Peoples Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) held its first successful general congress from March 21st to 25th 2016 in Eritrean capital, Asmara. The Congress has discussed the status of our collective struggle in particular, the current situation in Ethiopia, the Horn of Africa and the world in details.
Resolution of the first Congress of Peoples’ Alliance for Freedom and Democracy (PAFD)
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/27/2016
March 27, 2016 | Peoples Alliance for Freedom and democracy
Godina baha wallaggaa magaala Naqamtee, Giddaa Ayyaanaa fi Yuuniversitii Wallaggaa Keessatti Waraqaan Qeerroo Warraaqsaa Bittimfamee Jira. Magaala Naqamteetti Uummata Oromoo Maraaf Waamichi Tahe.
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/24/2016
Bitootessa 24, 2016 | Qeerroo.org
– Oromoon tokko kaaba fi kibaa fi bahaa fi lixaan ka’I wayyaaneebiyyaa baasi
– Abbummaan oromoo oromiyaadhaan haa mirkanooftu
– WBON duruma leenca bosonaati
– Nuti wayyaane hin beeknu ABO malee
– Tigreen saamtuu fi hattuudha
– OPDOn uummata oromoo bakka hin buutu
Jedhu waraqaan balaliituun warraaqsaa bittimfamee kan turee fi aanaa Giddaa Ayyaanatti barataa du’e sirna awwaalcha isaan wal qabsiisuudhaan FXGs guyyaama kana eegale kan ture har’as FXG aanaa kana keessatti jabaate jedhu. Qonnaan bulaan aanaa Giddaa Ayyaanaa hedduun ukkaamfamee jira. barattootni har’a daandii cufaniiru. Agaaziin aanicha keessa olii fi gadi fiigaa jirti. Magaalli Naqamtees dirree qabsoo taateetti hamma ammaatti waraanni wayyaanee itti wal jijjiiruudhaan magaalicha keessa qubatee jira.
Walabummaa Oromiyaaf, Referendumiin Bilisa Ta’e Har’a Geggeeffamuu Qaba. Qiyyaafatnoo ummata Oromoo kan kaleessaa fi kan har’a.
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/24/2016
Bitootessa 24, 2016 | Leelloo Sabaa Irraa
Sirna gabrummaa Habashootaa jaarraa 14ffaa irraa eegalee irratti diriirfame, ummatni Oromoo jaarraa 16ffaa keessaa wareegama: lubbuu, qabeenyaa, hawaasummaa fi qaamaa hagana hin jedhamne irratti baasee Oromiyaa keessaa buqqisuun bilisummaa isaa deebifatee: nagaa, badhaadhina fi gammachuun waggoota dhibba sadiif (hanga dhuma jaarraa 19ffaatti) jiraatee ture.
Waggoota dhibba sadiif, bilisummaa isaa tikfatee osuma jiraatu, Oromiyaa deebisanii gabroomfatuuf hooggana Minilikiin weerara Habashooti Oromoo fi Oromiyaa irratti bananis ummatni Oromoo of irraa ittisuuf wareegama lubbuu miliyoona shanii, kan qabeenyaa, qaamaa fi hawaasummaa hedduu eerga baasee booda meeshaa lolaatiin caalamee haa injifatamu malee bilisummaa isaa deebifatuuf ummatni kun haga har’aatti, itti fufee falmaa hadhooytuu geggeessaa jira.
Unrest in Ethiopia: Grumbling and rumbling; Months of protests are rattling a fragile federation
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/23/2016
March 23, 2016 | www.economist.com
AN OUTBREAK of public protest unprecedented in its duration and spread since the ruling party took power in Ethiopia in 1991 is stirring a rare cocktail of discontent. Demonstrations started in November mainly by members of the Oromo ethnic group, which accounts for about a third of Ethiopia’s 97m-plus people, have refused to die down. Indeed, they have spread. The government has dropped its plan, the original cause of the hubbub, to expand the city limits of Addis Ababa, the capital, into Oromia, the largest of the federal republic’s subdivisions of nine regional states and two city-states. But the protests have billowed into a much wider expression of outrage. People are complaining about land ownership, corruption, political repression and poverty. Such feelings go beyond just one ethnic group.
Tikaa fi Poolisa Yuuniversitii Wallaggaa Kan Ta’e Rabbirraa Assaffaa Kelkay Namni Jedhamu Uummata Midhaa Hamaa Barattoota Irraan Gahaa Jiraachuu Beekame.
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/22/2016
Bitootessa 22, 2016 | Qeerroo.org
Yuunversiitiin Wallaggaa Yeroo hundeeffamerraa kaasee ajajaa poolisoota Yuunibarsiitii Wallaggaati. Rabbirraan Yuunibarsiitii kana keessatti nama mootummaa kana wajjin waliigaluun dur irraa kaasee hanga ammaatti deeninattii (tika) kaampasii kana galchuun dhiiga baratoota Oromoo dhangalaasisuu, hiisisuufi ajjeesisaa nama jiruudha. Akkasumas jalqaba irraa ka'uun nama Yuuniversiitii kana keessatti uummata Oromoo qomoo qomoodhaan qoqooduun wallitti buusaa tureedha.

Yuunversiitii Wallaggaa keessattis nama biyya biyyaan qooduun gita hojii irrattis nama ramadaa kan jiruudha. Nami kun yeroo ammaa haalaan barattoota Oromoo fi uummata Oromoo rakkisaa waan jiruuf uummanni magaalichaa haalaan hadheefatee waan jibbeef innii fi fakkaattonni isaa daran Oromoo rakkisuu filmaata godhatanii jiru.
TPLF fascists have been biting the hands of the Oromo people that fed them for the last 25 years
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/22/2016
March 22, 2016 | By Olaanaa Saboonaa
The peaceful resistance of the Oromo people has to be accompanied by a civil armed (guerrilla) resistance movement.
Ummatni Oromoo Magaaloota Addaa Naannawaa Finfinnee Keessa jiraatan Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin marii Fincila Xumura Gabrummaa caalatti finiinsu akeekkate geggeffatan
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/22/2016
Bitootessa 22, 2016 | Qeerroo.org
Ummatni Oromoo Magaaloota Addaa Naannawaa Finfinnee Keessa jiraatan Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin marii Fincila Xumura Gabrummaa caalatti finiinsu akeekkate geggeffatan. Fincilichi akka injifannoon xumuramuuf gahee isaanii gumaachuuf qophii ta’uu isaanii kan mirkaneessan jiraattonni magaalewaan kun ibsa ejjennoo Qabxii 7 of keessa qabu baafachuun marii isaanii milkiin gaariin xumurataniiru.
Ummatni Oromoo Magaaloota Addaa Naannawaa Finfinnee Keessa jiraatan Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin marii Fincila Xumura Gabrummaa caalatti finiinsu akeekkate geggeffatan. Fincilichi akka injifannoon xumuramuuf gahee isaanii gumaachuuf qophii ta’uu isaanii kan mirkaneessan jiraattonni magaalewaan kun ibsa ejjennoo Qabxii 7 of keessa qabu baafachuun marii isaanii milkiin gaariin xumurataniiru.The Shadow Over Ethiopia's Construction Boom
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/21/2016
March 21, 2016 | Bloomberg.com | By William Davison
- Building glut seen fueling biggest political crisis in decade
- Fatal land protests near capital have raged since November
![]() |
| Ethiopian farmer Mulugeta Mezemir on his farmland in front of Country Club Developers properties in Addis Ababa, Ehiopia. |
When Ethiopian farmer Mulugeta Mezemir ceded his land three years ago to property developers on the fringes of the expanding capital, Addis Ababa, he felt he had no choice.
A gated community with white picket fences and mock Roman pillars built by Country Club Developers now occupies the fields he tilled in Legetafo, Oromia region, after the 60-year-old said local government officials convinced him to accept an offer or face expropriation. He took the cash and vacated the land, which in Ethiopia is all state-owned.
Vague political pretentiousness of the Ethiopianists
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/19/2016
March 19, 2016 | By Yaadasaa Dafa
It is true that political conceptualizations often emerges as a result of the prevailing political conditions. Such political conditions makes it so easy for a group of opportunists and freebooters to take advantages of the created states of affairs of the people to attempt to advance their ambiguous dreams. But before jumping into camouflaging the people’s intention and eschew the genuine struggle and wishes of the people on their own pathetic path, one needs possess not only the moral strengths that is absolutely essential and prerequisites to master the fundamentals of the cause, but also have the courage to question the erroneous establishment that drenched the acumen on the colonized people leaving no choice than standing for their rights at this very moment.
Miseensonni Mana-maree United States Afur Akka Miidhaan Mirga Dhalaa-namaa Oromiyaa Keessaa Qoratamee Dhihaatuuf Gaafatan
Posted by
Madda Walaabuu Press
on
3/19/2016
Bitootessa 19, 2016 | WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo)
Miseensonni Mana-maree Yunaayitid Isteets afur, gamtaadhaan – Ministara Dhimma-alaa biyya isaanii – Joon Keeriitti xalayaa barreessaniin, haala mormii Oromiyaa keessaa fi miidhaa dhaqqabe ilaalchisee, guyyoota sagaltama keessatti akka ibsi bal’aan kennamuuf gaafatanii jiran.

U.S. Senator Jeff Merkley of Oregon
Miseensonni Mana-maree Murtii-seeraa yokaan Senetii Yunaayitid Isteets – Jefrii Merkilee fi Raan Waayiden, akkasumas – Mana-mareetti, miseensonni damee qajeelcha seeraa – Eerl Bilaaminoor fi Suuzaan Baanaamiichii, xalayaa har’a mallatteessanii ministaricha Dhimma-alaa Yunaayitid Isteetsitti ergan keessatti — Itiyoophiyoon, biyyoota michoota Yunaayitid Isteets faayida-qabeeyyii fi gargaarsa alaa Yunaayitid Isteets kennitu adda-durummaan fudhatan keessaa tokko ta’uu ibsanii —–
“Garuu, gargaarsi mootummaan keenya kennuu – ka dantaa waaraa fi safuu Yunaayitid Isteets qabdu hin mine ta’uu mirkaneeffachuu qaba” – jechuun akeekkachiisan.
Kanaaf jecha, guyyoota sagaltama dhufan gidduutti — bulchiinsa naannoo oromiyaa keessatti mormii ka’e irratti humnoonni naga-eegumsaa Itiyoophiyaa tarkaanfii fudhataniin – miidhaalee dhala-namaa irra ga’an, hidhaalee seeraa-alaa fi dhiittaalee mirga dhala-namaa dhaqqabaan akka bal’inaan tarreessanii dhiheessaniif, Ministaricha Dhimma-alaa Yunaayitid Isteets – Joon Keerii gaafatan – Miseensonni Mana-maree Yunaayitid afuran.
Subscribe to:
Posts (Atom)






