲውን የህዝብ ተቃውሞ ከተቀረው የኦሮምያ ኣካባቢ ለይቶ ለማሳየትና ለማስፈራራት የተፈለገው የገዛ የስርኣቱ ታጣቂ ኣካል ኣፈሙዙን ኣዙሮ የኣጋዚን ጥጋብ በማስተንፈሱ ብቻ ነው
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/29/2016
February 29, 2016 | ከ ቦሩ በራቃ
ኣራተኛ ወሩን የያዘውን የሰፊውን የኦሮሞ ህዝብ ኣልገዛም ባይነት ንቅናቄ እንደለመደው ኣፍኖ ማስቀረት ያቃተው ህወሃት ወያኔ ለንቅናቄው የተለያዩ ስሞችን እየሰጠ ለማናናቅ የሚያደርገውን ጥረት ቀጥሏል። በተለይም ህዝባዊ ቁጣው በሃይል በገነፈለባቸው ኣካባቢዎች የተለመደው የስርኣቱ ያረጀና ያሰለቸ ዉንጀላ ተደጋግሞ ይታያል። ህዝብ ለሚጠይቃቸው ቀጥተኛ የፖለቲካና የኢኮኖሚ ጥያቄዎች ቀጥተኛ ምላሽ መስጠት የማይፈልገው ኣምባገነኑ ቡድን የህዝብን ጥያቄ የጥቂት ወገኖች ኢፍትሃዊ ፍላጎት ኣስመስሎ ለመምታት ከማለም የቦዘነበት ጊዜ የለም።
Ethiopia at the Eleventh Hour of Peaceful Change
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/27/2016
February 27, 2016 | By Messay Kebede
I am not talking about reform because I hope that the TPLF can become democratic and more committed to a policy that protects the interests of Ethiopia and its peoples. That ship has sailed a long time ago. Rather, I expect the TPLF to think of its own interests in a consistently selfish manner, which selfishness points out that the best bet in the mounting uncertainties is to admit, albeit reluctantly, the necessity of reform.
Reason advises the following: lose absolute power to keep some of it! Indeed, the situation contains two choices and two choices only. Either you think that you can protect your interests by pursuing the path of absolute power and repression and run the risk of losing everything by generating a situation of generalized uprising, itself made inevitable by the refusal to concede anything, or you make concessions aimed at sharing power, and you compensate your loss with security and assurance that your interests will be protected. In other words, lose a bit to safeguard what is important, or keep the exclusive control of power and face the danger of losing everything.
Announcing Resolutions of the Union of the Oromo Gadaa Councils
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/27/2016
February 26, 2016 | The Union of the Oromo Gadaa Councils
From: The Union of the Oromo Gadaa Councils
Re: Announcing Resolutions of the Union of the Oromo Gadaa Councils
Date: February 24, 2016
Re: Announcing Resolutions of the Union of the Oromo Gadaa Councils
Date: February 24, 2016
The Union of the Oromo Gadaa Councils,
Alarmed by of the recent disturbances in the Oromia Regional State,
Cognizant of the need to find solutions to the causes of the disturbances,
Deeply disturbed that the lives of our compatriots were lost and properties damaged in connection with the unrest and disturbance of the peace in Oromia,
Having deliberated on the matter as representatives all Gadaa Councils sitting together in Finfinnee on February 23-24, 2016, we

BADDAN YAA WAYYAANOTAA !!
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/24/2016
Guraandhala 24, 2016 | Beekan Gulummaa irraa
BADDAN YAA WAYYAANOTAA !!Daangaan sobaa goobee hamma gaaraa ga’us
Qabsoonis finiinee lubbuu hedduun darbus,
Kan dura taanerra caaleef miti gochi ammaa
Saba haqa harkaa qabuuf hunduu nidanda’ama
Qabsoon aarsaa hinqabdu, jennee mitiim durattuu
Gadi cabanii buluun kanumaan haa dhaabbattuu
ኢሳት (ESAT) – ትልቁ ዳቦ ሊጥ ሆነ! ኢሳት አደገኛ አካሄዱን ካላቆመ መዘዙ ብዙ ነው
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/24/2016
February 24, 2014 | By Dambal Galaala
በዚህ ሰሞን (February 17, 2016) እፍታ የኢሳት ቴሌቭዢን ፕሮግራም አይቼ ነበር:: https://www.youtube.com/watch?v=KZc3yLHerqM ሲሳይ አጌና እና ካሳሁን ይልማ በኦሮሚያ ውስጥ እየተካሄደ ስላለው ህዝባዊ ትግል በተለይም በሻሸመኔ ዙሪያ ስላለው ሁኔታ ያደረጉት ወይይት የሚገርም ብቻ ሳይሆን የሚይስተዛዝብም ጭምር ነው:: ያለማጋነን በኢትዮጲያን ቴሌቭዢን መስኮት እነ አቶ ጌታቸው ረዳን ያየሁ ነው የመሠለኝ::

Ajjeechaa fi Hidhaan Gara Jabinaa Mootummaa Wayyaanee Marraa kana Kufaatii Irraa hin Oolchu.
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/23/2016
Guraandhala 22, 2016 | Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Mootummootni Itoophiyaa bulchaa turanii fi yeroo ammaa empaayera humnaan dhaale bitaa kan jiru, mootummaan Wayyaanee gaaffiilee siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaa furuu irra kan hammeessan tahuu irraa;
Hundee rakkoo biyyattii keessatti ifatti mul’atuuf furmaata buqqaasaa argamsiisuu irra haguuguun rakkoon kan hin jirre fakkeessanii bira dabruu ykn jijjiirraa kabeebsaan furuu kan barbaadan tahuun amala waan taheef;
Ummatoota humnaan bitaa jiran dhaggeeffatuu diduun yaadaa fi gaaffii kaasan yakkatti fudhatuun callisiisuu fi ukkaamsuu kan aadeffatan tahuu irraa;
Akeekni bu’uraa mootummoota Itoophiyaa hanga ammaatti mul’atanii, garajabinaan hacuuccaa fi saamicha ija dunuunfataa tahuu irraa;

Ethiopia: No Let Up in Crackdown on Protests: Killings, Detention of Protesters Enter Fourth Month
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/23/2016
February 23, 2016 | Human Rights Watch
(Nairobi) – Ethiopian security forces are violently suppressing the largely peaceful protests in the Oromia region that began in November 2015. Almost daily accounts of killings and arbitrary arrests have been reported to Human Rights Watch since 2016 began.
Security forces, including military personnel, have fatally shot scores of demonstrators. Thousands of people have been arrested and remain in detention without charge. While the frequency of protests appears to have decreased in the last few weeks, the crackdown continues.
ETHIOPIA AT CROSSROADS: EPRDF IS TURNING OROMIA INTO A BLOODBATH
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
2/23/2016
February 23, 2016 | OPride
The ongoing Oromo protests in Ethiopia, which began on Nov. 12, have entered a decisive phase. Locals describe West Arsi, where the protests re-erupted on Feb. 14, as a war zone.
At least 11 people and half a dozen government soldiers have been killed in a span of few days. Schools have been closed. Roadblocks have brought businesses and travel to a halt. With all semblances of civil administration erased, major towns and villages have fallen under heavy military occupation and a few had slid out of government control.
The latest flare-up comes weeks after the Ethiopian government claimed to have brought the disturbances in Oromia under control through dialogue and public participation. The unfolding events across West Arsi and in parts of Wallaga and Hararghe make clear that the continued militarization of nearly the entire state of Oromia is backfiring.

Subscribe to:
Posts (Atom)