Naannoo Beenshaangul Gumz irraa Oduu amma nu dhaqqabe!

Gurraandhala 04, 2015 | Gabaasa Anoole Wako

Ummanni Oromoo naannoo Benshaangul Gumuzitti dirqamaan daangeffeme akka jiraatu godhame mirga eenyummaa irraa sarbamee gaafate dorsifamaa akka jiru beekkame.

Haaluma kanaan guyyaa Gurraandhala 02, 2015 Oromooni 6 godina Matakaal nanoo Beenshaangul Gumzitii Oromoo kakaaftan jechuun shakamanii manaa hidhaa galusaniifii hidhaan itii murtaa'uu oduun nuu ga'ee jira. Maqaan isanii:-
  1. Gamada shifara
  2. Lamessa
  3. Girma Amsalu Jibat 
  4. Dhuferaa Wirtuu 
  5. Abaa Xaloo 
  6. Maqaa isaa haga ammaatti baruu hin dandeenye.
Kana malees guyyaa kaleessa Gurraandhala 03, 2015 Yuniversity Asoosaatti kan barachaa jiran baratooni Oromoo 4 achii buuteen isaani dhabamee jechuun gabaasaan keenya gabaase jira. Maqaa baratootaa hordofne isiniif gabaafna.

No comments:

Post a Comment