MUST WATCH: FALMAA BILISUMMAA [K.1ffaa Dirree Qaanii/Hallayyaa Dukkanaa]

Viidiyoon kuni akkamitti Oromoon mirga keennaaf akka falmannu, kabajaa dhabne deeffannu, haqaafi qabeenna keennas tikfannu, akkamiin bulchiinsa qawwee jalaa akka baanu irratti xiyyeeffata. Hamilee, fedhiifi murannoo qabsoo ijaaruu, diddaan gabrummaafi fedhiin bilisummaa saba keessatti akka finiinuuf tattaafata. Kutaan 1ffaa maal keessa akka jirru nuyaadachiisuun eegala.
               

No comments:

Post a Comment