WAAMICHA WALGAHII OROMOOTA HUNDAAF

QINDEESSITUUN: KOREE QINDESSITUU KGWHA ABO

Hunda dura nagaan keenya kan kabajaa if kan Oromumma isin haaga’uu. Akkuma quba qabdan Araaraa fi Walhubannoon ABO-SHG, ABO-QC if Gurmuu Qabsaawota fi Miseensota ABO gidduutti taasifamera. Haala kana laalchisee bakki bu’oota dhaabboolee kanaa ibsaa fi marii hawaasa keenya walin gaggeesuuf qophin xumuramera. Kanaaf Ummatni keenya kan biyya Holand, Belgium fi ollaa jiraatan walgaii kana irratti akka argamtan kabajaan affeeramtani jirtan.

YOOM: Guraandhala 9, 2013 (Feburary 9, 2013)
SA'AA: 12:00 – 19:00
ESSATTI: Nannoo Utrecht, Magaalla De Bilt
TEESSOO: Prof. Dr. T.M.C, Asserweg 2, 3731 KX

BAKA BUOONNI DHIMMA WALHUBANNOO FI ARAARAA IRRAATTI IBSA KENNAN:
  • Obboo Mulugeta Moosisaa, ABO–QC irraa
  • Dr. Shigut Geleta, MG fi Dammee Diplomasi ABO Biyyaa Alaa, ABO-SHG irraa
  • Dr. Baqqalaa G/ Mariam, KHG GQM-ABO
  • GQ fi Miseensoota ABO irraa
AKKASUMAS KEESSUMMOOTA
  • Keesummaa Kabjaa Miseensa WBO kan turteef Wallistu Hamdiya Ibrahim
  • Haala soochii dargaggoo fi Haala mana hidhaa Waayyannee irraatti kan ibsa kennuu: dargaggoo Guddata Shubee
  • Haala Soochii Baraatoota Oromoo oromiyaa keessaa fi akkasuma sochii Qeerroo irraati kan ibsa kennuu Baraataa Takkaaliny Mireessaa
Akkata bakka walga’ii dhuftan: Utrecht Centeraal station irraa busii Lako. 77 qabtani De Bilt bakka Looydijk tti buu’tanii daqiqqa shanii (5) booda bakka walga’ii argatu

Injifannoo Ummata Oromoof!

Koree Qindeessituu
Odeeffannoo fi quunnamtiif: bargata8@gmail.com ykn KHQ Konya NL

No comments:

Post a Comment