***** BAGA HIN ARGIIN ***** -Walaloo Galaanaa Dheeressaa Irraa

Amajjii 09, 2015

:::::: BAGA HIN ARGIIN :::::::

Walii yaaduu yaanne

Jaalala irraanfanne

Akka waan wal jibbuuf

Waadaa walii seennee

Hooda Habashaa fi bilisummaa Ummataa

Amajjii 09, 2015 | Ibsaa Guutama Irraa*

Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf qaccee gubbaan hidhata qabutu jira. Akka sanatt hundee mootummaa Habashaa Solomonawaa akka tahe kan himu moor “Kibira Nagast” jedhamuu Masaritt akka uumame kan himamu. Moor kun moototi Habashaa hundeen saanii Mooticha Israa’el Solomoon irraa akka bu’e hima. Fuudhaa alatt meshebbelaan Mootichaa fi Mootittii Saabaa irraa yeroo iseen biyya tahe gara kibbaatii isa daawwachuu dhufte akka ilmi dhalate dubbata. Mootittiin Saabaa moorota dhugeeffannoo Baha Gidduu malee moor seenaa biraan dhahuu, yookaan biyyisee bakka kam akka tahe kan agarsiisu hin jiru. Kanaafi kan Afrikaa fi Arabiyaanis keenya kan jedhaniin. Moorota dhugeeffannoo keessatt Mooticha Solomoon waliin sagaggaluu see haatahu ilma godhachuun see hin himamne. Kanaaf Minilik I galmistaana Kopti fedha mootummaa Habashaarratt dhiibbaa dhaabbataa gochuuf kan uume malee akka himameti kan hin jirre jedhanii hedduun amanuu. Maqaan saa jalqabaaf mooricha “Kibira Nagast” jedhame irratt qofa kan mullate. Egaa want naannaa saa fi naannaa haadha sa jiru hundi hooda irra deddeebi’amee dhaloota daftaroota Habashaan himamee dha. 

Sochii Bilisummaa Oromoo fi Jaarmota Bilisummaa

Amajjii 09, 2015 | Ibsaa Guutama Irraa*

Oromiyaan ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka sarbamanitt jiru. Aadaan, dudhaan, afaannii fi eenyumaan saanii dimshaashumatt akka lamuu seenaa keessatt sabummaa hin himannef haqamaa turani. Jeequmsa 1960ootaaf kaasaa kan tahan tuqaalee kana turani. Caalatt badaa kan ta’e, ummata tokko tahun saanii fakkeessaaf erga barameefiillee, qoteebulaa lafa saa irraa buqqisanii “investor” sabgidduu fi naannaa kan lafaaf bishaan haddhaan faalanii fi bosona fanfana malee cagadanitt gurgrachuun  ariitii guddaaan gaggeeffamaa jirachuu dha. Lafti Oromiyaa akkuma bara atsootaa kan finnaa koloneeffataa malee kan ummata Oromoo miti jedhame. Oromoon haala kanaan dura arganii hin beekneen manahinqabnee fi hojihinqabnee tahan. Ofii qooqaa qabeenya saanii samameen koloneeffataa fi “investerooti” yoo bashannanan ta’anii garaa hooqqataa laalu. Imaammata addaddoomsaa (Apartayid) ofirroo akkasii fi waan isaan moo’ummaa Oromiyaa, seenaa, aadaa fi afaan saatt tolchan diiguun salphaa dha kan jedhu hin jiru, garuu hamma fedhe haa fagaatuu, waan fedhe haa baasisuu malee kan hin dandahamne hin jiru. Hanga faanfanni, buqqifamni, tuffatammi sabummaa irratt hundaawe jirutt “addaddomsaa” yk “apaarteyid” malee waan bira jedhamuu hin dandahu. Kaasaan “Sochii Farra Adaddoomsaa” kan bakka bu’ooti saboota gammoojii empayeritt Turkaanaa kaasee hanga Matakkalitti (Omotikii fi Naayilotic) jiran  dubbatan kana. Sun imaammata kolonota empayeritt hunda irrati shakalamaa jiru.  Kanaaf kolonoti hundi tokkummaan “Addaddoomsaa Itophiyaa matumaa!” jedhuu qabu.

Ethiopia inflation jumps to 7.1% in December

January 09, 2015 | Reuters
Ethiopia's year-on-year inflation rose to 7.1 percent in December from 5.9 percent in the previous month, the statistics office said on Friday.
The Central Statistics Agency attributed the jump to higher prices of food and non-food items. Prices for such items as sugar, vegetables and fruit increased 6.5 percent last month, up from 4.8 percent in November.

State Terrorism in Ogaden, Ethiopia: Widespread Repression

January 09, 2015 | By GRAHAM PEEBLES*
 
Ethiopia is being hailed as a shining example of African economic growth. Principle donors and devotees of the International Monetary Fund/World Bank development model (an imposed ideological vision which measures all things in terms of a nations GDP) see the country as an island of potential prosperity and stability within a region of failed states and violent conflict. “Economic performance in recent years has been strong, with economic growth averaging in double-digits since 2004,”states the IMF country report. The economic model (a hybrid of western capitalism and Chinese control) adopted by the Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (EPRDF) government is a centralised system that denies democracy – consultation and participation in “development plans” is unheard of – ignores and violates human rights.

"Jabaadhu WBO Abdii Saba Kiyyaa" Wallee Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa

             

የሌንጮ ለታ መንገድ- ከተስፋዬ(Gadaa) ገብረአብ (Gadaa)

January 06, 2015 | From the Blog Page of Tesfaye (Gadaa) Gebreab

ኦ
ቦ ሌንጮ ለታ ለ2015 ምርጫ እየተጓዘ ነው። በባላንጦቹ እጅ ወደ ወደቀች አባት አገሩ እየተጓዘ ነው።ከዚሁ ዜና ጋር በተያያዘ ከብዙ የፖለቲካ ሰዎች ጋር ተወያይቼአለሁ። ሌንጮ መግባቱን በጥብቅ የሚደግፉ አሉ። በጥብቅ የሚቃወሙም አሉ። ሁለቱም ወገኖች አሳማኝ የሚመስል ትንታኔ ያቀርባሉ። 


“ሌንጮ ማድረግ የመቻል አቅሙ ከፍተኛ በነበረበት ዘመን እድሉ አምልጦታል። አሁን ወደ አገር ቤት ቢገባም ባይገባም ተፅእኖ ማሳደር ስለማይችል ለውጥ አያመጣም።” በሚል ግዴለሽ የሆኑም አጋጥመውኛል።

ከአመታት በፊት ጀምሮ በሌንጮ ጉዳይ ላይ ስፅፍ ቆይቻለሁ። ከፃፍኳቸው መፃፅፎች መካከል፣ “የቤተመንግስት ሹክሹክታ” የሚለው ሊጠቀስ የሚችል ሲሆን፣ ትረካው ሌንጮ ኦህዴድን በርካሽ ዋጋ ሊገዛ ከወያኔ ጋር መደራደሩን ይጠቁም ነበር። ከሹክሹክታና ከግምት በቀር አሁንም ቢሆን ሌንጮ ምን ጥቅም ለማግኘት ወደ ኢትዮጵያ እንደሚገባ በትክክል አልተነገረንም። በመሆኑም በዚህ መፃፅፍ አንዳንድ ነጥቦችን በጨረፍታ አነሳለሁ...  

“ሌንጮ ወደ አገር ቤት የሚገባ ከሆነ፣ ከወያኔ ጋር በሚያደርጋቸው ድርድሮችየታሰሩ የኦሮሞ የፖለቲካ እስረኞች ቀዳሚ አጀንዳዎቹ ሊሆኑ ይገባል።” የሚሉ አሉ።

The people pushed out of Ethiopia's fertile farmland

January 06, 2015 | BBC News | By Matthew Newsome
The construction of a huge dam in Ethiopia and the introduction of large-scale agricultural businesses has been controversial - finding out what local people think can be hard, but with the help of a bottle of rum nothing is impossible.
After waiting several weeks for letters of permission from various Ethiopian ministries, I begin my road trip into the country's southern lowlands. 

I want to investigate the government's controversial plan to take over vast swathes of ancestral land, home to around 100,000 indigenous pastoralists, and turn it into a major centre for commercial agriculture, where foreign agribusinesses and government plantations would raise cash crops such as sugar and palm oil.

Xumura bara 2014 seensa bara 2015 ilaalchisee ibsa dhaaba ULFO irraa kenname

Amajjii 01, 2015
Injifannoo dhiigaafii lafee jaallan wareegamaniitiin lafaafii mirga hagoo irratti argame, wareegamaan tiyfachuun abdiifii dambooba hegeree walabummaa Oromiyaati!!!            
Kabajamtoota lammiilee Oromiyaa, biyya keessaa fii alaa, kabajamtoota hogganootaafii humna waraana ULFO, kabajamtoota hogganootaafii miseensota dhaabbiilee siyaasa Oromo, dhaamsi keenya kan bara haaraa, bara 2015 bakka jirtanitti isin haa gayu.