#oromoprotests FDG magaalaa Burraayu Dargaggoonni Oromoo baayyeen mana hidhaati guuramaa akka jiran gabaafame.

Caamsaa 20, 2014

Oromoonni magaala Burraayu kanneen wayyaanen FDG irratti hirmaatan ittin jattee fi miseensoota ABO ti jatte shakkite 300 ol hidhuun isi fi reebichi hamaan akka irratti gaggeessaa jirtu beekkame
hidhamtoota keessaa kanneen maallaqa ykn kaartaa dachi qaban osoo mana murti hin dhihaatin polisaaf qarshi 25,000 ykn kaartaa qabsisani yammuu gadilakifaman harki caalu ammalle mana hidhaati reebamaa akka jiru gabaafame.
Oromoonni mana hidhaa wayyaanetti garmalee dhaanamani araraafamaa jiranifi tuminsaan miidhaan irra gahe.
Ayyaantu (dubarti dha), Gaaddisaa, Dawwid Hassen, Jootte, Suraansaa fi Fayyisaa (Hojjattoota mana Baankiti) Nagumaa, Waqgaari fi Umad Umar kan jedhaman garmalee tumamani waan du'aa fi jiru jiddu waan jiranif mana yaalaa geeyfamani dha, Jechuun gabaasni nu dhaqabe addeessera.
Qabsaawaan Ni kufaa Qabsoon itti fufa !!!

No comments:

Post a Comment