Manneen Hidhaa Godina Lixa Shawaa Keessatti Oromoonni lakkoofsaan 75 ta’an Haalaan Dararamaa Jiru. Kanneen Keessaa 8 Shamarran Ta’uun Beekame.

Waxabajjii 09, 2014 | Gabaasa Qeerroo Lixa Shawaa

Yeroo ammaa kanatti Oromoonni Maqaan Isaanii kanaa gaditti tarreefaman kuniin mana hidhaa godina Lixa Shawaa, Amboo, Waajjira Poolisii Godinaa, Kachallee Amboo,Gamoo Abbabechi jala, Masaraa Mootummaa Magaalaa Amboo, Hoomachoo, fi Sanqallee Keessatti hidhamuun miidhaan reebichaa fi dararaan adda addaa haalaan akka irra gahaa jiru gabaasi Qeerroo Magaalaa Amboo ibsee jira.


A/ Shamarraan Oromoo Amboo irratti hidhamuun dararamaa jiran keessa :

  1. Ayyaantuu Margaa jiraattuu magaalaa Amboo, hojii daldalaa huccuu aadaa Oromoo kan Godinaalee Oromiyaa hundaa walitti qabuun Magaalaa Amboo keessatti kan daldaltee jiraattu
  2. Misgaanee Tarrafaabarattuu kutaa 8ffaa M/b Carii sadarkaa 1ffaa
  3. Kumee Lammaa barattuu kutaa 9ffaa M/b Liiban Maccaa Sadarkaa 2ffaa
  4. BeezaaTarreessaa jiraattuu magaalaa Amboo,
  5. Gissoo Fufaa barattuukutaa 8ffaa
  6. Masarat Abarraa kutaa 10ffaa barattuu kutaa 10ffaa m/b sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaa Gudar
  7. Sisayi Baqqalaa dubartii lafarra harkisuun reebaa mana hidhatti geeffamte,
  8. Taddaluu hojjettuu guyyaa buna jabanaan danfistee gurguruun kan maatiii shee jiraachiftu.
B/ Dargaggoota, Barattoota Ga’eessota, Manguddootaa fi Jiraattoota 

Magaalaa Amboo fi Naannoo irra qabamuun hidhamanii dararamaa jiran keessa:

9. Danaa’Ol Taddasaa barataa kutaa 11ffaa M/b Dirree Incinnii sadarkaa 2ffaa fi qopha’ina
10. Geetuu Baqaalaa barataakutaa 10ffaa M/b Dirree Incinnii sadarkaa 2ffaa fi Qopha’ina,
11. Milkoo Nagaasaa barataa kutaa 12ffaa m/b Dirree incinnii sadarkaa 2ffaa fi qopha’ina,12. Ashannaafii Dabaree gargaaraa konkolaachisaa, jiraata magaalaa Amboo
13. Biraanuu warquu Barataa kutaa 12ffaa M/b dirree incinnii sadarkaa 2ffaa fi qopha’ina,
14. Tolasaa Fayyisaa Barataa technicaa fi Ogummaa Magaalaa Dirree incinni irra,
15. Toleeraa Dirribaa barataa kutaa 12ffaa M/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi qopha’ina
16. HayileeyesuusMangashaabarataakutaa 12ffaa m/b Amboosadarkaa 2ffaa fi Qopha’ina
17. Walabummaa Dabalee barataa Civil Engineering Yuunibarsiitii Adaamaa
18. Dhugumaa Biraanuu barataa kutaa 12ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi qopha’ina
19. Yaaloo Seid barataa kutaa 11ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’ina
20. Taamiruu Caalaa barataa kutaa 9ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa
21. Faasikaa Caalaa barataa kutaa 12ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi qophaa’ina
22. Tolaasaa Mali’alaa Wardiyaa mana qopheessaa Magaalaa Amboo
23. Rabbirraa Atoomsaa barataa kutaa 10ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa
24. Waaqumaa Dabalee barataa kutaa 11ffaa m/b Gudar sadarkaa 2ffaa
25. Geetuu Dandanaa jiraataa Magaalaa Amboo,
26. Iyoob Mul’isaa barataa kutaa 12ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaa
27. Abdii Baddeessaa barataa kutaa 11ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaa
28. Lataa Bayyanaa barataa Fiiziksii waggaa 3ffaa Yuunibarsiitii Amboo
29. Abdiisaa Daadhii barataa mechanical Engineering waggaa 3ffaa Yuunibarsiitii Amboo
30. Shallamaa Jifaaraa , barsiisaa sportii m/b Amboosadarkaa 2ffaa fi qopha’iina akka malee reebamee midhaan guddaan irra ga’ee amma hidhaa keessa jira,
31. DajaneeTafarraa jiraataa Magaalaa Amboo, nama daa’imman umrii 6 gadi haadha kan hin qabne lama guddisuu, yeroo ammaa kanatti daa’imman kun galgalaa ganamaa wajjiraa poolisii mana hidhaa dhaabbachuun boo’anii abbaa keenya nuuf hiikaa jechuun uummata garaa nyaacha jiru.32. Yoohaanis Hulluuqaa jiraataa magaalaa Amboo hojjetaa guyyaa
33. Gadaa Cuuphataa barataaYuunibarsiiti iAmboo waggaa 2ffaa
34. Sanyii Cimdeessaa jiraataa Magaalaa Amboo, hojjetaa dhagaa coble stone
35. Taliilaa Tolchaa Barataa kutaa 11ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaa
36. Hirphaa Kumaa barataa kutaa 10ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa
37. TamasgeenAbarraa , contracteraa ijaarsaa adda addaa Yuunibarsiitii Amboo
38. Abarraa Nadhasaa jiraataa magaalaa Amboo
39. Danbalash Ababaa barataa koolleejjii waggaa 2ffaa
40. Toleeraa Qaabataa jiraataa magaalaa Amboo ganda 02
41. Marsan Ababaa jiraataa magaalaa Gudar
42. Tasammaa Hundee, qotee bulaa Gudar
43. Hundee Raajii barataa kutaa 11ffaa M/b sadarkaa 2ffaa fi Qopha’ina MidaaQanyii
44. Mitikkuu Hoomaa barataa kutaa 10ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa
45. Lataa Bantii jiraataa magaalaa Amboo ganda 01
46. Yoohannis Hayiluu hojjetaaYuunibarsiitii Amboo
47. Ifireem Tasfayee jiraataa Magaalaa Amboo
48. Tolaa Alamuu hojjetaa bishaan Amboo
49. Obbo Caalaa Baayisaa Maatii isaniiWaliin, jiraataaMagaalaaAmboo,
50. Naasir, jiraataa magaalaa Amboo hadha manaa isaa waliin reebamanii, yeroo amma kanatti haati manaa isaa caccabdee manaciisaa kan jirtuu fi inniimmoo hidhame kan jirudha.
51. Iddeessaa Magarsaa Itti Gaafatamaa Amantii Waqeeffaannaa Godina Lixa Shawaa fi hojjetaa bulchiinsa lafaa Godina Lixa shawaa
52. Tamasgeen Abarraa, jiraataa Magaalaa Amboo ga’een hojii daldaala 53. Obboo Alamaayyoo Irreessoo , jiraataa Magaalaa Amboo, filannoo bara 2005 irratti partii mormituu KUO bakka bu’uun filatamaa caffee Oromiyaa kan ta’e,
54. Gazzuu Takkaa barataa kutaa 8ffaa m/b sadarkaa 1ffaa Carii Amboo
55. Mallasaa Kabbadaa Araarsoo, jiraataa magaalaa Amboo hojiin daldaalaa
56. Qanaa’aa Chuuchee jiraataa Magaalaa Amboo,
57. DhibbaaTuutishaa jiraataa magaalaa Amboo, hojiin gargaaraa konkolaataa
58. Imaanaa Karaa jiraataaMagaalaa Amboo, hojiin daldalaa mobilaa
59. Mardasaa Simee barataa kutaa 11ffaa m/b Amboo sadarkaa 2ffaa fi Qopha’ina.
60. Waaqumaa Dhaabaa barataa seeraa waggaa 4ffaa Yuunibarsiitii Amboo
61. Qananiisaa Raggaasaa barataa Agro bioprocessing waggaa 4ffaa Yuunibarsitii Amboo
62. Dammanaa Girmaa barataa Cooperative waggaa 2ffaa Yuunibarsiitii Amboo
63. Kadir Qamar barataa Civil Engineering waggaa 3ffaa Yuunibarsiitii Amboo
64. Gadaa Saamu’eel barataa Nursing waggaa 1ffaa Yuunibarsiitii Amboo
65. Gaadisaa barataaYuunibarsiitii Amboo
66. Wabii Xilaa huun barataa muummee Afaan Oromoo waggaa 3ffaa Yuunibarsiitii Amboo
67. Raajii Baksuu barataa Mechanical Engineering waggaa 3ffaa Yuunibarsiitii Amboo
68. Kafanii Gabbisaa barataa Statics waggaa 2ffaa Yuunibarsiitii Amboo
69. Taddasaa Misgaanaaaanaa Xuuqur Incinnii Ganda Qonnaan bulaa Qochoree
70. Ababaa Moosisaaaanaa Xuuqur Incinnii
71. Gulumaa Tasfayee Aanaa Xuqur Incinnii
72. Biraanuu Addunyaa aanaa Xuuqur Incinnii
73. Goobanaa Tolasaa aanaa Xuuqur Incinnii74. Tammiruu Caalchisaa Aanaa Xuuqur Incinnii
75. Lateeraa Shallamaa aanaa Xuuqur Incinnii
76. Barsiisaa Fufaaaanaa Xuuqur Inicinnii,kanneen keessatti argamaan ilmaan Oromoo nagaan qe’ee fi maatii isaanii irraa qabamuun mana hidhaa godina lixa shawaa jiran keessatti dararamaa jiraachuu Qeerroon gabaasa.

 Injifannoon Ummata Oromoof!

 Gabaasaa Qeerroo Godina Lixa Oromiyaa

Waxabajjii 9/2014

No comments:

Post a Comment