Guutummaa Oromiyaati hidhafi dararaan akkuma itti fufeti jira!

Hagayya 29, 2019 | Face Booki Tsegaye Hailu irraa

Waajjira Poolisii Magaala Naqamtee Aana 1ffaa keessatti dararamaa kan jiran lammiin keenya 22 maqaan isanii kunooti. Rakkoo hamatu irra gahaa jira.

Hanga ammattis mana murtitti hin dhiyessine.
1- Yeshaane Mamo barataa kutaa 12
2- Sayiid Obsoo WBO duraanii
3- Burqaa Tasfaa WBO kan turee.
4- Nagaroo Jabeessaa huccuu kan hodhuu.
5- Yooseef Hambisaa konkolaachisaa bajajii 


6- Hiikaa Jaallataa konkolaachisaa bajajii
7- Qajeelaa Bantii barataa RVU
8- Jireenyaa Geetachoo barataa RVU
9- Gammachuu Qalbeessaa mana riifeensaa kan hojjetu.
10- Caalchisaa Hambisaa Abbaa qabeenyaa

11- Nagaash Sirriiqaa konklaachisaa bajajii
12- Guutamaa Tarreessaa mana nyaataa Oromia qarshii qabaa.
13- Iliyaas Tarreessaa Mana nyaata Oromiyaa kan hojjetu.
14- Boonsaa Mitikkuu
15- Xilaahuun Raggaasaa hojjetaa qeeraa

16- Tayyee Taaddalee barataa kutaa 11
17- Waaqtolaa Hundeessaa daldalaa
18- Isheetuu Tazarraa Dafqaan bulaa
19- Abdiisaa Muusaa Qarshii qaba sabboonaa
20- Davissee Olaanaa barataa RVU xumure.

21- Gammachuu Diggaa qotee bulaa.
22- Girmaa Zarfuu mana mukaa kan hojjetu.


No comments:

Post a Comment