Sobdu Lemaa Megersaa Afaan dhamaa, sold or give away Oromo land to future greater Somalia from Balee Oromiyaa Zone

Adolessa 27, 2017 |Biqilaa Biyyaa Facebook page

Sobdu Lema Megersaa Afaan damaa kanan duraa Danga Oromo caabsitee an saba kenyaa fixaa turanin Somalee Liyu polisiifi wayanee irratii tokkolee eso hin'xiiyeefatiin amaa'mo laafa Oromo Somaleef Sararanii jirruu.

Yaa Oromo maali kuni salphina miti namichi afaan damaa Lema Megersaa maale ojjataa Jirraa beektuu laata nuugurguraa jirraa Oromo dammaqii.

Dhugaan jirru garu OPDOn wayy'ee danga Oromo irraa maalif akka baqqatee hin'beekamuu.kuni bayy'ee an nama dhiibuu dha .


Amaa'mo Sobdun Lema Megersaa Laafa Oromo Balee zonii irraa kukutani Somaleef ciiciraa jirruu wayane wajiin waligalaan Oromiyaa xiiqesuu dhaf kara hundaa kana beeka.

Sabni Oromon kana hunda wayy'ee OPDOn ojjacha jirtuu beekun barbachissa dha. OPDOn waga 27 Oromo akka gurgurtee Tigray gudisa jirrtuu hundii keenyaa beeknaa garu amaa ifaa godhanii jirruu.

Oromon OPDO irratii damaaquu qabaa yeroo eddo hinfixiin
 laafa Oromo Gurguramaa jirra'mo ciiciramaa jirraa ? kuni an Oromo hundaa gadhisisuu dha.
Death to OPDO's.

OPDOn barbadahu qabdii 100%.
shari walif godha dhiiroo kuni salphina Oromoti OPDOn nugurguraa jirtii.
call for #OromoRevolutions ASAP.
Qabsoon ciimee itifufuu.


No comments:

Post a Comment