Breaking News: Magaalii Garba Gurraachaa Fincilla Diddaa Gabrummaan raafamte

Amajjii 27, 2015

Fincillii magaalaa Garbagurraachaa barattootaan guyyaa ar'aa Amajjii 27, 2015 ka'ee magaalatti raasaa jiraa.

Jiraattootni magaalaa Garbagurraachaa fincilaa barattootaa itti idaa'amuun saatis gabaafamee jira.

Odeeyfannoo haga ammaatti nu gayeen barattootni lama rasaasaan yammuu ajjeefaman 15 ammoo akka malee madaawani gara hospitaalaatti geffamaniruu.

No comments:

Post a Comment