All refugees and asylum seekers living in urban areas have been directed to move to camps in North Eastern and Rift Valley provinces.
In Kenya Refugees told to get out of towns
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/18/2012
18 December 2012 | Daily Nation
Gaaffiin Uumataa Hamma Deebii Argatutti Qabsoon Itti Fufa - ABO (VOA Afaan Oromoo Irra)
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/18/2012
18 Muddee 2012
WASHINGTON DC — Addi bilisummaa Oromoo baatii sadaasaa fi muddee keessa naannolee Oromiyaa adda addaa keessatti lola ripxe loltummaa geggeesseen loltoota mootummaa hedduu ajjeesuu isaa beeksisee jira. Uummanni bilisummaa gonfachuuf gaaffii inni dhiyeesse hanga deebii argatutti qabsoo hidhannoo kan itti fufu ta’uu dubbi himaan adda bilisummaa Oromoo Obbo Booruu barraaqaa ibsanii jiran.

Recent battles between ONLF and Woyane Forces in Ogaden
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/17/2012
17 December 2012 | Ogaden Online
In the last two months there has been an increase of battles between the Ogaden National Liberation Army (ONLA) and the Woyane occupation forces stationed in Ogaden.
The latest information reaching us from the ONLA Central Command have confirmed to us that the Woyane occupation forces have taken heavy casualties in these battles which took place mostly in Dhagahbur (Jarar) province.
On 8 December 2012, more than 40 Woyane troops and allied militias were killed and 50 injured in a heavy fighting which took place in Labiga hamlet in Dhagahbur province. Two military transport Ural vehicles full of troops and equipment were also burnt to ashes in the same battle.
Ethiopian Muslim activists deny terror charges
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/17/2012
17 December 2012 | Associated Press
ADDIS ABABA:-- A group of more than two dozen Ethiopian Muslims pleaded not guilty on Monday to charges of terrorism.
Federal prosecutors are accusing the group, which includes prominent clerics and journalists, with terrorism and attempts to create an Islamic state that would undermine the country's secular constitution. Among the 28 pleading not guilty was the wife of a former senior Cabinet minister who was fired last month after publicly defending her. One defendant did not plead and instead said he was mentally unfit to stand trial.
Waammicha FDG Qeerroo Bilisummaa Oromoo Yuunvarsiitii Jimmaa
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/16/2012
Muddee 14, 2012 | Qeerroo Yuuniversity JimmaaHaala Uummanni Oromoo fi walgii gala biyyi Ethiopia keessa jiru irratti Muddee 02,2012 irraa eegalee hanga har’aatti sadarkaa adda addaatti marii bal’aa erga gaggeesineen booda waamicha FDG Oromoota bakka mara jiranii fi addatti ammo manneen barnootaa armaa gadiitti tuqaman keessa jiraniif waamicha keenya dabarsina.
ESAT, SUMMII UMMATOOTAAF TOLFAMEDHA ! - Kutaa 2ffaa
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/15/2012
Y.G(2005)*
Ginbot 7, dhuma irratti bifa maalii qabatee qabsoo isaa itti fufu akka yaade isaanumaaf dhiifnus, Kaayyoo isaa, isaaf qofaa itti tolu milkeeffachuuf jedhee shiroota summiin gutamaniin nama faalu barbaade, wayyaanee irraa adda taasisanii ilaaluun gonkumaa hin danda’amu. Obsi daangaa qaba. Of tuulummaan isaanii addatti Gaazexessitoota isaanii irraa mul’atu fi, haasaan guyyuu irra deddeebi’amee dubbatamu, AMAARIFFAAN “ Andaand Natsaa awuciwochi nan baayochi” “ Hagar inganaxilaallan baayochi” "Etiyophiyaawwii ayidallanim baayochi ” siyaasa siree irra baasanii “yetawaladan hizib malayayat yemmifalliguu ye hassaab dahawochi” jechurra ga’uunn isaanii, ofittummaa isaanii ifatti kan nutti mul’isuu fi hangam nu tuffachaa akka jiran nu huabchiisa. Adeemsi kun ammoo gonkumaa Biyya sana miti, Biyya alaa jiranittu furmaata argamsiisuu hin danda’u.

ESAT, SUMMII UMMATOOTAAF TOLFAMEDHA ! - Kutaa 1ffaa
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/15/2012
Y.G(2005)*
Wayyaaneen waggaa 21 dura Angootti wayita dhuftu shiroota hedduu keessaa fi alaan gaggeessu seenaatu nu hima. Wayyaaneen, ABOn Ummata Oromoo biratti filmaata tokkicha ta’ee akka hin dhihaanneef, OPDO akka ijaartee fi ABOn odoo jiruu saamicha har’a itti jiran kana gaggeessuun akka hin danda’amne dursanii waan hubataniif, shira adda addaa gaggeessuu kan eegalan, osoo bosana jiraniiti. Wayita shiroota kana gaggeessaa jiranitti gama biraan ,ABO waliin Mootummaa ce’umsaa hundeessuf marii adda addaa ,Biyyoota adda addaa keessatti gaggeessaa turan. Wayyaaneen shiraan muuxannoo dhaloota isaa kaasee qabu, ABO waliin marii Nagaa gaggeessaa fi mootummaa ce’umsaa dhaabuuf dandeetti beektoota keenyaatti fayyadamaa, shira ABO chaartara keessaa baasuus, walumaan irrattii hojjachaa jiraate.

Eritrean Strongman Asks Qatar To Mediate Dispute With Ethiopia
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/14/2012
14 December 2012 | awate.com
Eritrean president Isaias Afwerki has asked Qatar to mediate his long-standing feud with “arch-rival” Ethiopia. This message was communicated to the new Ethiopian Prime Minister, Hailemariam Desalgn, by Qatar, while the Ethiopian prime minister was conducting a state visit.
Isaias Afwerki has offered to attend mediation talks without any pre-conditions.

WBOn Tarkaanfii Itti Fufeen Diina Irratti Mirga Argate
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
12/13/2012
Madda Oduu ABO (MOA) | 12 Muddee 2012
Irree fi gaachanni ummata Oromoo WBOn qubattuu diidaa fi lukkeelee
nyaaphaa irratti tarkaanfii fudhatu itti fufe. Akka kanaan humni addaa
WBO Godina Baha Wallaggaa Ona Diiggaa Saasiggaa keessa sosso'u
tarkaanfii Muddee 9, 2012 fudhateen basaasota ol aanoo fi jajjaboo
diinaa 3 ajjeesee jira. Basaasoti diinaa:
1. Pheexros Negga,
2. Eliyaas Teklay,
3. Bayyane Aksum
Irree fi gaachanni ummata Oromoo WBOn qubattuu diidaa fi lukkeelee
nyaaphaa irratti tarkaanfii fudhatu itti fufe. Akka kanaan humni addaa
WBO Godina Baha Wallaggaa Ona Diiggaa Saasiggaa keessa sosso'u
tarkaanfii Muddee 9, 2012 fudhateen basaasota ol aanoo fi jajjaboo
diinaa 3 ajjeesee jira. Basaasoti diinaa:1. Pheexros Negga,
2. Eliyaas Teklay,
3. Bayyane Aksum
Subscribe to:
Posts (Atom)