OMN: QOPHII ADDAA (OB, DHUGOOMSAA DHUGAASAA) AMAJJII 1, 2015

Amajjiin tokko guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhamee kabajamaa jira. Seenaan guyyaa WBO kabajuu kun eessaa ka’e? Dhimma kanarratti kanneen seenaa hundeeffama WBO haalaan quba qaban keessaa Obbo Dhugoomsaa Dhugaasaa wajjin gaffii fi deebii taasifame dhiyeessina.

No comments:

Post a Comment