ITTII FUFINSA HIRIIRA OROMOO LONDON ( UK ) Caamsaa 23, 2014

Ajeecha fi Hidha Baratotaa Oromoo karaa Nagaa Mirga Isaanii Gafachaa Jiranii Ittii Fufee Akkaa Jiru Bekamaa dha.
Gochaa kana dura dhabbaachuf jimaata, Caamsaa 23, 2014 sa'aattii 11:00 am irraa jalqabee London Parlaama Fuldura, ( Old palace Yard SW1 ) Hiriirrii Nagaa Ni Geggeeffama.
Oromoo fi Firoottaan Oromoo Biyyaa UK ttii argamtan Gochaa Hammeenyaa fi Ajechaa ilmaan Oromoo ittii fufee jiru kana akkaa waliin dura dhabatnu kabajaan isiin Beksifna.
Dhamsa kana namota kaniifis dabarsaa.
Galatooma.
Koree Qindeessituu.

No comments:

Post a Comment