Galmi Aadaa Oromiyaa Finfinneetti ijaarame eebbifame

Bitootessa 25, 2015 | OroMedia
Galmi Aadaa Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti baasii Birrii miliyoona 200 caaluun jaarame kun olola sirna OPDOf oolaa jira jedhamee qeeqameera.



Galmi Aadaa Oromiyaa kun lafa kaaree meetira kuma 40 irratti ijaarame.
Akka odeessa nu gaheetti, Galmi Aadaa kun hambaawwan seenaafi aadaa Ummata Oromoo walitti qabuufi iddoo qorannoo ta’uun shoora kan gumaachuudha jedhameera.
Galmi kun kutaawwan adda addaa kan qabu yammuu ta’u mana kitaabaa sadarkaansaa eegameefi aadaafi seenaa Saba Oromoo qorachuuf gargaaru qaba.
             
Some photos collected from social media users:
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com

1 comment:

  1. I appreciated this Oromo culture center

    ReplyDelete