HAWAASA OROMOO BIYYA UK MARAAF: Kabajaa Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO); Amajjii 31, 2015

Amajjii 12, 2015

Note that: The place changed to the following address
Bakka: West Rise Community Center, 187 Pentonvill Road, London N1 9NZ
Baga bara harawaa fi guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) nagaan geessan jechaa qophiin kabajaa guyyaa WBO bara 2015 gaafa Amajjii 31, 2015 Magaalaa London keessatti geggeefama. 

Kanaaf Hawaasni Oromoo biyya UK fi naannootti argamtan guyyaa kabajamaa fi ulfaataa kana irraatti argamtanii akka waliin kabajnu dhaamsa keenya isiniif dabarsina.
Bakka: 10 Manor Gardens, Islington, London, N7 6LA
Guyyaa: Amajjii 31, 2015
Sa'aatii: Waaree booda (2:00-10:00pm)
Hub: Kabajaa ayyaana booda qophiin bashannanaa fi sirbi aadaa akka jiru isin hubachiifna.
Injifannoo Ummata Oromoof!

Koree Qindeessituu ayyaana WBO

No comments:

Post a Comment