Waamicha Walgahii Hawaasa Oromoo Minisootaaf: Sadaasa 23, bara 2014

Sadaasa 22, 2014 | Oromia Media Network (OMN)
  
Oromia Media Network (OMN) hawaasa Oromo magaalaa Minneapolis fii St. Paul jiraatan wajjiin, mariyachuu barbaada. Kanumaafis, Oromoonni magaalaa Lakkuu fi naannoo jiraattan walgahii gaafa Sadaasa 23, bara 2014tti taasifamu kana irratti akka nuuf argamtan kabajaan isin waammanna.

Walgahichi galma waldaa hawaasa Oromoo Minisootaa iddoo  457 Mackubin St.
Saint Paul, MN 55103tti waaree booda sa’a lama irraa eegalee adeemsisama.

Odeeyfannoo dabalataa yoo barbaaddan LB 218-996-9134  (Baarentootti) yokaan

LB 218-409-0083  (Guutamaatti) bilbiluun gaafachuun ni danda’ama.
Oromoonni Minneapolis fii St Paul gaafa sadaasa23 bara 2014 sa’a 2 irrati walgahii waammanne kana irraa akka hin hafne kabajaan isin gaafanna.

Koree Qindeeysituu Gargaarsa Ummataa, OMN

No comments:

Post a Comment