Godina Guji Aana Gooro Doolati Gochaa motuman wayaane Milishaa ykn hidhataa gandaa irrati dalagaa jiru

Amajjii 17, 2015 | Gabaasaan Anoole Wako

Mee milishoonni Godina Guji Aana Gooro Doolati waan isaan mudate dubbusaa. Akkuma dhagaha turtaniti motuman wayaane ji'ootan 7n dabre milishaan ykn hidhataan gandaa bara kanara egalee ufani uniformi waraana hodhamufi qaba jechun gandi hundi qarshi ufani kun itiin hodhamu kuma afurtama-afurtama baasu qaban jedhe sababa kanan umatara malaqa saama ture. 

Ega torbe kana Amajjii 6/2015 irraa egalee filano kanaf if qophesuf godinaaf Aanale hunda Ganda hundara Milishan ykn hidhata gandara nama digdama-digdama guuranii Anarati Leenji ykn siminaar torbaan tokkof haga guyyaa Amajjii 13/2015 Kibxata dhengadati lenjisaa turan. 

Akuma bekamuti kanan dura yerroo akana leenjiin kenamu hanga xumuramuti Nyaata fi dhugaatif bakki bultii akasuma Oolchan ykn "abalin" nama tokkof guyyaan qarshii 70 kenafi turan. Yerroo kana garuu guyyaa leenjii kanaf waman baajatni qarshii kuma dhiba lama (200,000 birr) kan baruumsa kanaf isanif ramadame umani malaqa ufani milishaa kabaasa jedhame wan hinkafalinif baajatni leenjii kanaf dhihaate kana ufani milishaa akka itiin hodhamu guyyaa lenjii xumurtan fudhatani ufatanif isa gore jira jedhun kanaf namni hundi if danda'ee jechun bishan dhugati ado hinkeninif guyyaa leenjin kun xumurame immo kibxata dabre ufani wan hin qophahinif garu Eebaaf Horii qale laaqana isnii qophesine nyaatani galtan jenan lolani hanga yom soban nuti fayadamtn jechun wal dhabif waliti bu'iinsi uumame. 

Kan ufanii hin qophahin malaqa malgotan jenan wal dhabi lola Gosa kan Booranafi Gujii jiduti bara kana bu'e irrati bahe dhumate jechun deebii kenan. Kana bodee umani lole laaqana qophes nyachuu didun kan qabu bilbilaafi ufata ifira baasani gurguratun gara mana ifiti milan galai jira.

Milisha Ganda 21 kan Aana Goro doola jedhamu jala jiran nama 460 jechu kanaf dhima kana afaan kamiinu miidiyaa jiru hundan akka dabarsitan jedhani iyaa jiran. Hanga bilbilatis kan nugaafatef ni ibsina akka nuufacaasaa jedhni iyaa jiran. Kanaaf oddu kana qaama barbaachisu waliin gayaa.
 "Yaa milishaa mootummaa kana ganaati WBO ti makamaa" dhaamsa keenya.

No comments:

Post a Comment