KABAJAA GUYYAA WBO - ABO KUTAA UK

Amajjii 14, 2013

                            KABAJAA GUYYAA WBO- ABO KUTAA UK
 LONDON- UK

Kabajaan guyyaa WBO gaafa Amajjii 26, 2013 magaalaa London keessatti qophaawee jira. Ayyaana kana irratti ummatni Oromoo biyya UK, miseensotni fi deeggartotni ABO, QC ABO, Gurmuu Qabsaawoota ABO fi ULFO akka qooda fudhattaniif kabajaan isin afeerra. 

Guyyaa ayyaana kana irratti haala sochii WBO fi Qabsoon Bilisummaa Oromoo itti jiru xiinxalaa fi bara dhufu keessa waan xiyyeeffatamu irratti ibsaa fi mareen bal’inaan ni taasifama.

Xumura walgahii kana irratti galgala- nyaata, dhugaatii fi bashannanni adda addaa ni jiraata.

Koottaa ayyaana seena guddaa qabu kana kabajaa; dhimma Oromoo irratti mariihadhaa, waliinis gammadaa.

Bakka:  10 Manor gardens, London N7 6LA

Guyyaa: Amajjii 26, 2013

Yeroo: 1:00 WB (pm) - 8:00 WB (pm)
                 Koree Qindeessituu 

No comments:

Post a Comment