Saree Maraatuu Irraa of Eegaa

Waxabajjii 29, 2014 | Ibsaa Guutama Irraa | gubirmans.com

Erga gaaga’ammi  Hirmannaa Afriikaa jaarraa 19ffaa irra gahe ummati Oromoo bilisummaa saaniif qabsaawuu hin dhaabne. Miiddhaan Kora Barliin 1884-85 ammayyuu biraa hin hafnee. Amma yeroo golee galfaman ofirraa dachaasuuf caalaatti faciisaa jiru. Si’ana gaaffiin jiru kan bilisummaa sabaa qofa utuu hin ta’in kan akka ummataatt badii irraa ooluutisii. Waggoota dhibba darban caalaafi dinni jabeessee sukkuumuun bifi dhalootaa hamma yartuutuf irraa hafe. Aadaan mulbulchaa, diinagdee fi hawaasomaa xifa badanii oolan. Dilormaan saanii walakkaatti gadi cabeee hardhass keessa keessaa aramamaa jira. Qaabannoo fi afaan saaniitu turun nuti eenyu jedhanii akka of gaafatan tolche. Eenyu akka ta’an argatanii deeffachuuf gaafachuu eegalan. Akka kanatt kan qabsoon bilisummaa ijoolee saanii jannoota kumootaan wareega isa dhuma baasise eegale. Oromoon ummata nagaa jaallatani. Karisummaan dhiiga saanii keessa hin jiru. Sanaaf malee murni kumkuma jaha hincaalle keessaa baate kumkuma shantama naannesitee hin dhiittu turtee. Sana akka biraatt dhiheessuun seenaa garadhabsiisuu dha.

New Documentary Video: Free Oromo Students

In order to raise global awareness about the protests and the imminent threat facing students who have been expelled from school and those imprisoned, the International Oromo Youth Association (IOYA) is launching a social media campaign. IOYA has prepared a short informative documentary that provides a summary of the protests to date. IOYA is also calling for the immediate release of thousands of Oromo students currently being held in detention and are likely to face torture for peacefully protesting against the Integrated Development Master Plan. The Ethiopian government's continuous use of brutal force, arbitrary detentions, and torture to severely restrict freedom of expression and rights of citizens should be condemned. The campaign will call on various international human/governmental organizations to urge the Ethiopian government to release the students arrested and to refrain from expelling and abducting innocent students. To follow everything related to the social media campaign use #FreeOromoStudents.

#Oromo Protest: Abduction of Oromo students continued in Madda Walaabuu University

June 29, 2014

Oromo student Diribe Kumara, Forestry major, Class of 2014 at Madda Walabu University was abducted by Federal security personal on Friday, June 27, 2014.

Local Oromia Police and university officials do not know why she was abducted and her whereabouts is unknown. Student Jaylan Ahmed, Management major, Class of 2014 at Madda Walabu University was abducted by Federal security personal today, June 28, 2014. Like in Diribe Kumara's case, university officials and Oromia police do not know the reason for Jaylan's abduction. Jaylan's whereabouts is also unknown.
The latest abductions for no apparent reasons indicate Oromo students have become the number one targets of attack by Ethiopian government.

Declaration of Unity of the OLF

June 29, 2014 | Oromo Liberation Front (OLF)

It is with great pleasure that we announce to our people and the supporters of our struggle for freedom the good news that, based on the accord they made in Kampala, Uganda, in November 2012, the two organizations of the Oromo Liberation Front (OLF), known as OLFShanee Gumii (”OLF National Council”) and OLF Qaama Ce’umsaa(”OLF Transitional Authority”), have resolved our differences and agreed to combine our two leaderships, unify our members, merge our organizational structures and inaugurate a reunified OLF. Although OLF has encountered many obstacles during the last forty years, there was no time when it has stopped the struggle that it was established to lead. No one can deny the fact that the national struggle led by the OLF has scored many victories and made many significant achievements that have taken the Oromo people a long way toward the national goal of independence. Among these great achievements is the level of political awareness of our people.

Labsa Tokkoomuu ABO

Waxabajjii 29, 2014 | Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)


Addii Bilisumma Oromoo, Oromiyaa sirna Kolonummaa Itophiyaa jalaa bilisoomsuu fi walabummaa gonfachiisuu akeeka godatee kan ka’e ta’uu hubachuudhaan,
Akeeka kana bakkaan gahuufis wareegamni ulfaataan, qabsaawotaa fi uummata bal’aa Oromoon baafamu fi baafamaa jiraachuu qalbifatuun,
Waggota kurnaan dabraniif gargar baanee gurmuun qabsichaa hubamuun diinaaf aanjaa uumuun ifatti waan mul’ateef,
Rakkoo adda bahuu keenyaaf sababaa tahe human sadaffaan maleetti mariin furachuun gurmuu qabsoo bilisummaa Oromoo cimsuun dhimma belbeltuu yeroo tahuu amanuu fi hawwii qabsawotaa fi umatni bal’aan keenya tokkummaa ABOf qaban herega keessa seensisuun,
Dhaabotni ABO SHG-ABO fi QC-ABO jedhamuun beekamaa turre gargarummaa nu gidduu jiru furannee, dhaabicha deebisnee tokkoomsuu keenya ummata Oromoo, deggertoota fi firoottan Qabsoo Oromoo hunda oggaa beeksisnu gammachuu guddaani.

Gaazexeessitoonni TV Oromiyaa Galata qabu

Waxabajjii 26, 2014 | Gulele Post

Ummanni Oromoo hiree karaa sabqunnamtii ammayyaatitti fayyadamee aadaa isaa guddisuuf, seenaa isaa barsiisuufi  falmaa mirgaatiif wal kakaasuuf isa dandeessisu argaachuu qabsoo guddaa godhaa ture; ammas gochaa jira. Gaafa Ayyuub Abubakar Moqdishotti Afaan Oromoo raadiyoo akka hin cabsine, garuu golgaa gabrummaa akka cabsu mirkaneessee kaasee falmaan sagalee saba kanaa olkaasuuf godhamu takkaa addaan hin cinne. Ayyuub kan mootiin nafxanyootaa ajjeesiseerraa kaasee hamma gaazexeessitoota keenya kaleessa TVO irraa ugguramaniitti gaazexeessitoonni Oromoo kaayoo kanaaf wareegama hedduu kafalaa asiin nu gayan.

Seneterootii USA, Mootummaan Itoophiyaa Oromoota Hiriira Bahan ‘Humnaan Itti Dhufe,” Jechaatti Yaaddahanii Ministera Haajaa Alaa Isaaniitti Xalayaa Barreessan

Waxabajjii 26, 2014 | VOA Afaan Oromoo

Senater Mariya Cantwell
 — Asiin duratti seneteroota Amerikaa kutaa MN-tti mirga dhala-nama Itoophiyaa keessumattuu ka Oromootti yaaddahanii ministera haajaa alaa Amerikaatti xalyaa ergan. Ammma ammoo seneteroora kutaa Seattle Washington Paatii Murraayii fi Maria Cantwell faatti ministera haajaa alaa Amerikaa  Joon Keeriitti xalyaa barreesse.

Akka seneterootii kun jedhanitti kutaan isaanii (Seattle Washington) godina namii Itoophiyaa hedduun keessa jiraatu.Akka isaan gabaasa nama Oromoo hedduu irraa arganne jedhaniin  barreessanitti Oromoon Itiyoophiyaa ttikeessatti mirga namummaa hedduu dhabu.

Tokkummaa jechuun maal jechudha?

Waxabajjii 24, 2014 | Dhugasa Ibsa Irraa

Waa’een tokkumma yeroo baay’e ni dubbatama, garu hojiitti hin hiikamu maaliif?
Sababiwwan gurguddoo akka kanaa gadiitti kaasuuf ni yaala:-
  1. Hiika tokkummaa sirritti beeku dhabuu
  2. Faayidaa tokkummaa hubachu dhabuu
  3. Qaamotiin tokkummaa ijaaru barbaadan hundee isaani wal-hubachu dhabuu
  4. Qaamotiin tokkummaa ijaaruu barbaadan fedhii qofa qabaachu fi dandeetti dhabuu
  5. Qaamotiin tokkummaa ijaaru barbaadan Obsa fi wal-danda’u dhabuu
  6. Qaamotiin tokkummaa ijaaruu barbaadan wal-amanu dhabuu
  7. Dhiibbaa fi tooftalee qaama alaa irra irratti gageeffamu fi kkf

Aid donors announce investigation into tribal evictions in Ethiopia

June 24, 2014 | Survival International
Bulldozers clearing Mursi land in Mago National Park, where communities are being evicted from their land to make way for sugar plantations. © E. Lafforgue/Survival

A NEW MASTER PLAN:COMPLICATED-TURNED-DEADLY

June 24, 2014 | Addis Standard
A recent plan to build a fantastic Addis Abeba is complicated and has turned deadly. It is not terribly late for a u-turn, but the first step may be the hardest: bringing justice to the dead    
For a number of universities located in Ethiopia’s Oromia regional state, the largest state in the country, the month May was no ordinary month. It was a month marked by extraordinary exhibition of solidarity by the country’s ethnic Oromo students who protested the coming into effect of a master plan by the Addis Abeba City Administration (AACA). As is always the case with Ethiopia, the protests resulted in the regrettable (and unnecessary) loss of lives, destruction of properties and disruption of the academic schedule. If one is to stick by it, the government’s own account put the number of deaths at 11, of which seven were in Ambo, a town 120 km west of the capital Addis Abeba. Other deaths occurred in Meda Walabu University in Bale, 320 km southwest of the country; and in one of the oldest state universities, Haromaya, in east of the country, a bomb explosion at the campus’s stadium during a European soccer match screening injured 70 students, killing one. The spiral of dissent didn’t leave the grand Addis Abeba University in the capital untouched either. A looming protest by the campus’s Oromo students sparked a massive deployment of the Federal Police in and around the campus. Soon other towns in the regional state, among others, Dembi Dolo, Adama, and Gimbi followed suit, not without the usual unfortunate causalities. Although the riots have since subsided, sources say the work of picking up and jailing by the security officers of those students whom the government blames are behind the arrest is in full swing. These sources also put the number of death way higher than the government’s.

Wayyaaneen Shira Marsaa 3ffaa Magaalaa Amboo Irratti Gaggeessuuf Yaaleen Uummata Oromoo magaalaa Amboo fi dargaggoota Oromoon Fashale.‏

Waxabajjii 23, 2014 | Qeerroo.org

Mootummaan Wayyaanee olola afaan faajjii uumuun gaaffii mirga abbaa biyyummaa uummaanni Oromoo gaafachaa ture dhabamsiisuuf ykn sagaleen uumata cunqurfamaa akka hin dhagahameef jecha meeshaa waraanaa fi human waraanaan uumata nagaa goolaa fi jeeqaa jira.
Haala kanaan guyyaa har’aa FDG Lixa Shawaa Amboo gara dabarsuuf jecha uumata humnaan dirqisiisee karaa dabballoota isaa hiriira deggersa mootummaa wayyaanee akka bahamu yaalii gochaa ture. Hiriira humnaan dirqisiisee uummataa fi dabballoota isaa baasuun shira dalaguuf baajata guddaa fi humna waraanaa guddaa bobbaasuun shirri diinummaa magaalaa Amboo irratti gaggeeffamuuf sochii guddaa godhee ture sun diddaa uummataa fi dura dhaabbannaa dargaggoota Oromootiin waan Wayyaanee fi aangawoonni isaanii barbaadan jalaa fashalee jira.

The Name of the Abominable Crime is Politicide

The Mass Massacre & Imprisonment of ORA Orphans – Wallaga 1992-93

June 23, 2014 | By Mekuria Bulcha (PhD)*

“…. many of us lost our parents and relatives and were cared for by the Oromo Relief Association (ORA) for our survival and wellbeing. With the support of the international community and Oromos abroad, some 1,700 of us have been taken care of in exile in the Blue Nile Province of the Sudan. … The ORA gave us the chance to survive” (from a letter by “Raagaa”, one of the ORA children 1993).

Gumaan Barattoota Oromoo Milishuu Mallasaa fi Bilisummaa Lammii Tarkaanfii Boonsaa Humni Addaa WBO Baha Shawaa Keessatti Fudhateen Baafame

Waxabajjii 23, 2014 | Madda Oduu Adda Bilisummaa Oromoo

Humni Addaa WBO Miseensota Koree Basaasota Wayyaanee Baha Shawaa Keessatti Iccitiidhaan Ijaaramuun Barattoota Oromoo Milishuu (Abdii) Mallasaa fi Bilisummaa Lammii dabalatee ilmaan Oromoo ajjeesisuu, hiisisuu fi yakki adda addaa akka irratti raawwatamu ajaja dabarsaa turan irratti tarkaanfii boonsaa fudhateen 3 ajjeese.
Waxabajjii 19, 2014 Humni Addaa WBO miseensota Koree basaasota wayyaanee namoota 15 of jalaa qabu iccitiidhaan ijaaramuun Baha Shawaa (Adaamaa, Bushooftuu, Mojoo, Hoolancitii) fi manneen barnootaa godinicha keessa jiran keessatti barattoota Oromoo fi sabboontota Oromoo basaasuun akka ajjeefaman, hidhamanii fi dararaman hoggana kennaa turan galgala keessaa sa’aa 8:25 irratti tarkaanfii magaalaa Hoolancitii keessatti basaasota korichaa kan damee Adaamaa walgahii dhoksaa geggeeffataa turan irratti fudhateen 3 battalumatti ajjeesuun gumaa barattoota Oromoo Milishuu Mallasaa fi Bilisummaa Lammii Caamsaa 16, 2014 magaalaa Adaamaa keessatti koree kanaan ajjeefamanii baasuu isaa oduun SBO dhaqqabe mirkaneesseera.

Sochiileen bara 2014 godhaman seenaa uummata Oromoo keessatti bakkee guddaa qabu

Waxabajjii 23, 2014 | Abdii Boruutiin*


Haala bar-kurnee lamaan dabranii yoo ilaalle, keessumaayuu ammoo waan bara 2008 hanga 2013 ta’e yoo yaadanne, wanti hawaasota Oromoo biyya ambaa keessatti mul’achaa ture kan baay’ee nama gaddisiisu akka ture namni hin hubatne ni jira jedhee hin yaadu. Bakkee lamatti hiramuun ABO fi akkasumas mooraa keenya keessatti gandaan, naannoo fi amantiidhaan walqoqqooduun, tokkummaan uummata keenyaallee akka laafu taasise. Diinotni keenyas yeroo laaffachuu keenya argani fi hubatan, tuffii nuuf qaban agarsiisuudhaan akka eenyummaa keenyallee hin ibsine nu taasisuuf yaalii guddaa godhaa turan.

KABAJAA FI SALPHINNI KEENYA, HARKA KEENYA KEESSA JIRA!!!!

Waxabajjii 21, 2014 | Seenaa Y.G (2005)

Wareegamni kafalaa jirru, Kabajaa Umamaan qabnu deeffachuudhaafi. Wareegamni salphina keessatti of gatuuf kafallee jira jedhee hin amanu. Addunyaa kana irrattis, Salphina gonfachuuf jedhee, wareegama kan kafalu jira natti hin fakkaatu. Sadarkaan Siyaasa Oromoo walii galaa maal irra akka jiru har’a walitti himuuf yaaluun yeroo ofii gubuudha. Sadarkaan dammaqiinsa Ummata keenyaa Biyya keessaa fi alaa irra ga’ee jirutti dhimma yoo baanee, kabajaa keenya addunyaa irratti deeffachuuf amni deemnu gabaabaa ta’a. garuu, yaada ofii guuttachuuf jecha, Seenaa Ummata keenyaa kabajamaa kanatti qoosuu egalame itti fufna taanaan, salphinni akka dhunfaattis ta’ee walotti nu mudatu dhihoo jira. Sochii amma itti jirru kana daran jabeessinaan, kabajaa keenya diina  harkaa fudhanna osoo hin taanee, kabajaa harka keenya keessa jiru bakkatti deeffachuun salphaa ta’a. Diinni kabajaa namaaf gumaachu hin jiru. diinni kabajaa namaa hin beeku. addatti warri habshaa. Kana irraa eeggachuun gonkumaa balballi isaa cufamuu qaba. Obsi kanaaf jirus dhumateera. Kabajaan keenya harkuma keenya keessa waan jirtuuf, hojiin ykn wareegama barbaachisu baafnee ofiin goonfanna.diinni kabajaa qabnu kana bakkatti akka hin deeffanneef karaa nutti cufee jira. Kabajaan keenya Oromummaa keenyadha. Kabajaan keenya, Aadaa, Seenaa, Biyya, Qooqaa fi jiruu fi jireenya keenyadha. Kun ammoo harka keenya keessa jira malee, harka diinaa hin jiru. kanaaf,kana bakkatti deebisuun qooda keenya. diinni Aaadaa, Seenaa fi kkf nu fidee bakkatti deeffadhaa jedhu hin jiru. kanaaf, Sochii amma itti jirru kana irraa tarkaanfi tokko illee duubatti jennaan, ykn diinni akka nu seenu karaa saaqinaan garuu, salphina harka keenya keessa jiruf carraa laannee jechuudha.

The Resolution of the Oromo Assembly at Odaa Bultum (December 4, 1991)

June 20, 2014 | By Leenjiso Horo
Introductory note
It was in May of 1991, the Tigrayan Liberation Front (TPLF) marched into Finfinnee- the capital city of Oromia, using force and violence. That is, it seized political power in the empire in blood and violence. As soon as it set its feet in Finfinnee, it embarked on a widespread campaign of killings and knapping, intimidation, incitement, abuse, terror, and violence of varying proportion against the Oromo people. Since, it has been ruling the empire with an iron fist, blood and violence. It did not take long time for the Oromo people to recognize and understand the TPLF’s true nature, its character and its mortal danger to Oromia and to themselves. It was with this understanding they called upon the Oromo political organizations to unite and fight. The call was not well received by some political organizations. It was during this time the Oromo representatives from eleven regions of Oromia gathered at Odaa Bultum in December of 1991 and passed important resolutions. In the resolution, the representatives stated that the Oromo people will never sacrifice their birth rights, their dignity, their honor, and freedom to make peace with the alien force that occupies their country and so demanded the TPLF to immediately and unconditionally terminate its interference in the internal affairs of Oromia. Hence, TPLF regime has been suffering serious crises of legitimacy since it assumed the political power in the empire. It has never earned legitimacy since it appeared on the political stage of the empire.

Yuniversity Haromaayaa jechuu mannaa "Kaambi qubsuma waraana yuniversity Haromaaya" je'ani yaamudhaatu irra tola

Waxabajjii 19, 2014

Torbe dabre irraa eegale baratootni haramaya university baratotni hidhaa jiran akka gadlakifaman gafachuuf hiriraa akka hayamanif bulchinsi mooraa university gafatani dhorkamani jiruu.
Kana irra kan ka'e mootummaan sodaa gudda keessa galun waraana duraan mooraa keessa jiru caala poolisi federaalaa fi warana agaazi jedhamu dallaa keessa qubachise jira.mooraan qa'ee barnootaa osoo hin tahin dirree waraanni ittin shaakaluu fi kaambi yuniversity waraanaa fakkaatti fakkaatti qofa oso tahin taate jirti.

Waxabajjiin 15 (June 15th) Waggaa 26ffaan Guyyaa Hundeeffama SBO/Guyyaa Media ABO Kan Bara 2014 Giddu Gala Waajjira H/D ABOtti Haala Ho'aa Ta'een Kabajame

Waxabajjii 15, 2014 | SBO

Guyyaa SBOn itti hundeeffame Waxabajjiin 15 waggaa 26ffaan isaa guyyaa kaleessaa Giddu Gala Waajjira H/D ABOtti bakka H/Dn ABO Jaal.Daawud Ibsaa, hoogganootnii fi miseensotni dhaabaa, akkasumas keessummootni afeeraman argamanitti haala bareedina qabuun kabajamee jira.

H/Dn ABO Jaal.Daawud Ibsaa waggaa 26ffaa guyyaa hundeeffama SBOf kan qophaa’e dungoo/shaamaa erga qabsiisanii booda, gootowwan Oromoo fi ilmaan Oromoo bilisummaa, walabummaa fi mirga ummata Oromoof osoo falmanii wareegamaniif yaadannoon sammuu taasifameera.

Humni Addaa WBO Godina Dhihaa Baha Wallaggaa keessatti waraana wayyaanee haleeluun loltoota 17 ol du’aa fi madoo taasise

Waxabajjii 17, 2014 | Madda Oduu Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Gootichi Humna Addaa WBO Godina Dhiha Oromiyaa Waxabajjii 06, 2014 Baha Wallaggaa Ona Haroo Limmuu daangaa bulchiinsa Benishaangulii fi Oromiyaan waldaangessu bakka Luugoo Booqaa jedhamutti tarkaanfii haxxee waraana Wayyaanee konkolaataan socho’aa ture irratti fudhateen 7 ajjeesee, kanneen 10 ol ta’an ammoo madeessuu Ajaji WBO Godina Dhiha Oromiyaa beeksiseera. 
Konkolaataan waraanni wayyaanee ittiin socho’aa ture kun lakkoobsi gabatee isaa 03769 OR. kan ta’e oggaa ta’u, loltootni Yaareed Ammahaa, Sibaat Yaaqoobii fi Siisaay Nugusuu kanneen jedhaman warra ajjeefame keessatti akka argaman Ajaji WBO Godina Dhiha Oromiyaa beeksisee jira.

NEW REPORT SAYS ETHIOPIA REMAINS FOOD INSECURE

June 17, 2014 | Kiram Tadesse | Addis Standard

The World Food Program (WFP) annual report launched on Wednesday June 11th saysdespite positive advances Ethiopia has shown in the past it remained one of world’s most food insecure countries.
Over the past decade, a fast growing economy has helped bring the percentage of people living in extreme poverty from 38 per cent down to 29 per cent. However, approximately 30 million people still live below the food poverty line.

OROMO PROTEST AGANIST KILLING OF STUDENTS BY ETHIOPIAN KILLER REGIME: Tingvoll, Norway 02 June 2014

               

Ethiopia's police state

June 16, 2014 | By Paul O'Keeffe, Global Research

Detention under spurious charges in Ethiopia is nothing new. With the second highest rate of imprisoned journalists in Africa and arbitrary detention for anyone who openly objects to the Ethiopian Peoples’ Revolutionary Democratic Front (EPRDF) regime’s despotic iron fist, the Western backed government in Addis Ababa is a dab hand at silencing its critics.

HUMNA WARAANAA OROMOO CIMSUUN GAAFII YEROO WAAN TA’EEF DEEBII HATATTAMAA ARGACHUU QABA

Waxabajjii 14, 2014 | Abdii Boruutiin*

Barreeffama kiyya kan isa kana duraa keessatti waayee barbaachisummaa cimina qabsoo hidhannoo kaasee waanan tureef, har’as dhimmuma kana ilaalchisee yoon barreeffama kana dhiyeessu,Abdii Boruu waan barreessu dhabeeti waayeedhuma waraanaa faarsaa jedhanii namootni tokko tokko na qeequu malu yookaanis ammoo dhimmi kun nuffisiisaa isaanitti ta’uu danda’a jedheen yaada. Haa ta’u malee, waayee qabsoo hidhannoo fi jabeessuu waraana Oromoo yoo har’a hin kaasne yoomiyyuu kaasuu akka hin dandeenyen hubadha. Yeroon ammaa, yeroo waraanni Oromoo (Waraanni Bilisummaa Biyyoolessaa Oromoo), kan har’a diina injifatee, bilisummaa fi abbaabiyyummaa keenya deebisuuf wabii ta’u fi boru ammoo biyya keenya eeguu danda’u, itti ijaaramuu fi cimu ta’uu qaba jedheen amana. Akkuma mata dureen ibsu, gaafiin kunis dhugumatti gaafii yeroo ammaa jabaa waan ta’eef, otuu yeroon hin kennaminiif kan uummata Oromootiin deebii hatattamaa argatu ta’uu qaba.

Early Warning Project: Flare-Up in Ethiopia’s Oromia Region

June 14, 2014 | Early Warning Project

Our statistical risk assessments continue to identify Ethiopia as one of the world’s countries at greatest risk of state-led mass killing, and recent reports of violent repression in Ethiopia’s Oromia region suggest one pathway by which that dismal but still unlikely outcome could happen.

In mid-May, Amnesty International issued a public statement calling out the use of deadly force by Ethiopian security forces against a series of nonviolent protests in Oromia that began in late April. The protesters are objecting to the part of a new development plan that envisions the expansion of the national capital region into parts of Oromia. The central government claims this change will help bring city services to remote areas, but many Oromos fear it will only lead to land grabs and evictions. According to Amnesty,

OPDO DRAFTS A “NEW RESOLUTION” TO SILENCE CRITICS

June 14, 2014 | By Merga Yonas* | OPride
On June 2, six members of the Oromo People's Democratic Organization (OPDO) cabinet in Dembi Dolo voted to further silence Oromo activists who are opposing Addis Ababa's so-called “integrated development master plan," locals said.
The resolution allows local government agents to intercept any communication with 'suspected' persons.   

Since April 25, students across various Oromia-based universities have been protesting against the Ethiopian capital's expansion, which they say would displace Oromo peasants from vital farmlands to make way for a state-led development. Dozens of student protesters have been killed and many others wounded by security forces. An unknown number of students have been imprisoned or dismissed from their studies in an ongoing security sweep intended to stump out the fervent opposition.

Waraannii Wayyaanee Aanaa Gindabarat irra qubsiifamee jiru, uummaata nagaa irraatti waraana banuun barattoota Oromoo kutaa 12ffaa Sadii ajjeese.

Waxabajjii 12, 2014 | Gabaasa Qeerroo Lixa Shawaa

Waxabajjii 12/2014 Waraannii Mootummaa Wayyaanee Godina Lixaa Shawaa aanaa Gindabarat Magaalaa Kaachiis irra qubatee jiru barattoota irratti waraana banuun barattoota Oromoo kutaa 12ffaa Sadii (3) ajjeese jira. Mootummaan Wayyaanee duula dugugginsa sanyii genocide uummaata Oromoo irraatti banee jiru jabeessuun itti fufe.

Ambo Protests: Going back

June 09, 2014 | Jen & Josh In Ethiopia

After deciding that we wanted to leave Ethiopia, we had return to Ambo to pack our bags and say goodbye to our friends. Packing our bags turned out to be the easy part.

When we arrived back in Ambo, the destruction was still apparent, although the cleanup had already started. The burned cars were pulled to the side of the road. The debris from the damaged buildings was already being cleared. The problem, however, was that the courthouse was one of the buildings that was burned. How do they plan on having trials for those hundreds of people we saw in jail, we wondered.

Jen & Josh witnessed Ambo protests (Video)

               

FINCILAA DIDA GABRUMAA HAMAREESSA (Video)

                 

Wallaga, Horroo Guduruu Keessatti FDGn Walqabatee ABO Waliin Jirtu Sababaa Jedhuun Hojjettootni Mootummaa 11 Hojii Irraa Arihaman

Waxabajjii 12, 2014 | Gabaasa Qeerroo

Gaaffii abbaa biyyummaa Oromiyaa keessatti finiinaa dhufeen mootummaan Wayyaanee ilmaan oromoo hojjetaa fi bulchinsa turan aangoo irraa darbaa jirti. Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaartee magaala Aliiboo keessatti FDG gaggeeffameen Hojjettootni mootummaa wayyaanee FDG Kana keessatti hirmaattanii jirtan jedhamuun hojii isaanii irraa arii’aman. 

Qabsoon Murti-Guuto cimee itti fufeeraa!!

Waxabajjii 12, 2014
Guyyaa ar'a magaalabn Harar iddoon Hammaareysaa jedhamu waltajjii qabsoo Afran Qalloo Oromoo akkasumaas dirree waraana Murti-Guuto taate ooluun isii gabaafamera.
Akka gabaasticha keenya jedhetti Oromoon Oromiyaa Bahaa(Afran Qalloo/Murti-Guutoon) kan qa'ee fi gandatti hafee kan jiru hin fakkaatu. Oromoon Awwadaay, Haromaayaa, Kombolchaa fi Jaarsoo irraa buqqa'ani gara magaalaa Hararitti tin'isuudhaan iddoo Hammaareysaa jedhamu marsani oolani buluun saanitifi "dhiiga gootota murti-guuto ni baafna! Lafa ilmaan keenya diinaan itti gorraa'am kun investeraaf hin kennamu! Haqni qeenya haa mul'atu!.. Kkf." dhaadannoo jedhu dhageesisudha osoo jiranu polisoota isaan bittineeysuuf dhufee gaaza nama jaamsu ummatatti dhukaafamuun saatifi walitti bu'insi cimaan uumamuun saa himame.

Hameressa Mass Grave: Background

June 12, 2014 | Gulele Post

This past Sunday, June 8, 2014 workers clearing land at the former Hameressa military camp stumbled on human skeletons, incidentally unearthing one of the most gruesome mass murder committed against the Oromo people. Pictures and videos of what discovered and public reaction to it has been circulating on the internet. When did the mass killing happen? Who committed it and who were the victims? The following is information pieced together by speaking to survivors, former prisoners, individuals who worked at the military camp as cooks, elders who live in the vicinity and other first hand witnesses of the area.

Oromummaa fi Qabso Oromo Eenyummaa fi Birmadummaaf

Waxabajjii 11, 2014 | Gubirmans.com | Ibsaa Guutamaa Irraa

Oromoo Oromiyaa irratt mirga dhabsiisuuf diinni eenyummaa isaan akka ummata walaba tokkoott qaban haquun Oromiyaa irratt abbumaa saanii haaluu fedha. Garuu jagnooti Oromoo bilisummaa dheebotan gaarreenii fi sululoota  biyya abbaa saanii keessaa lafa raasaa jiru. Diinni ilkaan raafame buqqisuu malee fala hin qabne. Garuu sana eenyutu shaffisaan godha?

Oromummaa and Oromo struggle for identity and Freedom

June 11, 2014 | gubirmans.com | By Ibsaa Guutamaa


The enemy is trying to erase Oromo identity as independent people to deny their claim over Oromiyaa.  But gallant Oromo that have thirst for freedom are shaking the earth from mountains and valleys of their country.  The enemy is a wobbling tooth that has no remedy except pulling it out.

Ethiopia’s Police State: The Silencing of Opponents, Journalists and Students Detained

June 11, 2014 | Global Research | By Paul O'keeffe

Detention under spurious charges in Ethiopia is nothing new. With the second highest rate of imprisoned journalists in Africa[1] and arbitrary detention for anyone who openly objects to the Ethiopian Peoples’ Revolutionary Democratic Front (EPRDF) regime’s despotic iron fist, the Western backed government in Addis Ababa is a dab hand at silencing its critics.

Oromo nationalism is neither Christianity nor Islamic

June 11, 2014 | By Jate Melkamu

It is a response of Sibuu Maccaato documentary video titled “Islamic Oromo nationalism and the future of East Africa (www.youtube.com/watch?v=BjkSzZZh93U).Either agent or sponsor of the TPLF regime plus TPLF itself, the author of this documentary video, unwisely linked the Oromo libration struggle (OLS) to Islamism or Islamic nationalism as global identity of political Islam. Dear author of this documentary video, are you searching for the escape goat, OLS, for your failure or inability to civilize? The OLS has nothing to do with Evangelism, Islamism, Colonialism, Communism, or Imperialism. Whether you like it or dislike it, the OLS is developing its own home grown political ideology known as Oromummaa (humanity). I introduce you to the short summary of vision and mission of the OLS after I list the following 7 questions for you who purposefully try to divert the positive attentions of defenders of global orders from the just political causes of Oromo nation.

Oduu amma Hammaareysaa fi Murti-Guuto irraa nu gahe!!

Waxabajjii 11, 2014
Oduu amma Hammaareysaa Irraa nu gahe
Reefa namoota jumlaan ajjeefamani magaalaa Harar iddoo Hammaareysaa jedhamutti kaambi waraanaa keeysatti arkaman keessaa kan nam lamaa osoo hin tortorin arkameeraa. Kun kan agarsiisu ajjeechaan dhihotti kan raawwatame tahu mirkaneeysa.
Reefka lameen keessaa inni tokko ijjii saa kan carqaan hidhame yammuu tahu kan biraa ammoo afaan isaa cancalame harki saa dubbatti micciirame hidhamee fi akkuma marxoo marxifateetti (mbrxoon uffata Aadaa Oromoo Harargee Bahaa ti) argamuu saa gabaafame.
Lafeen namoota jahaa kan argame yammuu tahu ajjeechaan saani garuu kan ture dha. Jedha maddi oduu keenyaa.

TPLF shooting at civilians at Haramessa mass garve

               

Ethical and Theological Discussion about What Unity is and is not in the Oromo People Struggle for Freedom

June 09, 2014 | By Waaqee Ji'oo Garbii*
Background
First of all, my humble request to my reader is that my objective of using numerous sources from secular scholars and siting some verses from the Bible in this article is not to make any religion look good or bad when it comes to the Oromo struggle for freedom. Rather I am just convinced to write this article so that it can be read, discussed and counter attacked by anybody hoping that it will create more dynamism and openness in the Oromo struggle against injustice in Oromia. Indeed, I have at least two decades experiences of hearing the talk about ‘unity’ by the Habasha mainly among Christian community while they practically treat the Oromo as a second class citizen. Today, since the talk about Oromo ‘unity’ with the perpetrators became popular among some Oromo political and spiritual leaders more than the talk about unity among Oromo themselves which actually should have been given priority, I am persuaded to analyze and critically reflect on what ‘unity’ really means from ethical and theological perspective. Therefore, this article represents my opinion as an Oromo theologian who is addicted to promote peaceful revolution against any colonial system in Oromia, especially the Tigray People Liberation Front/TPLF’s human rights violation in Oromia and to advocate for the rights of the indigenous Oromo people. My arguments are against misunderstandings of the meaning of ‘unity’ that seemed to mislead thousands of Oromo and trucked them into the colonial net of Noe-Menelikites and Neo-Yohanesites.

Duuti Dargaggoo Nimoonaa (Firoomsaa) Xilaahuun Itti Fufiinsa Karooraa Wayyaanee Ajjeechaa Ilmaan Oromoo Qaroo Irratti Baafamee ti

Waxabajjii 09, 2014 | Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Yakki ajjeechaa gara jabeenyaa mootummaa wayyaaneetiin ilmaan Oromoo irra gahaa jiru adeemsa duguugiinsa sanyii bara dheeraaf mootummoonni gita bittoota Habashaa ilmaan Oromoo Qaroo tahan dachee irraa dhabamsiisuuf akeekkatanii hojjetaa jiranii ti. Keessumaa ammoo dargaggoota qaroo, hegeree biyyaa ta'an mana hidhaa keessatti qaamaa qalbiin dararuun du'a suukkanneessaan lubbuun akka baatu gochuun waan aadefatame ta'aa dhufeera.

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ: የወጣት ኒሞና(ፍሮምሳ) ጥላሁን ሞት የህዝብ ኣይን የሆኑ የኦሮሞ ምሁራንን ለመግደል ወያኔ ያወጣው እቅድ ቀጣይ ኣካል ነው!

ሰኔ 7, 2014ዓ.ም | የኦሮሞ ነጻነት ግንባር

በወያኔ መንግስት የኦሮሞ ዜጎች ላይ እየተፈጸመ ያለው ጭካኔ የተመላበት የግድያ ወንጀል፡ በሃበሻ ገዢ መንግስታት የኦሮሞ ምሁራንን ከምድረ-ገጽ ለማጥፋት ለረዥም ዓመታት ኣቅደው በመስራት ላይ ያሉት የዘር ማጥፋት ተግባር ኣካል ነው። በተለይም የህዝቡ ዓይንና ኣለኝታ፡ የነገ ሃገሪቷ ተስፋ የሆኑ ወጣቶችን በእስር ቤት ውስጥ ለኣካላዊና ለሰነ-ልቦናዊ ሰቆቃ በመዳረግ በኣሰቃቂ ሁኔታ ህይወታቸው እንድታልፍ ማድረግ የተለመደ ሁኔታ ሆኗል። የወያኔ ኣምናገነን መንግስት የፖለቲካ ስልጣኑን በሃይል ከተቀጣጠረ ኣንስቶ ባሉ 23 ዓመታት ውስጥ ይህን በመሰለ ዘግናኝ ሁኔታ የተገደሉ የኦሮሞ ዜጎች ቁጥር የትየለሌ ነው። የወጣት ኒሞና ጥላሁን ሞትም በዚሁ ስልት ጠላት ካደረሳቸው ግድያዎች ውስጥ ኣንዱ ነው። ኒሞና በሩጫ ላይ ሳለ ካሰበበት ሳይደርስ ያለኣንዳች ጥፋት የኦሮሞ ዜጋ በመሆኑ ብቻ ተወንጅሎ በወያኔ ስርዓት በኣጭሩ የተቀጨ የ28 ዓመት ወጣት ነው።

Manneen Hidhaa Godina Lixa Shawaa Keessatti Oromoonni lakkoofsaan 75 ta’an Haalaan Dararamaa Jiru. Kanneen Keessaa 8 Shamarran Ta’uun Beekame.

Waxabajjii 09, 2014 | Gabaasa Qeerroo Lixa Shawaa

Yeroo ammaa kanatti Oromoonni Maqaan Isaanii kanaa gaditti tarreefaman kuniin mana hidhaa godina Lixa Shawaa, Amboo, Waajjira Poolisii Godinaa, Kachallee Amboo,Gamoo Abbabechi jala, Masaraa Mootummaa Magaalaa Amboo, Hoomachoo, fi Sanqallee Keessatti hidhamuun miidhaan reebichaa fi dararaan adda addaa haalaan akka irra gahaa jiru gabaasi Qeerroo Magaalaa Amboo ibsee jira.

Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?

Waxabajjii 08, 2014 | Abdii Boruutiin*

Yeroo tokko tokko dabree dabree waan tokko tokko ilaaluuf yoo ta’e malee, anillee “Facebook” tti fayyadamuuf yeroos ta’ee, dhugaa dubbachuudhaaf,  fedhiillee hin qabu. Haa ta’u malee, marsaa kanarratti akka tasaa waan tokko argeen, sababa kanaan barreeffama kana dhiyeessuu barbaade. Inni kunis, jaarmayaan Tigray People’s Democratic Movement (TPDM) Afaan keenyatti yoon hiiku: Sochii Diimookraasii Uummata Tigraayi kan jedhamu, loltoota kumaatamaan lakkaawaman leenjisee akka eebbisiise kan agarsiisu ture. http://www.youtube.com/watch?v=R9rYKScsdDM&feature=youtu.be

THE TORTURE AND BRUTAL MURDER OF ALSAN HASSEN BY ETHIOPIAN POLICE WILL SHOCK YOUR CONSCIENCE

June 08, 2014 | OPride
A 21-year old Oromo student, Nuredin Hasen, who was abducted from Haromaya University late last month and held incommunicado at undisclosed location, died earlier this month from a brutal torture he endured while in police custody, family sources said.

Members of the federal and Oromia state police nubbed Hassen (who is also known by Alsan Hassen) and 12 other students on May 27 in a renewed crackdown on Oromo students. Friends were not told the reason for the arrests nor where the detainees were taken.
Born and raised in Bakko Tibbe district of West Shawa zone, Alsan, who lost both of his parents at a young age, was raised by his grandmother

ABO Waliin Hidhata Qabdu Sababaa Jedhuun Bulchitootii fi Gaafatamtooti OPOO Godina Lixa Shawaa Hojii Irraa Arihamaa Jiru.

Waxabajjii 07, 2014 | Qeerroo.org | Ambo

Caasaan Bulchiinsa Godina Lixa Shawaa Godina hanga gandatti Angoo irraa arihamaa jiraachuu gabaasi Qeerroo naannicha irraa gabaasa. Gaafa guyyaa Waxabajjii 1, 2014 Mootummaan Wayyaanee angawoota OPDO sadarkaa gandaa, Aanaa, fi Godinatti aangoo bulchiinsa fi gaafatama OPDO irraa mulquun hojii irraa arihaa jiru.

Nimoonaa Xilahuun wareegame

Waxabajjii 06, 2014 | Oromedia.net

Mana hidhaa mootummaa Itoophiyaa keesatti waggoota dheeraaf dararamaa kan ture, sabboonaa Oromoo, Nimoonaa Tilahuun guyyaa har'aa addunyaa kana irraa boqote.

Nimoonaa Xilahuun
Nimoonaa Xilahuun
Sababa gaaffii mirgaa fi bilisummaa Oromoo deeggareef humnoota tikaa wayyaaneetiin Waxibajjii 26, 2008 hidhattoota mootummaa konkolaataa gabatee isaa 3-F ta’een qabamee kan hidhame Nimoonaa Xilahuun, manneen qorannoo fi hidhaa Itoophiyaa kan akka Maa’ikalaawwii fi Qaallittii keessatti hiraarfamaa akka ture ni beekama.
“Namni mul’ataa jabaa qabu kun hojii barsiisummaa jalqabee otuu baatii tokko hin gahiin Poolisii Federaalaatiin ukkaamfame,” kan jedhan hiriyooti isaa yeroo sanatti ijaan argan, “Konkolaataa kana keessaa namootni uffata sivilii uffatan utaalanii bu’uudhaan balleessaa tokko malee barsiisaa Nimoonaa ukkamsanii fuudhanii sokkan,” jedhan.

Eutelsat Fingers Ethiopia as Jamming Incidents Triple

June 06, 2014 | Space News | By Peter B. de Selding

PARIS — Satellite fleet operator Eutelsat said intentional interference, which accounted for just 5 percent of the disruptions to its fleet in 2010, was responsible for 15 percent of the signal disruptions in 2013.
The tripling of intentional interference events, tied in part to the expansion of Eutelsat’s fleet serving Middle Eastern and African television audiences, is unlikely to drop in 2014 with the latest round of jamming by an unidentified source in Ethiopia.
Eutelsat said the jamming, which has affected Riyadh, Saudi Arabia-based Arabsat’s satellites as well as at least two Eutelsat spacecraft, has been geolocated in northeast Ethiopia.

#OromoProtests in Perspective

Since April 25th, thousands of high school and university students across Ethiopia’s largest region, Oromia, have turned out in peaceful protest against a government land grab that stands to displace millions of indigenous peoples from their ancestral
lands. Even though the country’s constitution theoretically allows for peaceful demonstrations, the student protesters, along with local populations in many cities and towns, have faced a ruthless crackdown from Ethiopian Special Forces, known as the Agazi Commandos. These forces have used excessive violence by indiscriminately shooting into crowds in an attempt to quash the protests. Children as young as eleven years old have been killed, according to statement issued by Amnesty International on May 13, and reports of fatal injuries, torture, imprisonment, disappearances and killings have been coming out of Ethiopia since then.

Local Lutherans share concerns from Oromia region

June 04, 2014 | metrodcelca.org | MDC Synod Communications

“I mourn the death of our youngsters,” says the Rev. Teka Obsa Fogi of dozens of casualties witnessed since April 25 among peacefully protesting students throughout Oromia Regional State by security force shootings and beatings.* Pr. Fogi is pastor of Oromo Resurrection Evangelical Church (“OREC”) in Kensington, Maryland, a worshiping community of the Metro D.C. Synod with direct ties to the region, one of nine ethnically-based states of Ethiopia. “OREC and all Oromo churches are praying for our young students, their parents and those the government wants to dispossess of their land,” he says. “Please pray with us.”

Defeating TPLF Abroad and at Home

June 06, 2014 | Gadaa.com | By H. Goche*

The past three Abyssinian regimes, namely Menelik, Haile Selassie, and the military junta, came from the Amharic-speaking Abyssinian elites who protected and promoted the dominance of anything and everything Abyssinian – from cultural, linguistic, economic to political power. These Amharic-speaking rulers enforced and promoted their barbaric and backward laws and culture using garrison towns that had been established on hilltops across Oromia and the South.

Now the regime wants to blame Aslan (Nuredin) Hasan (the Haromaya University student who died while in custody) for the grande attack that killed his classmates.

June 05, 2014 | From Jawar Mohammed

Now the regime wants to blame Aslan (Nuredin) Hasan (the Haromaya University student who died while in custody) for the grande attack that killed his classmates. The regime alleges that Aslan and three of his friends ( Abebe Urgessa, Nimona Chala, Megersa Worku) planned and carried out the attack. But this doesn't hold up to simple scrutiny.

Wallagga Magaalaa Gullisoo Keessatti,Sabboontichi Barsiisaa Magarsaa Abdiisaa Mirga Uumata Oromoo fi Ajjeefamuu Barattoota Oromoo Akka Dhaabbatuuf Osoo Falmuu Loltoota Wayyaaneen Wareegame.

Waxabajjii 05, 2014 | Qeerroo.org

Ilmaan Oromoo karaa nagaan gaaffii mirgaa kaasaniif deebii sirnaa kennuu kan dadhabe mootummaan faashistii Wayyaanee deebii dha jedhee kan inni itti fuulleffatee jiru itti dhukaasee akkasumas haala baay’ee ulfaataa ta’een reebuudhaan ajjeesuu akka ta’e gochi isaa dhaabbatee ta’ee mul’ataa jiru ifa godha.
Waraanni Agaazii fi poolisootni Federaalaa guutuu Oromiyaa weeraranii jiranii fi bulchiinsa Oromiyaa guutummaatti dhuunfatanii jiran barattootaa fi sabboontota Oromoo meesha maleeyyii itti dhukaasanii ajjeesuu, jumlaan qabanii hidhaatti darbuun achi keessatti haala baay’ee ulfaataa ta’een tumuu fi torture gochuun ajjeesuu akka ta’e bal’inaan gabaafamaa jira.

GAAFFIIN OROMOO: FINFINNEE, RAAYYAA, WALLOO, DIRREE DAWAA, SOODDOO…..TOKKODHA !!!

Waxabajjii 05, 2014 | Seenaa Y.G(2005)

Dhiigni ilmaan Oromoo baroota dheeraaf dhangala’aa turee jiru, qoosaa miti. Hiwaatoonni har’a, gaaffii ummatootaa ofitti fudhaatii, ofittummaa keessan ija baase kana gataatii, Angoo siyaasaa kan haqa qabu waliin ykn kan Ummati Filateen qooddadhaatii hegaree keessan tolchaa jedhamanii wayita gorfaman, deebiin isaan kennan, “eenyu kan dhiigaan fide, eenyutu kaardiin dabarsee kannaa”kan jedhuudha. Dhiigni isaanii akkas isaan marara taanaan, dhiigni kan biraa mirga isaaf dhangalaasus isaan mararuu qaba ture. Kana ta’uu hanqachuu isaatiin, dhiigni dhangalaasaa turan, akka isaan yaadanitti kan hegaree isaanii tolchu odoo hin taanee, kan isaan dhabamsiisuudha.