Oromia’s Irreecha Festival – A Revival of an Ancient African Culture – An Attempt to Understand and Explain
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
9/27/2015
Fulbaana 27, 2015 | By Mekuria Bulcha, Ph. D

Irreecha 1903 at Lake Hora Bishoftu town. Thanksgiving, forgiving and forward looking expression day for Oromo.
Irreecha (also spellled Irreessa), the Oromo equivalent of Thanksgiving, was traditionally celebrated bi-annually in different parts of the Oromo country. The Irreecha Birra festival is celebrated in the month of September and Irreecha Arfaasaa in the month of April. Although it was a non-political festival, the irreecha was suppressed by Ethiopian regimes. Brought back to life by a struggle for cultural revival which the Oromo have waged during the last fifty, the festival is now playing a significant role in the manifestation and preservation of Oromo national identity. The festival in its traditional form is celebrated in different localities across Oromia. At the national level, it is an event that brings millions of Oromos from all over the Oromo country and non-Oromo visitors from other parts of the world to the shores of Hora (Lake) Arsadi in the city of Bishoftu in central Oromia. As such, it has no parallel in Africa. The festival is celebrated not only in Oromia, but has become an event which is observed transnationally by tens of thousands of Oromos settled in many countries around the world.
Humni Addaa WBO Dhiha Oromiyaa Baha Wallaggaa Keessatti Loltoota Wayyaanee Farra Ummataa Ta’an Haleelee 12 Ol Hojiin Ala Godhe.
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
9/25/2015
Fulbaana 25, 2015 | Oduu Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)
Dhiha Oromiyaa keessa kan sossohu Humni Addaa WBO tarkaanfii loltoota, hidhattootaa fi basaasota wayyaanee irratti fudhatu itti fufuun tibbanas humna diinaa haleelee injifannoo galmeessee jira.
Haaluma kanaan Humni Addaa WBO Fulbaana 18, 2015 Baha Wallaggaa Ona Haroo Limmuu bakka Daalota jedhamutti waraana wayyaanee haleeluun loltoota 3 yeroo ajjeesu, kanneen 9 ol ta’an ammoo haalaan madeessuu Ajaji WBO Godina Dhiha Oromiyaa beeksisee jira. Lola kana irratti rasaasni 120 fi boombiin harkaa 6 diina irraa dhuunfatamuunis gabaafameera.
ABO fi QBO Ololli Kamuu Hin Diigu !
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
9/23/2015
Fulbaana 23, 2015 | Simboo Abbaa Danuu
Gaaffii fi deebii OMN Abbaa Biyyaa Roobaa waliin gaggeesse kan kutaa 4tti qoodamee dhihaate nin hordofe. Abbaa Biyyaa Roobaa qabsoo keessatti nin beeka. Umrii isaa keessaa baroota hedduu kan inni qabsoo Oromoof wareegeef kabajaa fi jaalalan qabaaf. Haa tahu malee gaaffii fi deebii OMN waliin gaggeesse kana Kutaa isa xumuraa (4ffaa) keessatti dubbii inni ittiin hoogganoota gaafatamaan isaa ol turan yakkuuf carraaqe oggaan dhaggeeffadhe hedduun isa taajjabe. Bakka isaa bu’een qaanfadheefi. Kan hin qaanfanne nama qaanfachiisa jedhu mitii? Abbaan Biyyaa yeroo qabsoo keessa turetti akkuma jabinas qabu laafina/rakkina guddaa namuu irratti beeku kan namni isa waliin qabsoo keessa ture hundi ragaa bahuu danda’u qaba ture. Kunis ilaalcha gosummaa ti. Abbaan Biyyaa yeroo gaarreen Oromiyaa keessa tures tahe yeroo biyyoota ollaa keessa ture ilmaan Oromoo qabsoof jecha isa waliin hiriiran keessaa namoota naannoo Oromiyaa murtaawaa qofa filee fi odeeffatee ofitti qabuudhaan noonnoolee biroo irratti kakaasuu fi olola maqa balleessii hoogganoota jaallan isaa tahan kan naannoolee Oromiyaa hanga tokkoo irratti of qusannoo takkaan maleetti gaggeessaa nama turee dha.
(Olola Abbaa Biyyaa Roobaa fi OMN)
Gaaffii fi deebii OMN Abbaa Biyyaa Roobaa waliin gaggeesse kan kutaa 4tti qoodamee dhihaate nin hordofe. Abbaa Biyyaa Roobaa qabsoo keessatti nin beeka. Umrii isaa keessaa baroota hedduu kan inni qabsoo Oromoof wareegeef kabajaa fi jaalalan qabaaf. Haa tahu malee gaaffii fi deebii OMN waliin gaggeesse kana Kutaa isa xumuraa (4ffaa) keessatti dubbii inni ittiin hoogganoota gaafatamaan isaa ol turan yakkuuf carraaqe oggaan dhaggeeffadhe hedduun isa taajjabe. Bakka isaa bu’een qaanfadheefi. Kan hin qaanfanne nama qaanfachiisa jedhu mitii? Abbaan Biyyaa yeroo qabsoo keessa turetti akkuma jabinas qabu laafina/rakkina guddaa namuu irratti beeku kan namni isa waliin qabsoo keessa ture hundi ragaa bahuu danda’u qaba ture. Kunis ilaalcha gosummaa ti. Abbaan Biyyaa yeroo gaarreen Oromiyaa keessa tures tahe yeroo biyyoota ollaa keessa ture ilmaan Oromoo qabsoof jecha isa waliin hiriiran keessaa namoota naannoo Oromiyaa murtaawaa qofa filee fi odeeffatee ofitti qabuudhaan noonnoolee biroo irratti kakaasuu fi olola maqa balleessii hoogganoota jaallan isaa tahan kan naannoolee Oromiyaa hanga tokkoo irratti of qusannoo takkaan maleetti gaggeessaa nama turee dha.Qabsoon Oromoo Eessa Geesse?
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
9/23/2015
Fulbaana 23, 2015 | Ibsaa Guutama Irraa | Gubirmans.com
Dur bara ijoollumaa inna warra saaniif hurraa bu’anii yk horii tiksanii yk dirree keessa taphataa oolanii manatt deebi’an ijoolleen olla toora tokko galanii mataa saanii dugda kan isaan fulduraatt irkisuun harkaan mudhii saa qabatanii deemuu eegalu. Kan duraa hoogganu qofatu waan halle arga. Jarri toora galan sun akkuma lafa ilaalanitt walfaana “Geenyee” jedhu. Kan fulduraa hogganu “Gawuu geenyee” jedha. Utuma akkasiin gaafataa, deebii “gawuu geenye” jedhu argataa deemanii, hoogganni “Geenye” jedha. Ol kahanii yoo laalan ganda gahaniiru. Waa abiddarra jira taanaan manni hin aara. Gorora coccobsaa gammachuun mana ofiitt arreedu. Karaa bu’aa bahiin itt baayyate irra haananii manii saanii gahuu caalaa kan gammachiisu hin turre.
Where is the Oromo Struggle Now?
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
9/23/2015
September 23, 2015 | By Ibsaa Guutama* | Ibsaa Guutama: Gubirmans.com
In olden days when they collect fire wood or fetch water, or when they spend the day playing in the fields and go back home, kids walk in a file all holding the waist of the other and putting the head on back of one in the front. Only the leader is able to see the surrounding; the others see only the ground beneath. All behind ask, “did we reach” without raising their heads. The leader replies, “we are almost.” They go on asking the same question and getting the same reply until the leader announces “Here, we are!” When they raise their heads, they see they have arrived home. Something is on the stove; the house is emitting smoke. They run with joy to their individual houses salivating. There was no more happiness than overcoming the tortuous road and reaching one’s goal.
Ganda Goosuu Wangee,Godina Lixa Shaggar Anaa Midaa Qanyii Keessatti Gaaffii Mirgaa Ka’een Wal Qabatee Qonaan Bultooti Oromoo 20 Hidhamuu Qeerroon Gabbaase.
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
9/20/2015
Fulbaana 20, 2015 | Qeerroo.org
Godina Lixa Shaggar aanaa Midaa Qanyii Qonnaan Bultootni Oromoo 20 olitti lakka’aman balleessa tokko malee Oromummaan Yakkamuun hidhatti darbataman. Aanaa Midaa Qanyii diddaan uummataa fi barsiisotaan jabaachaa jiraachuun walqabatee qonnaan bultootni fi uummatni sirna bittaa Wayyaanee afaan qawween durfamuun dirqamnee hin bullu jechuun murtii isaanii jabeessan, Abbaan irree Wayyaanee fi Ergamtuun wayyaanee OPDO’n jibbinsaa fi diddaa Uummataa Oromoo haaloo bahuuf jettee qonnaan bultoota Oromoo 20 olitti lakka’aman Oromummaan Yakkuun AANAA MIDAA QANYII ganda Goosuu Wangee keessa human poolisaan ukkamsuun mana hidhaa Waajjira poolisii Anaa Midaa Qanyii magaalaa baallammiitti hidhuun dararaa jiraachuun ibsame. Maqaa Qonnaan Bultoota Oromoo hidhaatti darbaman kana keessa Muraasni nu qaqqabe jira.
Godina Lixa Shaggar aanaa Midaa Qanyii Qonnaan Bultootni Oromoo 20 olitti lakka’aman balleessa tokko malee Oromummaan Yakkamuun hidhatti darbataman. Aanaa Midaa Qanyii diddaan uummataa fi barsiisotaan jabaachaa jiraachuun walqabatee qonnaan bultootni fi uummatni sirna bittaa Wayyaanee afaan qawween durfamuun dirqamnee hin bullu jechuun murtii isaanii jabeessan, Abbaan irree Wayyaanee fi Ergamtuun wayyaanee OPDO’n jibbinsaa fi diddaa Uummataa Oromoo haaloo bahuuf jettee qonnaan bultoota Oromoo 20 olitti lakka’aman Oromummaan Yakkuun AANAA MIDAA QANYII ganda Goosuu Wangee keessa human poolisaan ukkamsuun mana hidhaa Waajjira poolisii Anaa Midaa Qanyii magaalaa baallammiitti hidhuun dararaa jiraachuun ibsame. Maqaa Qonnaan Bultoota Oromoo hidhaatti darbaman kana keessa Muraasni nu qaqqabe jira.
Subscribe to:
Posts (Atom)


