Gareen Mootummaa Naannoo Oromiyaa jedhe off yaamu Artistota Oromoo shaniif magaalaa Adaamaatti qarshii badhaase.

Amajjii 21, 2015 | Gabaasa Anoole Wako Irraa

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Artistota shaniif qarshii 200,000 hanga 300,000 guyyaa har'aa
Amajjii 21 2015 magaalaa Adaamaatti badhaaseera.


Badhaasni kun komii walgaii Artistotni yeroo darbe kaasaniif deebii kennuuf akka ta'es hubachuun danda'ameera. Taajjabdoonni akki je'an Badhaasni kun bara filannoon sobaan je'an cuubame kun geggeeffamuuf jiru tahuun isaa, itti fufinsa badhaasichaa gaaffii keessa galcheera.

Artistotno badhaafamanis :-
  1. Halloo Daawwee
  2. Nuhoo Goobanaa
  3. Laggasaa Abdii
  4. Mohaammad Yusuuf fi
  5. Taaddasaa Cuuqqeedha

No comments:

Post a Comment