Oromummaaf yoo tahe oromoo tokko faarsanii qaama oromoof dhiiga coccobsee lafee caccabsee qabsoo har'aa farreen oromummaa dirqamaan oromoo of fakkeessan ittiin dhaadheffaman fide balaaleffachuun farrummaa caaluudha malee oromummaaf dhimmamuu hin tahu!

Waxabajjii 16, 2019 | Fincila Maayii Garbummaa

Oromummaaf yoo tahe oromoo tokko faarsanii qaama oromoof dhiiga coccobsee lafee caccabsee qabsoo har'aa farreen oromummaa dirqamaan oromoo of fakkeessan ittiin dhaadheffaman fide balaaleffachuun farrummaa caaluudha malee oromummaaf dhimmamuu hin tahu! Gareen OPDO ODPtti of jijjiiruun qabsoo oromoo afaanfaajjessuuf malee oromummaaf akka hin taane beekamuu qaba. Kana immoo haala gidduu kana tahaa jiruu fi tahuuf deemu irra adda baasuun salphaadha.

Amma WBOn ABO isa Dhugaa Dha! Jaarmayaan Miseensota ABO Qofti Kaayyichatti Citee Hafe WBO Dha.

Waxabajjii 16, 2019

Leencoo Lataatu TV jarattii farra ABO fi WBO kan OMN sana irratti dhimma sochii ABO Wallaggaa fi Kibbaa gaafatnaan: "Hoogganni ABO erga waraana hidhatee ajaja koon socho'u hin qabu jedhee, ijoolleen dardaraa bosona keessaa sun Maqaa ABO himatanii socho'uu hin danda'an" jedhe.

Sanuma maqaa ABO himatanii WBOn socho'u egaa!! Of ajjeesaa ree? Haasaan Leencoo haasaa gadamoojjii dulloomni dubbii harkaa balleesse sana. Waanuma ofii jedhe qofti akka ta'uu qabutti of fudhata! Oromoon qabsootti jirtu waggaa 28 Leencnoo dura kutte!

Qabsoo Bilisummaa Oromoo dhabama jalaa hambisuuf Mooraa Qabsoo Qulqulleessuun dirqama.

Waxabajjii 15, 2019 | Falmaa Dhugaaa Mooraa Qabsoo keessaa

Mana tokko ijaaruuf, ijaartee mana jechisiisuuf muka filatamaa qofaan yoo ijaarte mana gaarii gadi dhaabuu dandeessa. Haafaa fi Huuba callistee yoo walitti guurtee mana ijaarte, yeroo qilleensi hamaan bubbise diigama.
Qabsoo Oromoo dhabama irraa  hanbisuuf wanti godhamuu qabus kanuma. Yeroo  ammaa mooraan qabsoo Oromoos kanneen yoo qilleensi bubbise waliin raafamaniin guuttamee jira. kun ammoo yoo yeroon furmaanni itti hin kennamne rakkoo hammaataaf nu affeeruuf jira. Kanneen fedhii ofii liqimsanii sabaaf ofkennaniin mooraa Qabsichaa ijaaruun rakkoo kana hanbisuun ni danda’ama.

የኦሮሞ የነፃነት ትግል (ኦነት) ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው? ሁለተኛ ዙር፥ ክፍል ስድስት

ሰኔ 15, 2019 | በብርሃኑ ሁንዴ

በሁለተኛ ዙር ክፍል አምስት ፅሁፍ ውስጥ የኦነግ አመራር ከቴክኒክ ኮሚቴ ጋር የሰጠውን መግለጫ በሚመለከትና ሌሎች የተለያዩ አንዳንድ ጉዳዮችን አንስቼ ነበር። ከነዚህ ጉዳዮች ውስጥ አንዱ እየተቃረበ ያለው የአገሪቷ ብሔራዊ ምርጫ ሲሆን፣ ባሁኑ ወቅት በኦሮሚያ ውስጥ እየታየ ባለው ሁኔታ ውስጥ ኦነግ ይህንን ምርጫ አሸንፎ የተነሳለትን ዓላማ ከግብ ማድረስ ይችል ይሆን? የሚል ጥያቄ አንስቼ አንዳንድ ነገሮችን ለማብራራት ሞክሬ ነበር። በዚህኛው ክፍል ስደስት ፅሁፍ ውስጥ ባሁኑ ወቅት በአገሪቷ እየተደረገ ያለውን በሚመለከት እያስተዋልኩ ያለሁትን አቀርባለሁ።

Kaaba Oromiyaa Walloo keessatti ta’e jedhamee duula Oromoo fi Oromummaa irratti godhamaa jiru dura nii dhaabbanna.

Waxabajjii 16, 2019 | Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Sirna EPRDF yakka waggaa 28 dura Oromoo fi saboota Cunqurfamoo impaayeera biyyattii irratti dalagaa ture hunda yakka ta’uusaa amanee ofitti fudhachuun gamagamee of sirreessuuf uummata biyyattiif waadaa galeen, rakkoowwan uummata Oromoo irra gahaa turaniifis gaafatama qaama fudhachuu qabu saaxilee seeraaf dhiyeessuuf waadaa galuun uummata biyyattii bulchuuf aangoo ODP tti laachuun sochiin godhama turuusaa eenyullee nii yaadata.
Uummatni Oromoos waan waggoota kana mara irratti raawwataa ture yakkoota suukanneessaa, hidhaaf dararaa tiki mootummaa biyyattii raawwataa tures yakka ta’uu miidiyaa biyyattiin bahee fuulduratti sirreessuu akka qabu waadaa galaa turuu sirna EPRDF eenyulleen kan hubatudha.

Ibsa Ajajaa Olaanaa WBO Irraa Kenname

Caamsaa 31, 2019 | Ajaja Waraanaa Olaanaa WBO irraa

Gaaffiin saba Oromoo baroottan dheeraaf gaafachaa ture OPDO/EPRDFn hudhaame jira. Sababaa WBOnis gaaffilee bu’uuraa Oromoon irratti wareegame bakkaan ga’uuf wareegama ulfaataa baasaa jira. Gaaffiin mirga hiree murteeffannaa, gaaffiin Finfinnee, gaaffiin haqaa, gaaffiin mirga abbaa biyyummaa, gaaffiin dimookraasii, gaaffiin nagaan jiraachuu fi gaaffiin kabajamuu mirga dhala namaa Oromoon gaafachaa ture tokkollee hin deebine.

Why Dr. Abiy does not have committed constituents despite his popularity, poetic preach, and good mannerism?

May 31, 2019 | By Abbaa Ormaa, PhD

Oromo Liberation Army. On the left is one who decided not to give in the cause of the Oromo people. Those you submitted themselves to the government (right) were poisoned by the government agents. 
Xoollay is the new Qilinxoo where Oromos are tortured and poisoned.

What are the reasons for Dr. Abiy’s lack of committed constituents despite his poetic preach and good mannerism? I want his to succeed because his failure is a failure to all Ethiopians and the Horn of Africa. But I want him to succeed the right way not by violence and the old political machination.  In my opinion he is destined to fail unless he make corrective measure sooner than later!

WALIIGALTEE ABO fi MOOTUMMAA – IBSA KOREE TEEKNIIKAA / የኦነግና የመንግስት ስምምነት – የቴክኒክ ኮሚቴ መግለጫ

Caamsaa 31, 2019 | Berhanu Hundeetiin

Ajjeechaa Waraanni EPRDF Namoota Meesha-maleeyyii Irratti Raaw’achaa Jiru Cimsinee Balaaleffanna!

Mudde 31, 2018 | Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)

Mudde 27, 28 fi 29, 2018 Dhihaa fi Kibba Oromiyaa (Qellem Wallaggaa, Wallagga Dhihaa fi Gujii) keessatti qofa loltootni EPRDF kan maqaa “Raayyaa Ittisa Biyyaa” jedhuun beekaman Oromoota nagaa (meeshaa-maleeyyii) irratti ajjeechaa suukanneessaa raaw’ataniin odeessa hanga ammaatti mirkanaaween yoo xiqqaate namootni 36 tahan ajjeefamanii kanneen lakkoofsi isaanii ammatti hin beekamne ammoo madaawanii jiru. Manneen Ummataa hedduunis gubamanii jiru. Tarkaanfii hammeenyaa fi diinummaa ol’aanaa loltootni EPRDF fudhachaa jiran kanaan lammiilee ajjeefaman keessaa daa’imman waggaa 5 hin guutin 2 Godina Gujii Ona Dugda Daawwaatti mana wajjin gubaman. Dhiha Wallaggaa Gimbii fi Gullisoo gidduu naannoo Kurfee Birbir jedhamtuttis daa’mni tokkoo fi haati daa’imaa mana wajjin gubaman. Bakkootni yakki ajjeechaa kun itti gaggeeffaman Godina Qellem Wallaggaa, Wallagga Dhihaa fi Gujii lafoota Gidaamii, Koobbara, Kattaa Abbaa Kormaa, Huwaa, Waayyuu Kullii, Kurfee Birbir, Yuubdoo, Laaloo Qilee, Fincaa’aa, Kombolchaa fi Shaalaa jedhaman keessatti. Kanneen Gujiitti ajjeefaman 23 tahan keessatti daa’ima waggaa 5 hin guutinii fi jaartii waggaa 70faatu argamu.

ODP’s fear of losing a free and fair election to the OLF is displacing and killing Oromo, a reminder of 1991/92

December 31, 2018 | By Aba Orma, PhD

OLF is the spirits of the martyred and the living Oromo
In a democratic system that relies on the basic principle of government of the people by the people, election is everything as it determines policies, directions, and peace and war of a nation. In Ethiopia, election is also a way the new comer prosecutes (punishes) the outgoing. For fear prosecution, every election in Ethiopia is corrupt because the one in power wants to hold onto power for as long as possible even if it means killing people, and destroying a community and a nation until it is forced out of office. The current EPRDF government of Ethiopia led by Dr. Abiy is no different.