WAAMICHA WALGAHII UMMATAA OROMOO BIYYA UK MARAAF

Walhubannoo fi waliigaltee ABO ilaalchisee qondaalotni ABO-QC, ABO-ShG fi GQM ABO ibsa bal'aa ummataaf waan kennaniif walgahii kana irratti akka hirmaattan kabajaan isin afeerra.

Walgahii seena qabeessa kana irratti argamtanii ibsa guutuu fi waltajjii gaaffii fi deebii geggeeffamu irratti qooda keessan akka gumaachitan abdii guutuu qabna.

Walgahii booda sagantaan bashannanaa ni jira.

Guyyaa: 16/02/2013

Yeroo: 2:00-7:00 wb(pm)

Bakka:  Whittington Community Centre, Yerbury Road, London, N19 4RS

No comments:

Post a Comment