Waraqaa Waamicha Qeerroo Yeroo Ammaa Oromiyaa Keessa Baldhinaan Faca’aa Jiruu
Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Kan Bilisummaa Fi Dimokiraasii(Qeerroo)
Barattootni, barsiisotni, Qotee bulaan, Daldalaan, Dafqaan bulaan, Hojjetaan, Hojii dhabaa,…Uummata Impaayera biyyattii maraaf !
Mootummaan wayyaanee guyyaa sabaa fi sablammii shira bittaa isaa dheereffachuuf tolfate tahuun ifatti beekamaa dha. Impaayera Itoophiyaa keessatti uummatni biyyattii keessaa halkanii fi guyyaa wayyaaneen osoo walitti buusaa jiruu, gaaffiiwwan mirgaa gaafataman ukkaamsuuf hidhaa fi ajjeechaan uummata osoo rakkisaa jiruu wayyaaneen uummata biyyattii TV fi raadiyoo siyaasaaf tolfateen gowwoomsuuf waan jiruuf akka dura dhaabbattan dhaammana.
Keessumaa erga muummichi ministeeraa mootummaa abbaa irree wayyaanee Mallasaan du’ee wayyaaneen ofitti amanamummaa dhabee keessi isaa duwwaa wayita tahetti gaaffii bilisummaa kaasuun qeerroo cinaa akka dhaabbattan waamicha dabarsina !
Waraqaan kun akka isin dhaqqabeen nama shanii fi isaa olii dabarsuun dirqama lammummaa baanu !
__________________________________________________________________________________
የኦሮሞ ወጣቶች ብሔራዊ ንቅናቄ ለነፃነትና ለዲሞክራሲ(QEERROO)
ለተማሪዎች፣አስተማሪዎች፣አርሶ አደሮች፣ነጋዴዎች፣ላብ አደሮች፣ሥራ አጦች…ለኢምፓየሪቱ ሀገር ህዝብ በሙሉ!አምባገነኑ የወያኔ መንግስት የብሔር ብሐርሰቦች ቀን እንድከበር ያቀደዉ የስልጣን ዕድሜዉን ለማራዘም እንደሆነ ግልፅ ነዉ፡፡
ሀገርቱ ዉስጥ የሚገኙትን ብሔር ብሐረሰቦች እርስበርስ እያጋጨ፤የመብትና የነፃነት ጥያቄ የሚያነሱትን እያሰረና እየገደለ እያለ በተቃራኒዉ ደግሞ የራሱ የሆኑትን ሚዲያዎች በመጠቀም ህዝቡን እያታለለ ስለምገኝ እንድታወግዙት መልዕክታችን እናስተላለፋለን፡፡
ከመለስ ዜናዊ እረፍት ወዲህ ወያኔ በራስ መተማመኑ ጠፍቶ ዉስጡ ባዶ ስለቀረ ሁላችሁም ለነፃነት ጥያቄ ተባብራችሁ እንድትነሱ ጥሪያችንን እናስተላልፋለን፡፡
ይሄን መልክዕት ለአምስት ሰዉና ከዛ በላይ በማስተላለፍ የዜግነት ግደታችንን እንወጣ!
Qeerroo
No comments:
Post a Comment