Oslo, Norway: Waamicha Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo fi Kora Xiqqoo ABO Kutaa Scandanavia


OSLO, NORWAY (SCANDINAVIA)


Bakka: Magaalaa Oslootti

Guuyyaa: Ebla 12-13, 2013 gaggeessuuf qophii irra jirra. Hawaasni Oromoo biyya Scandanaviyaa fi naannoo ishee jiraattani hundi jala bultii Guyyaa Gootota Oromoo gaafa Ebla 13, 2013 waliin kabajnee akka oollu kabajaan isin afeerra. Guyyaa kanas beektota Oromoo fi bakka buutota dhaabaatu irratti argamu.

Galgala isaa Artistoota Oromoo bebbeekamootu isin bashannansiisa.

Iddoo: Galma Chile eit vet veien 8 Oslo T-Bana lakk.5 (metro lakk.5) Giddugaleessa magaalaa Oslo irraa gara bahaa, baasii lakk. 31 gara Grorud jedhu qabattanii Veit vet jedhu irratti irraa buutu.

KQ

No comments:

Post a Comment