FXG Qeerroo Jabaachuun Xurree Walquunamtii Wayyaanotaa Addaan Kutaa Jira.

Adoolessa 27, 2016 | Qeerroo.org

Waraani Wayyaanee humna jabaa agaazii jedhamu sun uummata godina Arsii fi Harargee shororkeessuuf har’a konkolaataa hedduudhaan hiriiree daangaa irraas gara sanatti ergamaa jira. Harargeen Lixaa alaabaadhaan faayamtee jirti. Uummanni xiqqaa fi guddaan Alaabaa ABO qabatee jira. Kaan hucuudhaan faayamee jira. Daandiin humna uummataan cufamaa jira.
Qeerroonis uummata godinaalee kanneen hunda qabatee bahee jira. Har’a akka Qeerroon gabaasaa jirutti Arsii lixaa fi Hararee Lixaatti FXG itti fufee waan jiruuf meeshaa gurguddaan konkolaataadhaan fe’amee gara godinaalee kanaatti guuramaa jira. uummannis Qeerroon sirba qabsoo fi dhaadannoo ABOn Abbaa Biyyaa Tahuu dhaadachaa jira.

Oromo TV: Gaafi fi Deebii – Hayyu Duree Adda Bilisummaa Oromoo Ob. Daawud Ibsaa wajjiin

             

Qabsootu furmaata

            

Dhimma cufamuu kuusaa Kosii Sandaafaa ilaalchisee yaada xiinxalaa Siyasaa Obboo Jawar Mohammed irraa kename

Adoolessa 25, 2016 | Fuulaa facebook Obboo Jawar Mohammed Irraa

Dhimmii cufamuu kuusaa Kosii Sandaafaa kun laayyotti laalamuu hin qabu. Magaalaan Finfinneen erga dhaabbattee kaasee Oromoo lafa isaarraa kaasaa, kan qarqara ishee jiru ammoo callaa isaatin jiraachaa isa ammoo dukkana hiyyummaa keessatti ukkaamsuun as geesse. Karoorri misooma magaalaa Finfinnee takkaahuu dantaafi fedhii ummata keenyaa of keessatt hammatee hin beeku. Jaaramuun Kuusaa Kosii kun ragaa as dhihooti. Qonnaan bulaa keenya osoo hin mari'achiisamin, pirojektiin kun faaydaan haa hafuu miidhaa akkamii ummata kanarraan gahuu mala waan jedhurratti qorannoon tokko osoo hin godhiin jaarame. Hojii eegalee ji'oota torba qofa keessatti xuriin kuusaa kanaa dachee jalatti gadi dhidhimuun kuusaa bishaanii ummanni ofiifi looniif itti fayyadamuun makame. Hanga ammatti namoonni dhibbaatamaan dhukkubaan miidhamani, loon hammana hin jedhamne dhuman. Fincila ummanni keenya godheefi tattaaffii ogeeyyota keenyaatin yeroo akka cufamu godhame.

The Oromo Nation: Toward Mental Liberation and Empowerment

July 24, 2016 | By Asafa Jalata and Harwood Schaffer (Paper Published in The Journal of Oromo Studies, 2016)

(L) Dr. Asafa Jalata, Professor of Sociology and Global and Africana Studies,
University of Tennessee, Department of Sociology, Knoxville, Tennessee USA;
(R) Dr. Harwood Schaffer, Research Assistant Professor, University of
Tennessee Institute of Agriculture, Knoxville, Tennessee USA
In the second decade of the 21st Century, the Oromo people face a monumental national crisis that requires their urgent recognition and resolution. The Tigrayan-led Ethiopian government has clearly recognized the potential of the Oromo nation and is determined to destroy and/or suppress it by engaging in state terrorism and genocidal massacres, conducting mass arrests, violating human rights, and eliminating opposition leaders and their potential successors while replacing them with Afaan Oromo speaking nafxanyas (colonial settlers) and Oromo collaborators. The current regime continues to expropriate Oromo economic resources—including land—and transfer them to Tigrayans and their regional and global capitalist supporters. This regime has also begun the practice of enslaving and selling young Oromo girls and girls of other nationalities to Arab countries that have no respect for human dignity and rights. All these have  occurred in the era of globalization or transnational capitalism, as global, regional, and local forces have been integrated through the intensification of globalizing processes known as deepening and broadening.[2] As a result, with the financial, military, diplomatic, and intelligence support of global and regional powers, the Tigrayan-led Ethiopian regime has been focused on dismantling and destroying the Oromo Liberation Front (OLF)—the hallmark, symbol, pride, and hope of the Oromo nation—and other independent Oromo civic and political organizations.[3]

ODF Statement on continued people’s struggle in Ethiopia

July 19, 2016 | Oromo Democratic Front (ODF) Statement on continued people’s struggle in Ethiopia
Reiterating our unwavering support for non-violent resistance by the Oromo people and others in Ethiopia for human rights, freedom, and democracy we want to make one thing abundantly clear: No amount of violent suppression by the TPLF junta can longer hold the peoples of Ethiopia into submissions. Now the people of Gondar are joining their Oromo brothers and sisters, determined to end the TPLF junta’s marginalization, rises in their millions demanding legitimate rights, there can be no force that can derail it from its course towards certain victory.

QOPHII AYYAANA IRREECHAA MALKAA YKN BIRRAA BARA 2016 KAN BIYYA JARMANII KEESSATTI KABAJAMUUF QOPAA’EE ILAALCHISEE, WAAMICHA HAWAASOTA/WALDOOTA OROMOO BIYYA JARMANII KEESSATTI IJAARAMANII JIRANIF KAN RAAWWATAME

Adoolessa 19, 2016 | Invitation Letter for almost all Oromo communities in Germany

Irraa/From: Waldaa Hawaasa Oromoo Awuroopaa (WHOA)/                      
                    Oromo Community Association in Europe (OCAE) e.V. (Inc.)  

Xalayaa Banaa Hogganoota ABO, ADO, ABO Tokkoomee fi KWOf

Adoolessa 17, 2016 | Boruu Barraaqaa (Dubbataa ABO duraanii) irraa
  • Obbo Daawud Ibsaa, hogganaa Adda Bilisummaa Oromoo
  • Obbo Leencoo Lataa, hogganaa Adda Dimokraatawaa Oromoo
  • Obbo Abbaa Nagaa Jaarraa, hogganaa Adda Bilisummaa Oromoo Tokkoomee
  • Janaraal Kamaal Galchuu, hogganaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa
Nageenyi jaallummaa haa dursu. Itti aansuun dhimma xalayaa banaa kana isinii barreessuuf na dirqettin gabaabsee seena. Akkuma beekamu Addi Bilisummaa Oromoo bara ummanni Oromoo dukkanaan liqimfame san keessatti dungoo abdii tahee dhalate. Dungoon abdii Oromoo sunis bubbee diinotaa kan isii dhamsuuf bahaa dhihaan, kaabaa kibbaan itti hafuursan meeqaatam dandamattee odoo iftuu har’a geesse. Kanaafuu warra dungoon sabboonummaa ABOdhaan qabsiifame sun ija baneefis tahee dhaloonni haaraan eega dungoon sun qabattee booda dhalatee keessatti of bare hundi maqaa ‘ABO’ jedhu kanaaf jaalalaa fi galata guddaa qaba. Dhaloota dantaa Oromoo fi Oromiyaa irratti halagaa kamiinuu waliin araara hin teenye haaraya argamsiisuu irratti gumaachi Adda Bilisummaa Oromoo hiriyaa hin qabu. Kanaaf jecha ABOn eega sadarkaan dammaqiinsa ummata Oromoo daalifee booda akka dhaaba siyaasaa kallacha qabsoo tahe tokkotti jaalatamuu, abdatamuu fi kabajamuu bira dabree, akka hafuura Oromummaatti fudhatamuun kan haalamuu miti. Kana keessatti ammoo hoggana irraa qabee hanga miseensa leexaatti kanneen surraa kana fakkaatu dhaabicha gonfuu keessatti qooda qabdan hundi galata seenaan hin daganne qabdu.

On the war Crime committed against OLA members by Ethiopian army agents

July 16, 2016 | Oromo Liberation Front (OLF) statement

After it was thoroughly defeated by the Oromo Liberation Army (OLA), the colonial army of the dictatorial regime of Ethiopia murdered members of the OLA by using poison in drinking water. This criminal and savage act is totally against a binding part of international law in the conduct of warfare. It is against the Geneva Protocol, a treaty that prohibits the use of poison in warfare.
The colonial army has continued to operate all over Oromia with the aim of holding back the fast advancing Oromo people’s liberation struggle. In the military engagement between the OLA and the Ethiopian colonial army on June 20-23, 2016 in south-eastern Oromia, the OLA completely defeated the Ethiopian army unit. The Ethiopian army unit, supported by “special force” was on search and destroy mission of the OLA in the Baalee region of Elkarree, Gooroo and Haroo Dibbee districts. The OLA totally foiled the mission when it killed 27 and wounded 18 of the enemy forces. In addition, the heroic OLA captured four enemy soldiers and large quantities of military hardware. Thus, the OLA annihilated the enemy forces and successfully foiled its mission to destroy the OLA.

Oromoon Goocha Dr. Gemechis Dasta Buba hundi beekee dhaabuu qaba

Adoolessa 03, 2016 | Getachew Jigi Demekssa irraa
Luba Gamachis Desta Buba – Getachew Redaaf yeroo Waaqa kadhatu.  Pastor Gemechis with criminal Getachew Reda.

Wayeen Maatii Gudina fi Baroo Tumsa Oromoo hunda ilalata Qabeenya fi seena Oromooti. Qabeenyan fi Seenan Maatii kana kan Oromoo  milliona 50ti xura’u qabuu. Malaqati jijiramuu hin qabuuu !!

Ijoo Dubbii – ABO: Akeeldaamaa, Draamaa Wayyaanee Haaraa

Waxabajjii 30, 2016 | Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)


Ummatni Oromoo mirga irraa hir’ate beekee mirga abbaa biyyummaa fi bilisummaa isaa gonfatuuf falmaa irra jira. Falmaa kana keessatti  ajjeechaa, hidhaa fi midhaaleen adda addaa irratti raawwatamu dachaan dabalullee harka  kennachiisuu hin dandeenye. Harqoota gabrummaa jalatti bara baraan dhiitamaa jiraatuu irra bilisummaaf qabsaawaa wareegamuu filatee bilisummaa isaaf guyyuu wareegama baasaa jira.  Qabsoon bilisummaa itti jiru kun hawwii  diinni gabrummaa jala isa tursuuf qabu fashalsaa guyyaa injifatamuu diinaa dhiheessaa fuula dura tarkaanfataa kan jiru tahuu diddaa fi qabsoon Oromiyaa keessaa mamiin alatti mirkaneessa.