Qabeenya Wayyaanee armaa gadii irraa hin bitinaa, ittis hin gurgurinaa!

Muddee 27, 2015 | SBO

Qabeenya Wayyaanee armaa gadii irraa hin bitinaa, ittis hin gurgurinaa!
1. Tajaajila Transport ii Selaamii :- kaappitaalli dhaabbata kana birrii miliyoona 10 yommuu tahu biiroon isaa guddichi magaalaa Maqalee keessatti argama. Itti gaafatamaan biiroo kana Arkebe Uqbaay jedhama. (Saba Tigree ti.)
===============
2. Dhaabata Ijaarsaa Segel (Segel Construction):- Kaappitaalli isaa birrii 10, 000,000 dha. Biiroon guddichi isaa Maqeletti argama. Itti gaafatamaan dhaabbatichaa Obbo Arayaa Zerihun jedhama. (Tigree)

================
3. Mega Net corporations:- kaappitaalli isaa miliyoona 10, biiroon guddichi Maqaletti argama. Itti gaafatamaan Obbo Alemsegged Gebre Amlak jedhama. Tigree dha.
================
4. Waldaa Aksiyoona Hitech Park :- kaappitaalli isaa miliyoona 10, biiroon guddichi isaa magaalaa Meqeletti argama, Itti gaafatamaan Obbo Shimellis Kinde jedhama. Tigree dha.
=================
5. Fana Democracy Plc :- kaappitaalli isaa miliyoona 6 dha, Teessoon biiroo guddichi isaa Meqeletti argama, itti gaafatamaan Negash Sahle jedhama. Tigree dha.
==================
6. Express Transit :- kaappitaalli isaa birrii miliyoona 10 dha. Teessoon waajjira guddicha Meqeletti argama. Itti gaafatamaan isaa obbo Gebre sillaasee Gidey jedhama. Tigree dha.
===============
7. Waldaa Aksiyoona Ethio Rental :- Kaappitaalli isaa birrii miliyoona 10, Teessoon waajjira guddicha Meqeletti argama. Itti gaafatamaan obbo Atkiliit Kiroos jedhama. Tigree dha.
===============
8. Warshaa biiraa Dilate (Dilate Brewery):- kaappitaalli isaa miliyoona 15 dha. Teessoon isaa guddichi Meqeletti argama. Itti gaafatamaan Obbo Teweldee Tedla jedhama. Tigree dha.
================
9. Warshaa nyaataa Dessalenyii (Dessalegn caterinary): kaappitaalli isaa miliyoona 15 dha. Wajjirri guddaan isaa Meqeletti argama. Itti gaafatamaan Dr Maru Erdaw jedhama. Tigree dha.
================
10. Addis Consultancy House:- kaappitaalli isaa miliyoona 10 dha. Waajjirri guddichi isaa Meqeletti argama. Itti gaafatamaan isaa Obbo Sibhat Neggaati. Tigree dha.
==============
11. Dhaabbata Ijaarsa Gamoo Birhaan (Birhane Building construction):-kaappitaalli isaa birrii miliyoona 10 dha. Biiroon isaa guddichi Meqeletti
argama. Itti gaafatamaan isaa Obbo Bereket Mazengiya jedhama. Tigree dha.
=================
12. Waldaa Aksiyoona warshaa gogaa Sheba:- kaappitaalli isaa birrii miliyoona 40 dha, Biiroon guddichi Tigraay magaalaa Wuqrotti argama, itti gaafatamaan Abadi Zemu jedhama. Tigree dha.
================
13. Meskerem Investment:- kaappitaalli isaa miliyoona 40 dha. Biiroon guddichi magaalaa Axumitti argama. Itti gaafatamaan obbo Tewdros Ayes Tesfaye jedhama. Tigree dha.
=================
14. Waldaa Aksiyoona inshiraansii Africa:- kaappitaalli isaa miliyoona 30, Teessoon biiroo guddichi magaalaa Finfinneetti argama. Itti gaafatamaan isaa Yohaannis Uqubay jedhama. Tigree dha.
=============
15. Globa Auto Sparepart :- kaappitaalli isaa miliyoona 26 dha, Teessoon biiroo guddichi Finfinneetti argama. Itti gaafatamaan isaa Obbo Teklebirhaan Habtuu jedhama. Tigree dha.
===============
16. Experience Ethiopia Travel :- kaappitaalli isaa miliyoona 26 dha. Teessoon biiroo guddichi Meqeletti argama. Itti gaafatamaan isaa obbo Tony Hiki jedhama. Tigree dha.
==============
17. Addis Engineering consultancy :- kaappitaalli miliyoona 25 dha, Biiroon guddichi Finfinneetti argama, itti gaafatamaan obbo Arlebe Uqubaay jedhama. Tigree dha.
===========
18. Hiwot Agriculture mechanization :- kaappitaalli isaa miliyoona 25, Teessoon Meqelee, itti gaafatamaan Obbo Yohaannis Kidane jedhama, Tigree dha.
================
19. Aksiyoona keemikaalaa Berhe :- kaappitaalli isaa birri miliyoona 25, Teessoon guddichi Meqeletti argama, Itti gaafatamaan Obbo Abadi Zemu ti. Tigree dha.
===============
20. Dhaabbata ikispoortii hoolaa fii re’ee Rahwaa :- Kaappitaalli birrii miliyoona 25 dha, Teessoon guddichi Meqeletti argama, Itti gaafatamaan Yaassin Abdurrahmaan,
==============
21. Dhaabbata Oomisha Qorichaa Star (Star Pharmaceuticals) :- kaappitaalli isaa miliyoona 25, Teessoon isaa Meqeletti argama, itti gaafatamaan obbo Arkebe Uqbaay dha,
===============
22. Tesfa Livestock :- kaappitaalli isaa miliyoona 20, Teessoon Meqeletti argama, itti gaafatamaan obbo Yohaannis kidane ti. Tigree dha.
================
23. Warshaa Huccuu Almedan:- kaappitaalli isaa miliyoona 660 dha. Teessoon isaa Meqeletti argama. Itti gaafatamaan Obbo Abadi Zemuu ti.
================
24. Mesfin Industrial company:- kaappitaalli isaa miliyoona 500 dha. Meqeletti argama. Itti gaafatamaan obbo Arqebe Uqubaay dha.
================
25. Warshaa Simmiintoo Meseboo :- kaappitaalli isaa miliyoona 240, Biiroon guddichi Meqeletti argama. Itti gaafatamaan Obbo Abadi Zemu jedhama.
==============
26. Almeda Textile Factory:- kaappitaalli isaa birrii miliyoona 180 dha, magaalaa Meqeletti argama, itti gaafatamaan Obbo Abadi Zemu jedhama.
================
27. Sur Constitution:- kaappitaalli isaa birri miliyoona 150 dha, biiroon guddichi Finfinne irratti argama. Itti gaafatamaan obbo Arkebe ukbaay dha.
===============
28. Trans Ethiopia:- kaappitaalli isaa miliyoona dhibba tokko dha, Meqeletti argama, itti gaafatamaan obbo Shimelis Kinde jedhama. Tigree dha.
================
29. Dhaabbata qusannaa fii liqii Deddebiit :- kaappitaalli isaa miliyoona 60 dha. Teessoon guddichi Meqeletti argama. It gaafatamaan Obbo Atikilit Kiroos jedhama.
=================
30. Ezana Mining Development :- kaappitaalli miliyoona 55 dha, biiroon guddichi Finfinneetti argama, itti gaafatamaan Obbo Tewdros H. Berhe jedhama. Tigree dha.
===============
31. Warshaa oomisha qoricha Addis (Addis Pharmaceuticals production):- kaappitaalli isaa miliyoona 53, Biiroon isaa guddichi Finfinneetti argama. Itti gaafatamaan obbo Abadi Zemu dha.
================
32. Waldaa Aksiyoona manneen daldalaa Xaanaa:- kaappitaalli isaa miliyoona 50 dha. Teessoon biiroo isaa guddichi Meqeletti argama. Obbo Sibhat Neggaatu hooggana.
==============
★ Dhaabbatawwan wayyaanee asii gaditti tarreeffamanii argaman immoo kaappitaala isaanii ifa godhanii hin jiran.
33. Ambassel Commerce Dinsho Share company
34. Tigrai Tagai Association Brook chemical share company
35. Dashen Beer Factory
36. Express Ethio Travel service
37. Tigrai Development plc computer networking Technology
38. Berhan Building construction
39. Star pharmaceutical Importers
40. National Electromechanical
41. Saba Emnebered Guna Trade service
42. Biftu Dinsho Oromia Credit Bank
42. Adwa Flour Factory
43. Wendo Trading
44. Shala Advertisement
45. National Geo Textile
46. Tikal Agri Tigrai
47. Wegagen Bank
48. Alage Forest products
49. Sebhat Nega plc
50. Addis Transport
51. Walta industry
52. Marha poultry
53. Dima Honey processing plant
54. Zeleke Agricultural mechanization plc
55. Tikur Abbay Transport
56. Beruk Tesfa plastic factory
57. Abrdele Animal Export company
58. Maichew particle Board
Kaampaaniiwwan armaan olii hundii qabeenya mootummaa wayyaanee dhalattoota Tigreetiin hogganamanii dha. Nutis kana beekuun meeshaalee diinaa kanneenitti fayyadamuu dhabuudhaan dinagdeen diina akka hin gabbanne gochuu qabna. Qabeenya keenyaanis mirga keenya haa falmannu.

No comments:

Post a Comment