"Isan Jalqabe Hangan Xumuruutti Biyyaa Hin Ba'u"- Gaaffii fi deebii Artiisti beekamaa fi jallatama Zarihuun Wadaajoo

Gurraandhala 26, 2013 | VOA Afaan Oromo

WASHINGTON DC — Ijoollummaa isaa kaasee mana barumsaa keessatti wellisaan akka ture kan dubbatu Wellisaa Oromoo Zarihuun Wadaajoo walumaa gala waggootii soddomaaf wellisuu isaa dubbata. Jireenya koo keessatti quuqqaa saba koo wellisuun dararaa addaa addaaf na saaxiluus gara fuula duraattis ittuman fufa jedha.

Torban kana keessas walleelee haaraa gabaa irra oolchuu isaa dubbata wellisaa Zariihuun Wadaajoo.

Gaaffii fi deebii gaggeeffame dhaggefadhaa.

No comments:

Post a Comment