ስለ ኣዲስ ኣበባ (ፍንፊኔ) ይህን ያዉቁ ኖሯል ?

ሚያዚያ 30, 2017

A. ፊንፊኔ በወራሪዎች ከመያዟ በፊት በአካባቢዋ የነበሩት የኦሮሞ ህዝብ መሪዎች
  1. የጫፌ ቱላማ መሪ..............ቱፋ ሙና
  2. የብርብርሣና ጉለሌ መሪ......ቀጄላ ዶዮ
  3. የቴቾ መሪ..........................ጉደታ አረዶ
  4. የቦሌ መሪ..........................ሸቡ ኤጄርሣ
  5. የቦሌ ቡልቡላ መሪ..............ሶራ ሎሜ
  6. የኮልፌ መሪ......................ቀጣሌ ጃታኒ
  7. የዳላቲ/ቀራኒዮ መሪ............ጃሞ ደበሌ
  8. የጃርሳዬ መሪ......,..............ገለቴ አሼቴ
  9. የየካ መሪ..........................አቤቤ ቱፋ

Tedros Adhanom Incompetency, Politics & Imorality:Full Documentary

             

Hubadhaa ! Hubadhaa!! Qabsoon Ummata Oromoo, Murtii Isa Dhumaatti Ce’uuf Dhihaateera!!!

Ebla 30, 2017 | SEENAA Y.G (2005) Irraa

Gara jabinni diinaa Ummata keenya irroomsaa jira malee, duubatti deebisaa hin jiru. waggoonni 25 dabran, Ummata Oromoof carraa gaariidhaa. Waggoota 25 kana keessa Injifannoolee gonfannee, gaafa abbaa biyyaa taanee dubbanna. Tarii gaafa san, karaa nuuti hin beekneen waan goonfannee turre yennaa ijaan arginu , warra har’aa tuffannee itti bulgaafannu dinqisifachuu qofaa osoo hin taanee, yeroo san maalan ta’ee ? jennee of ceephaanu ta’a. Bitaan yaabbannus mirgaan, Qabsoon Oromoo gonkumaa duubatti kan hin deebine, diinni halkanii fi guyyaa kan itti irriba dhabuu ta’eera.

ETHIOPIAN OFFICIALS HIT BACK AT OLYMPIC ATHLETE PLANNING LONDON MARATHON PROTEST

April 21, 2017 | News Week | By LUDOVICA IACCINO

The Ethiopian Embassy in London has hit back at exiled Ethiopian athlete Feyisa Lilesa, who vowed to protest against his country’s government at the London marathon on Sunday.