Waamicha Qophii Ayyaana Irreecha kan bara 2013 Yorkshire, UK (Fulbaana 21, 2013)

Ayyaanni IRREECHAA bara darbe 2012 UK keessaatti yeroo jalqabaaf kabajame. Kan barana haala ho'atiin gaafa Fulbaana(sep) 21/ 2013 magalaa Leeds UK sa'atii 12 waaree irraa eegalee kabajama.

Oromoota fi firootan Oromoo UK keessa jirtanii maraa ayyaana Oromoo kana irratti argamtanii akka nu waliin kabajjani kabajaan isin afeerra.
Guyyaa: Fulbaana 21, 2013 (Sept. 21/2013)
Sa’ati: 12:00 waaree irraa eegalee
Bakkee: magalaa Leeds UK
 Hawwasa Oromoo Yorkshire UK.

No comments:

Post a Comment