"Har’as Duris Tokkummaafan Iyya!"- Gaaffii fi deebii Artiisti beekamaa fi jallatama Nuhoo Goobanaa VOA Waliin geggeeffame

Tujubee Kuusaa | VOA Afaan Oromoo


 
                  
                      

6 comments:

  1. leellisaa basaaDecember 13, 2012

    urgii oromootaa keessaa nuhoo goobanan isa tokko. rabbi umurii siif haa kennu.

    ReplyDelete
  2. Ani hedduu sirba hin fedhu, nuhoo gobanaa garuu hedduun jaalladhe. waaqayyo si haa Maru,siif kadhanna,si gargaarras,Jabaadhu!!! the best of best oromoo singer . tokkummaa tokkummaa. !!!

    ReplyDelete
  3. Ani hedduu sirba hin fedhu, nuhoo gobanaa garuu hedduun jaalladhe. waaqayyo si haa Maru,siif kadhanna,si gargaarras,Jabaadhu!!! the best of best oromoo singer . tokkummaa tokkummaa. !!!

    ReplyDelete
  4. rabbii umrii dheeraa siif haa kennu artist nuhoo goobanaa fayyaa kee kan duraanii qaamatti si haa dachaasu kaayoo keetiis galmaan nuuf haa gayu umrii dheeradhu!!!!!!!!!

    ReplyDelete
  5. umannmi oromoo heddu sijaalata artist nuhoo goobana umrii rabbi nuuf sihaa dheereysu !!!

    ReplyDelete
  6. rabbii umrii dheeraa siif haa kennu artist nuhoo goobanaa fayyaa kee kan duraanii qaamatti si haa dachaasu kaayoo keetiis galmaan nuuf haa gayu umrii dheeradhu!!!!!!!!!

    ReplyDelete